TG Telegram Group Link
Channel: Sammuu kee jijjiiri
Back to Bottom
Nama goota jechuun nama Yeroo hunda "an hin dogoggoru, an beekaa dha ifin je'u " San osoo hin ta'in,
Nama Yeroo dogogore dogogora ofii beeke fi amanee irraa baratu sani..

Kun ofitti amanamummaa qabaachu agarsiisa!

@oroquotes
Share join godha
Bara haaraa kana keessatti kan dabre irra foyya'aa gochuuf, dhaappuu of laali waan dabarsite xiinxalii ilaalcha fi gochoota fooyyefatuu ykn jijjiiruu qabdu jijjiiri.
Hin ta'u taanan ammoo amata dhufu weyta akkanaa yoo lubbuun jiraanne bakkuma amma jirtu kanatti wali deebina
.

@oroquotes
Forwarded from Sammuu kee jijjiiri
Waan takka yoo hin feene jijjiiri, jijjiiruu yoo hin dandeenye ilaalcha Waan saniif qabdu jijjiiri.

@oroquotes
@oroquotes
Yeroo garii Dammaquu fi of yaadachuuf miirri kee miidhamuun ykn laalachuun barbaachisaadha.
Hoggas ofirratti xiyyeeffachuu egalta.

@oroquotes
@ilmanesruu
Miira gad aantummaa si keessa jiruutu, akka ati olaantummaa nama irratti agarsiifattuuf si dhamaasa.

@ilmanesruu
"Borun godha ykn yeroo birootin godha" jechaa oolun Dhukkuba.
Dhukkubni hamaan abjuu kee ajjeesu isa.

@ilmanesruu
@oroquotes
Gaaffii kana of gaafadhu mee

Ati ilma namaa hunda ni jaalattaa??

Hin jaalattu nin beekaa..

Duuba ati maalif nama hunda biratti jaalatamuuf cinqii of keessa. Hanga feete dhamaatus Na amani Kun waanuma ta'uufillee hin teenye hundaan jaalatamuu hin dandeessu.

Ammas ammoo Namoonni gariin si jaalachuu dhaban jechuun ati rakkoo qabda jechuu miti.

Gaafa jaalala namaa argachuuf jattee eenyummaa fi amala ke dhistee nama biraa fakkaachuu egalte jaalala barbaaddu san qofaa miti kabajalle dhabda.

Santu rakkoo guddaadha jaalala namaa barbaaduu dhiisii off ta'ii jiraadhu.

@ilmanesruu
@oroquotes
Yoo kuftes fuula duratti kufi.

@Ilmanesruu
@oroquotes
waan akka sirratti hojjatamu hin feene, nama irratti hin hojjetin.

@oroquotes
@ilmanesruu
karaatti hin dhaabin, amma itti dararamii boru injifataa ta'ii jiraadhu.

@oroquotes
Forwarded from Sammuu kee jijjiiri (Invincible SN)
Namticha tokkootu taksii keessatti mucaa isa biraan taa'ee chocolate nyaatu jiruun "mucaa maal godhu jirta ilkee ke sirraa balleessaa dhiisi" ja'en
Mucaanis "akaakayyuun kiyya waggaa 110 jiraate" ja'een
Namtichi dubbiin tun isa dhibdee "maaltu walitti fide ree, moo chocolate nyaatudhaan hangas jiraatee?" Ja'ee gaafate.
Mucaan "Lakkii inni dhimma isa naqu malee waan isa hin laallanne seenuu dhabuuni" ja'ee deebiseefii namticha afaan qabachiise.

An @ilmanesruu ti
Yaadni keessan nu jabeessa waan ta'eef yaada keessan nun gaha.

@oroquotes
@oroquotes
Iccitiin Milkaa'ina keetii gocha Ati irra daddeebin guyyarraa gootu keessa Jira.

@oroquotes
@oroquotes
HTML Embed Code:
2024/04/28 21:38:20
Back to Top