✍Du'aa'ii nama jireenyi itti hammaattee ykn wanti kamuu yeroo itti jabaate kadhachuu qabu:
👇
« اللَّهمَّ لا سَهلَ إلَّا ما جَعَلتَه سَهلًا، وأنتَ تَجعَلُ الحَزْنَ إذا شِئتَ سَهلًا ».
« Allaahumma laa sahla illaa maa ja'altahuu sahlan...wa'anta taj'alul huzna izaa shi'ita sahlaa...»
Rabbiin waan jabaate hunda isiniif haa laaffisu....
👇
#Ibnu_Hibbaan Sahiiha isaa 2427 keessatti gabaase....
📙رواه ابن حبان في صحيحه ٢٤٢٧•
https://hottg.com/tafak_or
>>Click here to continue<<