TG Telegram Group Link
Channel: Simboo Consultancy PLC.
Back to Bottom
Addunyaa Kanarraa ummata Dhahaa mataasaanii qaban keessaa tokko Oromoodha. Akkka addunyaattuu ummata bara lakkaa'achuu jalqabedha.

Oromoon dhahaa mataasaa qabaatus, hanga yoonaatti, hin'ayyaaneffatamneef. Har'a miti dhaloota Kiristoos durayyuu waggaa 4000 oliif bara lakkaa'aataa akks ture ragaan ibsu bara bulchiibsa Gadaati. Kan inni ittiin hedamu bara bulchiinsa Gadaa yommuu tahu, ji'aafi urjii ilaalaniiti himu. Sana kan himus ayyaantuudha. Ayyaantuu jechuun beekaa jechuudha.

Akka Dha'aa Oromootti guyyaan ji'aan marsa. Torbaniin miti. Ji'a keessa guyyoota 27 maqaa ofiisaanii qabantu jiru. Walumatti guyyoonni 29.5 akka jirantu himama. Sun lak. 30 ta'uu danda'a... Dhahaa Oromoo kana keessa torbannis inuma jira. Ta'us, akka amma guyyoonni torbanniin hinmarsan; guyyaan 1ffaan deebihee kan dhufu ji'atti. Waan ofii beekuun murteessaadha!
Beeksisa qaxarrii Abbaa Alangaa aanaa 25 baaseedha. Warri isin ilaallatu dorgomaa!
Guutuu isaa dhaggeeffachuuf yutuubii https://youtube.com/@Caaya2024?si=nDetl-KgypH0wvWw seenaa
Subscribe godhaa!
Barnoota Ogbarruu kutaa 2ffaa
Nagaa jirtuu hunduu? Leenjii ogbarruu ani online kennaa jiru irraa fayyadamoo tahuu feetuu? Yutuubii kana subscribe gochuun hordofaa! https://youtu.be/11H2Aeohvjo?feature=shared
#Caaya Tube
Warri hojjechuuf fedhii qabdan kottaa! 09l11787196 whatsapp barreessaa!
Dhimma hojii online sana
Namoonni waamicha kiyya kabajjanii dhuftan kabaja argadhaa! Whatsapp irratti namoonni gaafatan waan baayyataniif, tartiibaan hangan isiniif deebisutti obsaan na eegaa!
Fedhasaa
HTML Embed Code:
2025/07/04 08:20:23
Back to Top