TG Telegram Group Link
Channel: Sammuu kee jijjiiri
Back to Bottom
Guyyaan har'aa kun guyyoota jiran hunda irra fokkotaa ykn bareedaa ta'uu isaa hin beeku,
Garuu wantin sif Dhugoomsu tokko yoo jiraate HAR'A qofa qabaachu keeti.

@oroquotes
@ilmanesruu
Waan salphaa ta'ee mitii
Waan sirrii ta'e hojjedhu!!


@oroquotes
@ilmanesruu
Photo of the..
Namoota waa'ee keetii si caalaa beekna je'anii yaadan ofirraa fageessi.

@ilmanesruu
Waa'ee keetii dhugaa san dubbachuu hin dandeessu yoo ta'e,
Waa'ee nama birootis akkasuma hin dandeessu.

@Ilmanesruu
Hayyuun namaa waan hunda hin beeku,
Goowwaa namaa qofaatu waanuma hunda beeka.

@Ilmanesruu
Yeroo fayyaa qabdu rakkinoota sagaltamii sagaliitu si yaaddessa,
Yeroo fayyaa dhabde ammoo waanuma takka qofaatu si yaaddessa.

Fayyaa qabnu tanaaf galata RABBIIF haa galchinuu.

@Ilmanesruu
Taa'anii dogoggora nama biraa gadi fageenyan yaaduu fi odeessuu caalaa dogoggorri kamtu jira?

Mee of haa gaafannuu.

@Ilmanesruu
Watch "Ati isa kana ni geessaa?" on YouTube
https://youtube.com/shorts/102QSxH6U-k?feature=share

Mee channel YouTube kanas achuman subscribe godhaa memberoota kiyya
Sammuu kee jijjiiri pinned «Watch "Ati isa kana ni geessaa?" on YouTube https://youtube.com/shorts/102QSxH6U-k?feature=share Mee channel YouTube kanas achuman subscribe godhaa memberoota kiyya»
Watch "Waan amantu adda laalladhu" on YouTube
https://youtube.com/shorts/3oYh4r3MLSU?feature=share

Raaga ykn tilmaama Namoonni adda addaa siif Kennan ustee qeebalun duratti video kana laali.
Gaafa inni dhalatu doctoronni "mucaan kun sa'aa 24 Caalaa lubbuun turuu hin danda'u" je'aniinii turan. garuu inni amata 35 ol jiraate
Sammuu kee jijjiiri pinned «Watch "Jechi Humna qaba" on YouTube https://youtube.com/shorts/of0b6KhsNo8?feature=share»
Nama irratti yeroo lamaa(2) ol hin bilbilin. Yeroo 2 yoo si jalaa kaasuu dhabe, tarii bilbila hin agarre ta'a, ykn bilbila kaasun isaaf hin mijjanne ta'a ykn immoo si jalaa kaasuu hin barbaanne ta'a,
Kanaafuu hanga inni deebisee sif bilbilutti itti dhiisi eegi.

Akkana jattee yeroo 2 caalaa bilbiltee kabajaa ifirraa hin fuudhin.

@ilmanesruu
Nama hunda jaaladhu, garuu seeyfii kee goonkuma hin gurgurin.

@ilmanesruu
Jiruu gammachuu jechuun jiruu qabsoo of keessaa hin qabne jechuu miti,
Jiruu qabsoo hiika qabu of keessaa qabduutu jiruu gammachuu je'ama.

@ilmanesruu
Waan beeytu takka akka beeytu beekhuu fi waan hin beekne ammoo akka hin beekne beekhun, beekkumsa dhugaati.

@ilmanesruu
Sodaatun homaa hin qabu,
Garuu sodaattee yoo waa gochuu dhiifte sun rakkina guddadha.

@oroquotes
@oroquotes
HTML Embed Code:
2024/05/13 23:47:18
Back to Top