TG Telegram Group Link
Channel: Shaafii Muhammad Channel
Back to Bottom
*|[ Sababoota diinni gandoota Muslimaa irratti Moo'uu fii garboomfachuu keessaa tokko; Diin irraa garagaluu,Munaafiqummaa fii bid'aan Isaan Keessatti Mul'attee Faca'uudha. ]|*.

Sheikh Al-Islam Ibn Teymia -Rahimahullah.
الفتاوى || ١٣/١٨٠

★. Haalli keenya ammaatiis Sodaachisaadha.
📃🖊. Dhimmoota 5 Gurguddoo Towhiidaa fii Faallaa isa sirritti beekuuf
┈┉┅━━❀🍃🌸🍃❀━━┅┉┈

۞. Yoo Nama Dhugumaan Towhiidaa fii Faallaa isaa beekuu fedhu taate;

1.Towhiidni Rasuulli ﷺ itti Waamaa ture Maalii fii kam akka ta'e beekuu qabda. ★.
                                       
2. Shirkiin Rasuulli ﷺ irraa ummata sodaachisaa ture sun maal akka ta'ee fii Dhimma kam keessatti akka ta'ee Gad seentee beekuu qabda. ۞
                                       
3. Haala Mushriktootaa kan Rasuulli ﷺ keessatti ergamee,akkamitti akka ibaadaa raawwataa turan,Maaliin ibaadaa gochaa akka turanii fii haalli isaan gabbaramtoota isaanii wajjiin qaban Maal akka ture beekuu qabda. ۞
                                    
4. Ibaadaa Dhimmi towhiida irra naanna'uu fii isiirra marsu sana beekuu qabda. Hiikkaan ibaadaa Maali? Wanti Rabbiin yeroo baay'ee  bakka baay'eetti itti nu ajaje sun Maali? " Allaahaa  qofa  gabbaraa isatti waa hin qindeessinaa"
  ﴿وَاعْبُدُوا اللَّهَ وَلا تُشْرِكُوا بِهِ شَيْئًا﴾ [النساء:36]
Hiikkaa ibaadaa beekuun bakka gudda hangana hin jedhamne qaba. Haqiiqaa fii Maalummaa ibaadaa hubachuu dhabuun gara qaawwaa fii hir'ina towhiidaa fii shirkii hubachuutti nama geessa.۞
                                    
5. Garaagarummaa towhiida Rabbummaa fii towhiida uluuhiyyaa jidduu jiru itti dhaqqabdee beeku qabda. Isaan lamaan jidduu wal hammachuun jiraachuu fii Maalummaa wal qabachuu fii wal hammachuu isaan lamaanii bira gahuu qabda. Dhimma kun akkaan barbaachisaadha. Irra hedduun waliin dhawa mushriktootaa durii fii ammallee Gama dhimma kanaa fii gama towhiida lamaan walitti Makuutiini. ".۞

                                 
◈. Yaa akhii /wayaa ukhtii Dhimmoota Shanan kana hubachuu,sirriitti beekuu fii Namallee beeksisuuf tattaafadhu.

┈┉┅━━❀🍃🌸🍃❀━━┅┉┈
🎙Sheikh Salih Sindii-hafizahullah
📓Sharh Qawaعid Al-arbaع.
┈┉┅━━❀🍃🌸🍃❀━━┅┉┈
يا طالب العلم حدث نفسك أن تكون مثل الألباني في الحديث
ومثل الشنقيطي في الأصول ومثل ابن عثيمين في الفقه ومثل الجامي في العقيدة وكن رجلا رجله على الثرى ثابتة وهامة همته في الثريا سامقة ولا تكن شاب البدن أشيب الهمة فإن همة الصادق لا تشيب كما قال سيدي الشيخ العصيمي حفظه الله ، وادعوا الله ليل نهار وألح في ساعات الإجابة أن يفتح عليك فتوح العارفين وأن يرزقك باعا طويلا في العلم الذي تميل إليه وما ذلك على الله بعزيز .

ويا طلبة العلم في دار الهجرتين أرض الفقهاء والمحدثين والنحاة وو أرض النجاشي الحبشة ألا تريدون أن تكونوا خلفاء لأسلافكم الأكابر كالجامي والهرري والإتيوبي والبصيري ؟؟؟
إذا هيا بنا لنخرج عن ميدان البطالين لندخل بنية صادقة إلى ميدان أهل الجد والاجتهاد الصادقين .

الأخ عبدالرزاق باجي
🍀➻. Rasuulli ﷺ " Irra guddaan Wanta Jannata Nama Naquu Sodaa Rabbiitii fii Akhkaaqaa Gaariidha " jedhan. Akhlaaqni Gaariin Dirree Mu'umintoonni irratti Wal dorgomaniidha. Namni Dirree Akhlaaqa Gaarii kana keessatti Namoota Dura khute isaatu irraa caalaa Mu'umintootaa kan iimaanni isaa irra Guutamaati.۞.🌸

https://hottg.com/shaafiimuhammad99/2264

✍🏻Kun Alabesira
۞➻. Irra guddoon wanti Namni tokko kennamuu kan Rabbiin ﷻ ittiin isa khabajuu; Fitinaan heddummaachuu fii danbaliin Shubuhaa fii fedhii lubbuu akka Malee heddumminaan bubbisuu wajjiin Shari'aa Rabbii ﷻ irratti istiqaamaa qabaachuudha.💛🌸
HUBADHU!

• Osoo fiiguu hin jalqabiniin dura kallattii kam akka fiigdu adda baafadhu!
• Osoo waan tokko hin murteessin dura, murtii booda waan dhufu tilmaami!

Amaloota sadi dhiisuu qabda:

➝ Abdii kutachuu,
➝ Hammeenya hojjachuu fi
➝ Nama tuffachuu dhiisuu qabda.

Yeroo hedduu kan jireenya keenya jijjiiru humna alaa dhufu osoo hin taane humna sammuun keenya maddisiisudha; yaada namni biroo nuuf kennu irra yaada sammuun keenya burqisiisutu nu hooggana! kanaafuu waan gaarii gochuuf waan gaarii yaaduu qabna;

Akka saayinsiin jedhutti namni tokko jiraachuuf waantonni akka bu'uuraatti barbaachisan nyaata, uffataa fi mana jireenyaati jedhee lafa kaa'a; garuu jiraachuuf kun gahaa miti jiraachuuf Gammachuu qabaachuunis barbaachisaadha; namni gammachuu hin qabne, namni kolfi isaa harkaa bade jiraachuun hedduu itti ulfaata; du'uu filata (kana kan arge hubachuu danda'a).

JIREENYA GAMMACHUU QABU JIRAACHUUF:-

- Nama ta'uu kee yeroo hunda yaadadhu.

- Namoota Kamiinu qixa akka taate of amansiisi (namni eenyummaa isaan wal qixa; doktorii, pirofeserii, barsiisaa... waan fedhe haa ta'u kunneen eenyummaa isaa osoo hin taane maalummaa isaati. Namni kan madaalamu ammoo maalummaa isaan osoo hin taane eenyummaa isaani kanaafu ati Nama dha Amani).

- Akka duutus hin dagatiin.

- Namaaf ilaalcha gaarii qabaadhu.

- Nama gargaari (bay z way....gaafa nama tokko gargaarru isa gargaarame caalaa kan gammadu isa gargaaredha).

- Namoota si miidhaniif Dhiifama godhi (kun gammachuu dhokataa danuu qaba).

Na amani Warreeen armaan olii kana yoo raawwatte salphumatti nama gammachuu qabu taata
۞ Namni alaabaa du'aa ija isaa dura dhaabe; Dhiphinaa fii bal'ina duniyaa irran kaayyanne!🍀
۞ 🍀. Xiinxalaa fii yaaddoon tirfii fii humnaa olii jireenya kee,Gammachuu,Seeqiinsaa fii Dasii tee sijalaa hatti. Lubbuu keetirratti Laaffisi. 💛.
( نريد من كمل عقله ولو قل علمه) •

طلب الشيخ محمد بن إبراهيم - مفتي عام المملكة العربية السعودية سابقاً رحمه الله - من الشيخ ابن سليم ببريدة أن ينتقي له بعض طلابه للقضاء

فتأخّر الشيخ ابن سليم ولم يرسل له ، حتى التقى به الشيخ ابن إبراهيم فسأله عن تأخره ؟

فقال : احترت بطلابي ! فمنهم ذو علمٍ ولكن العقل دون ذلك ، ومنهم ذو عقلٍ والعلم دون ذلك !.

فقال ابن إبراهيم : اختر لنا من كمل عقله ولو قلّ علمه !! .

الله أكبر ' هذه الحكمة . هانحن اليوم نرى من نال أعلى الشهادات ، أو بعض من اشتغل بالعلم سنوات ، أو نال أعلى المناصب الشرعيّة ، حتى كثر علمه ولكن لم يكتمل عقله ! .

ومن مظاهر سفه بعض أهل العلم :

١- سلّ ألسنتهم على إخوانهم العلماء والدّعاة من أهل السّنة ، وتبديعهم والسّعي لإسقاطهم ، وتنفير الناس منهم .

وقد سلِم منهم اليهود والنصارى وعامّة الكفرة والمبتدعة الحقيقيون من رافضة وغلاة صوفية وعلمانيين وليبراليين ومفسدين

٢- نبش الأقوال الفقهيّة الشّاذّة والتّرويج لها ، طلباً للشهرة وإرضاءً لأهل الأهواء والشّهوات

٣- همّهم الدنيا وجمعها ، والتحايل على المال بالطرق غير الشرعيّة ، والسعي للمناصب على حساب دينهم

٥- يتسابقون للظهور والشّهرة عبر وسائل الإعلام والتّواصل الإجتماعي بنشر الآراء المنحرفة والفتاوى الشّاذة .

وغير ذلك من أنواع السّفه وقلّة العقل .

وفي الأثر
{مَنْ تعلَّمَ العلْمَ ليُباهِيَ بِهِ العلماءَ ، أوْ يُمارِيَ بِهِ السفهاءَ ، أوْ يصرِفَ بِهِ وجوهَ الناسِ إليه ، أدخَلَهُ اللهُ جهنَّمَ }.

عبدالله بن مانع الروقي
( حائل . ١٦ / ٥ / ١٤٤٤هـ )
Audio
Darsiilee baratamee fi baratamaa jiru sagaleen hordofuuf linkiilee Armaan gadii kana seenuun Aragachu dandeessu

1📶Arba,iin Annawaawi👇
https://hottg.com/Markazhaumar1444
By.Ust/shaafii muhammad

2📶Umdatul Ahkaam👇
https://hottg.com/markazaUmarl1444
By.Ust/shaafii muhammad

3📶Tafsiira 👇
https://hottg.com/mAnsar123
By.Ust/shaafii muhammad

4📶 buluug Al maraam👇
https://hottg.com/MAnsaar134
By.Ust/shaafii muhammad

5📶 Nahwii Aajirumiyya👇
https://hottg.com/+NTJLenvCwSQwYjc0
By.Ust/shaafii muhammad

6📶Duruusul muhimmaa👇
https://hottg.com/+TEiA1wBG9y82NTJk
By.Ust/shaafii muhammad

7📶Usuulu ssalaasa/_qawaa idul Arba,a👇
https://hottg.com/markazaumar
By.Ust/shaafii muhammad

مركز عمر بن الخطاب📚🖋

As wr wb
Mee likiilee kana laali mee

السلام عليكم ورحمة الله وبركاته اخوتي واخواتي الكرام طلاب العلم الشرعي استفيدوا من هذه المعدات التالية 👇👇👇

السلام عليكم ورحمة الله وبركاته

Warri Tafsiira Qur'aanaa hordofuu barbaaddaniis kunoo linkii kanaan seenaa.  👇👇👇👇

https://hottg.com/tafsiira2022

Namoonni Nahwii online baratamaa jirtu hordofuu feetaniis kunoo👇👇👇👇

https://hottg.com/+pI_Co-0ihnQ1NmJk

Namoonni Darsii [بلوغ المرام ] tan online baratamaa jirtu hordofuu barbaaddan kunoo linkii kanaan seenaa👇👇👇👇

https://hottg.com/buluuga2022

  Yoo Rabbiin nu gargaaree gargaarsa Isaatiin Audiyoolee Aqiidaatis linkii kanaa gadii keeysatti isiniif guurra👇👇👇👇

https://hottg.com/aqiidaa1

Darsii [ التجريد الصريح] yaroo xiqqo booda inshaa Allaah! Linkii khana jalaan arkatuu dandeeysu👇👇👇👇

https://hottg.com/tajriida


Barnoota Fiqhii tokko tokko namni barbaaddan Linkii kanaa gadii cuqaasaa👇👇

  https://hottg.com/barnoota_Fiqhii


🥀🥀 Darsii Riyaadussalihiin asiin
Seenaa👇👇👇👇👇

https://hottg.com/markazu_umar_bin_al_khattab
۞ ➻. Hojiilee Sheyxaanaa ijoo fii isa biratti akkaan barbaachistuu taate keessa tokko; Qur'aanarraa Si dhoorkuudha. !!.
Please open Telegram to view this post
VIEW IN TELEGRAM
Please open Telegram to view this post
VIEW IN TELEGRAM
🍀➻. Arrabni kee Zikrii Rabbiitiin ﷻ jiidhaa ta'uurraa hin Deemin.
★. Namni islaamummaa ittiin jiraachisuuf jecha ilmii shari'aa barbaaduun baratu inni Siddiiqoota irraayi. Sadarkaan isaa Sadarkaa Nabiyyootaatti aanti. Addunyaa tana irratti irra guddoo fii irra ol'aantuun toltuulee ilmii nama fayyadduu fii Dalagaa gaariidha. ]|*

#ابن_القيم "مفتاح دار السعادة" ١/ ٣٣٨
Please open Telegram to view this post
VIEW IN TELEGRAM
HTML Embed Code:
2024/06/05 20:26:28
Back to Top