TG Telegram Group Link
Channel: Art.Yoosan Geetaahun
Back to Bottom
Namni ati irra caaluuf carraaquu qabdu yoo jiraate, si'ii isa kaleessaati.
________________
πŸ–‹οΈ@JechamootaπŸ–ŠοΈ
Nama gatii imimmaan kan keetii hin beekneef hin boo'in.
_________________
πŸ–‹οΈ@JechamootaπŸ–ŠοΈ
"Karaan gariin harka qaleessa ykn hiyyeessa ittin gargaaruu dandeettuun isaan keessaa tokko ta'uudhaanii miti":- Abraham Lincoln
_____________________
πŸ–‹οΈ@JechamootaπŸ–ŠοΈ
"Ati cal'isuu hin qabdu. Moo'attonni hin cal'isan waan ta'eef. Cal'istoonnis hin moo'an waan ta'eef":- Ted Turner
_____________
πŸ–‹οΈ@JechamootaπŸ–ŠοΈ
''Addunyaan akka Daawwitii isa guddaati. kan deebisee sitti agarsiisu matuma kan keetii. Yoo ati Nama nama jaalatu taate, nama gargaaru taate,yeroo ati waan gaarii namaaf yaadde. Addunyaan illee waan ati taateef deebisee siif ta'a. Addunyaan si jaalata, si gargaara, wantoota gaarii siif yaada":-Thomas Dreier
____________
πŸ–‹οΈ@JechamootaπŸ–ŠοΈ
Forwarded from Kitaabota-books
Napoleon Hill - Think and Grow Rich.pdf
845.6 KB
Think and grow rich(PDF)
✈️✈️✈️#share✈️✈️✈️
πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡#joinπŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡
@kitaabootaGaraagara
Forwarded from Oromo Book Store
aneesa kassam1987.pdf
5.1 MB
Forwarded from ARDII__JΓƒALALAA🌏β™₯️ (Fileebar Umaree)
Jaalala keef jedheen
Maqaa Kee barreeyfadhee
Daftara Koo irratti
Jaalala Kee ibsadhe
Kunoo arra dhabe
Daftarri Koo badee
Daftarri Koo baduun
Erga na yaachifte
Sammuun Koo dadaftee
Waan tokko naaf himte
Maqaan irra jiru
Kankee wanta taatef
Joollen lafaa garte
Idaan siif galchite
Hayyee humaa miti
Baguma fudhattee
Kennaa jaalala Koo
Narrattii qeebalte
Jaala kankee tohu
Haqaan naaf hubatte
Jaala tantoo tohuuf
Hannaan naaf ibsite



✍️ @fileebar18

JOIN πŸ‘‰ @hacefunny
JOIN πŸ‘‰ @hacefunny
Forwarded from ARDII__JΓƒALALAA🌏β™₯️ (Fileebar Umaree)
ETHIOPIA Tana silaa ibiddan itti kaaya garuu juwaarttu keeysa jiraa maalin godha_?? 😜😜

@fileebar18

JOIN πŸ‘‰ @hacefunny
Forwarded from ARDII__JΓƒALALAA🌏β™₯️ (Fileebar Umaree)
Wey ejersi anniyyaa
Faaya dubraa wey fiinxi qoreen qabu
An erguman sirkadhee
Nyaachu baadhus wey quufee beelan qabu


Inni_jettu_sun

βœ“ BIDDEEN ERGA DHIIFTEE
WAGGAA MEEQA TAATE_??
πŸ˜€πŸ˜€

✍️ @fileebar18

JOIN πŸ‘‰ @hacefunny
αˆŒαˆŠα‰΅ αŠ α‰Ά αŠ₯αŠ•α‰…αˆα
αˆ€αˆ³α‰’αˆ½ α‰ αˆ΅αŠ•α‹΄
α‹¨αˆšαˆ˜αˆ‹αˆαˆ°αŠ
α‹ˆα‹΅αŒ„αˆ½ α‹­αˆαŠ• αŠ₯αŠ•α‹΄_??

✍️ @fileebar18

αŒ†αŠ₯αŠ• πŸ‘‰ @hacefunny
α‰ αˆ΅αˆ­αŒ αŠ₯αŠ•αŒ‚ α‰ α‹°αˆ­αŒ α‹˜αˆ˜αŠ•
αŠ₯αŠ•α‰…αˆα α‹«αˆˆαˆ α‹˜αˆ›αŠ• #the_man

✍️ @fileebar18
Dhugaan siin ja'a
Biyya ITOOPIA __ja'amtu Tana keeysa...._
πŸ‘‰ FAGEENYA __WAAN JA'MU MALEE__

NAGEENYA WANNI JA'AMU**
HIN_JIRU__πŸ˜ͺπŸ˜ͺ
~ Jecha beektotaa~

βœ… "Mo'attoonni waan adda ta'e hojjetu miti waanuma jiru karaa adda ta'een hojjetu."
Shiiv keeraa

πŸ‘‰"Muka ija qabdutti dhagaan darbatamu itti baay'ata."
Shiiv keeraa.

βœ…"Namni Kamillee miilla dhoqqeedhaan Sammuu koo irra akka ejjetu hin eeyyamu."
M. Gaandii
"
βœ…"Hin danda'amu kan jedhamu wanta hin hojjetamne qofadha."
N. Maandellaa.
βœ…"Dukkanni dukkana hin ibsu; Ifatu dukkana ibsa. Jibbi jibba in ari'u; jaalalatu jibba ari'a."
Maartiin Luuter Kiingi.

βœ…"Haala si mudatu waliin jireenyakee wal fudhachiisuuf yaalii godhi malee; akkan barbaadu ta'uu qaba, hin jedhin."
Maartiin Luuter Kiingi.

βœ… "Addunyaan kun bor nii baddi yoo naan jedhan illee har'a sanyii facaasuu hin dhiisu."
Maartiin Luuter Kiingi.
βœ… "Namni tokko yommuu kufu hin injifatamu, yommuu abdii kutatu injifatama."
Riichaard Niiksoon.

βœ…"Namni dogoggora hojjetee hin beekne nama homaa tokko yaalee hin beeknedha."
Albeert Inestaayin.
πŸ‘‰"Nagaan waliigalteedhaan malee humnaan hin argamu."
Albeert Inestaayin.

πŸ‘‰"Sababan gatiittii namoota gurguddoo irra dhaabbadheefan namoota kaan caalmaatti fageessee ilaaluu danda'e."
Iyezak niiwtan.

πŸ‘‰"Hiyyeessa taatee dhalachuun kee dogoggora mataa kee miti, Carraadha. Garuu yop hiyyeessa taatee duute dogoggora mataa keedha."
Biil Geet.

πŸ‘‰"Karaa milkaa'inatti geessu hin beeku yoon ta'ellee karaa kufaatiitti geessu garuu nan beeka. Innis namoota hundumaa gammachiisuuf dhama'uudha."
Biil koosbiil

πŸ‘‰"Kun hundumtuu ta'ullee, ani garuu ammayyuu ilmaan namootaa uumama isaanii irraa jalqabanii gaariidha jedheen yaada."
Haannaa Firaank.
πŸ‘‰ "Maqaa diinota kee fi hojii isaan si irratti hojjetan hin irraanfatin. Balleessaa isaaniif garuu dhiifama godhi."
Joon F Keenedii.
πŸ‘‰ "Addunyaa kana irraa wanti baay'ee nama gaddisiisu, utuu ija qabanii mul'ata dhabuudha."
Heelen kiiler.
βœ…"Hiyyumnis ta'u soorumni bu'aa ilaalcha keenyaati."
Naappooliyoon Hiil.

βœ…"Carraatti cimseen amana, yoon jabaadhee hojjedhe immoo carraawwan hedduu akkam argadhus nan amana."
Toomaas jeefersen.

βœ…"Kaleessa caalaa bortu sitti dhihoodha."
Miratuu shaanqoo

hottg.com/gaaddisa_dhugaa
Jaalalaaf hodhamu
Karra isaanii gubbatti
Isiin yoom naaf beeyti
Sadaqaa kadhaafaa
Kan dhufe seeteti
Biddeena gamisaan
Gamistee naaf laatti


Iji Koo maal laalti
Suuraa isheet daraartii
Iji ishee hoo maaf laalti
Orma halaalatti
Isheenuu na quban qabduu
Kunoo ormaaf garagaltii
Bareeddun hin dhumtu
Silaa guyyarraa magartii
Onneen too hoo jaalalaan
Maalif Tanaan na dararti


✍️ @fileebar18

JOIN πŸ‘‰ @hacefunny
The account of the user that owns this channel has been inactive for the last 5 months. If it remains inactive in the next 27 days, that account will self-destruct and this channel may no longer have an owner.
The account of the user that owns this channel has been inactive for the last 5 months. If it remains inactive in the next 19 days, that account will self-destruct and this channel may no longer have an owner.
HTML Embed Code:
2024/06/08 01:18:45
Back to Top