Create: Update:
Dhiifama namni hin kabajne, nama nama hin kabajne.
○Dhiifamni dhiiga lola'eewu araarsa○Dhiifamni mootiidha.
○Dhiifamni biyya wal waraane walitti araarsa
○Dhiifamni Jireenya kee tasgabbeessa
○Dhiifama nama dhiisii Rabbiinuu namaaf godha.
Namni dhiifama hin jaalanne nama namummaa hin jaalanneedha
#Dhiifama
@Jechootahayyoota
@Jechootahayyoota
>>Click here to continue<<
MADDA BEEKKUMSAA🌳