TG Telegram Group Link
Channel: Seeqaa memes 😂
Back to Bottom
Kallattiiwwan 5'nan kan dhiirri gammachuudhaan turuu danda'u.

1. Dubartii si kofalchiistu waliin ta'i.
2. Dubartii yeroo ishee siif kennitu waliin ta'i.
3. Dubartii si kunuunsitu waliin ta'i.
4. Dubartii dhugaan si jaalattu waliin ta'i.
5. Dhumarratti, Dubartiin Afranuu akka wal hin beekne mikaneeffadhu!!!
😂😂😂😜

Just for fun!
@seeqaa share it
This media is not supported in your browser
VIEW IN TELEGRAM
🎥Camera manichatu badhaafamuu qaba 😂😂😂😂😜🥇

Join us 👉 @seeqaa 👈

Intalli gurbicha baay'ee jaallattu Sana abjuudhaan arginaan
.
.
. @seeqaa
.
.
.
.
Naasuudhaan Kaatee makeup ishee dibattee hin raftu seetanii😂😂😂😜


@seeqaa join for more😂
@seeqaa

👨‍💼Abbaan manaa konkolaataasaa🚘 oofaa mooraa tokko cina osoo darbuu harroota baay'ee arga haadha manaa isaatiin "Firoota kee argitee?" Jedhee itti qoosa.
👩‍💼Haati manaas "Firummaan keenya bar kan dhufe karaa Fuudhaati" jetteen.😂😂😜

🤦‍♂warri dhiiraa dandeettii keessan malee dubara irratti hin rarra'iinaa!!

Like gochuun dirqama lammummaati....👍😂

😂 @seeqaa share to ur friends

For any comment @seeqaabot
@seeqaa

Warri Chaayina yommuu hawwaannisa🦗 ariinu agartu
.
.
.
.
.
Ayii Akkam quufani jarri kunii😂😂😂 jetti


@seeqaa join fi share jodhaa
@seeqaa

👮‍♂Tiraafikiin beela'e tokko konkolaachisaa bilibila hasa'aa deemu tokko yeroo argu😳
.
.
.
.
.
Foon diimaa🥩 dhuftee😋😂😂🤣

@seeqaa join & share
@seeqaa
Hiriyyaan qananiisaa yeroo waa'ee ijoollummaa isaanii yommuu odeessu
.
.
.
.
.
.
Yeroo boqojjiitti akuukkuluu taphannu asallaa deemeetu 🏃‍♂ dhokata ture😂😂

@seeqaa join and share for😂more
👨‍🦱Baacaa: Akkam bareeddu suura kee naa ergimee

👩‍🦱Baaccuu: 'Profile Pic' irra ilaali

👨‍🦱Baacaa : ihii 'Profile pic'kee konkolaataadha🚘 bar

👩‍🦱Baaccuu : Banika keessan jira😂😂😁😁😁😁😂😂😂

Join @seeqaa and share to friends
This media is not supported in your browser
VIEW IN TELEGRAM
😂😂😲
@seeqaa kolfanii bira darbuun admaleedha share godhi
@seeqaa

Yommuu Chiikii guraagee waaddu(xabbastu)
.
.
Ani kanan jedhu galgala daftee kan galtu warrikee sitti dhekkamuuyii
.
.
.
Hin dheekkaman.. Galagala #Taxi_Transport 5birr waan galuufi 😁😂😝

@seeqaa 🤩kolfanii lash jechuun dhorkaadha hiriyyaa keef #share godhi
🎄🎄🎄🎄🎄🎄🎄🎄🎄🎄
Hordoftoota Amantaa kiristaanaa hundaan baga guyyaa dhalachuu Iyyeesuus Kiristoosiin isin gahe!
🏑Ayyaana gaarii!
🏑
🎄🎄🎄🎄🎄🎄🎄🎄🎄🎄
@seeqaa
Bilginnaamoo bilxiginnaa?😂😂

@seeqaa join & share
#COVID19😷 Magaala Adaamaatti namni Koronaavaayrasiin qabame tokko argame jira.

Namoota nama kana waliin wal qunnaman/tuttuqqii qaban 24 adda baafamani qoratamaa akka jiran gabaafameera.

Of Eeggadhaa‼️

@oromobeauty
HTML Embed Code:
2024/05/20 02:15:47
Back to Top