Hiikkaa jecha tanaa
من منَّ
👉 Namni tola oole ykn arjoome
من منٍّ
👉 Waan Rabbiin tola itti oole irraa...
مُنَّ
👉 tolatu itti oolama ykn itti dhangalaafama.
من المنّان
👉 Mannaaniin irraa (Rabbii kennee kennaan isaa hin dhumanne irraa)
✍Namni kennate waan kenname irraa... nama kennaan isaa hin dhumne(Mannaan) irraa isaaf kennama jechuudha.
Share👇
https://hottg.com/tafak_or
>>Click here to continue<<