TG Telegram Group Link
Channel: 𝗧𝗔𝗙𝗔𝗞𝗞𝗨𝗥 /تفكر
Back to Bottom
Live stream finished (1 hour)
laamiyaa kutaa 2ffaa
𝗧𝗔𝗙𝗔𝗞𝗞𝗨𝗥 /تفكر
Asiin dhageeffadhaa....Laamiyaa kutaa 2ffaa... torbaan 2ffA
Yeroo hundaa anatu sirriidha jettee yoo kan uf yaaddu taate addunyaa kanarraa homaa barachuu hin dandeessu...!


👉@tafak_or
Nama hamileen tuqame tokko... bira dhaabbattee hamilee itti godhuun Ibaadaadha...!
Daqiiqaa 10 booda....



Kitaaba keessan banadhaa
Live stream finished (1 hour)
Ani namoota dogongoran caala, kan dogongora isaa sirreessuuf jecha isa dogongore caala dogongorantu na ajaa'ibe...!
Sagaleen kankee kan mana kankee keessaa waan bahu sitti hin fakkaanne sun, samiilee torban birayyuu ol kutuu danda'a...!
وما كان ربّك نسِيّا.......

Yaaa Allaah.......🤲

👇
@tafak_or
Hundi jaalalaaf sin reebbatu

https://hottg.com/tafak_or
✍️ Maqoota armaan gadii keessaa maqoota fardaa tahee... kan qur'aana keessatti dubbatame maqaa kam___?
Anonymous Quiz
20%
A) Azzaajiraati/الزاجرات
17%
B) Wannaazi'aati/والنازعات
62%
C) Wala'aadiyaat/والعاديات
Osoo jirtu Akka hin duuneef maal gochuu qabda....
Dhaabbata hedduu keessaa harka qabaachuu qabda... Barsiisaa baratta... fudhataa kennatta... kan fagaateefis hanga tokko xiyyeeffannoo kennaa... kan si bira jiruufis hamma wahii dhiibbaa irratti gochuu qabda... 👍

👇
https://hottg.com/tafak_or
#Ayizon ....

Ati loltuu jabduu waan taateef Rabbiin waraana cimaa keessa si seensise.... fatanaan sitti heddummachuun jabinna kee malee laafinna kee hin ibsu.


harka hin kennatin... @htafak_or
HTML Embed Code:
2024/05/16 10:23:03
Back to Top