Warning: mkdir(): No space left on device in /var/www/hottg/post.php on line 59

Warning: file_put_contents(aCache/aDaily/2025-07-22/post/oromoToo/--): Failed to open stream: No such file or directory in /var/www/hottg/post.php on line 72
Seenaan qonnaan bulaa buqqee (dabaaqula) dhaabee tokko jira. Qonnaan bulaan kun sababa tokko malee firii buqqee xiqqoo gaanii fuullee irraa tolfame keessa kaa'e. Firiin buqqee gaanii keessa kaa'ame kunis @MADDA BEEKKUMSAA🌳
TG Telegram Group & Channel
MADDA BEEKKUMSAA🌳 | United States America (US)
Create: Update:

Seenaan qonnaan bulaa buqqee (dabaaqula) dhaabee tokko jira. Qonnaan bulaan kun sababa tokko malee firii buqqee xiqqoo gaanii fuullee irraa tolfame keessa kaa'e. Firiin buqqee gaanii keessa kaa'ame kunis, qixuma bocaafi gita gaanichaatiin guddate. Guddinni firii buqqee kanaa, gaaniidhaan waan daangeffameef, daangaa darbee guddachuu hin dandeenye. Atis daangaa ilaalchi ofiikeef qabdu siif kaa'e dabartee guddachuu hin dandeessu. Ilaalchi ati ofiikeef qabdu guddina yookiin milkaa'ina kee murteessa. Kanaf daangaa ilaacha kee bal'isi.

Galgalaa milkii qabaadhaa!!

@Jechootahayyoota
@Jechootahayyoota
Read every day

👍3😁1

>>Click here to continue<<

MADDA BEEKKUMSAA🌳

Share with your best friend
VIEW MORE

United States America Popular Telegram Group (US)

Warning: Undefined array key 3 in /var/www/hottg/function.php on line 115

Fatal error: Uncaught mysqli_sql_exception: Too many connections in /var/www/db.php:16 Stack trace: #0 /var/www/db.php(16): mysqli_connect() #1 /var/www/hottg/function.php(212): db() #2 /var/www/hottg/function.php(115): select() #3 /var/www/hottg/post.php(351): daCache() #4 /var/www/hottg/route.php(63): include_once('...') #5 {main} thrown in /var/www/db.php on line 16