TG Telegram Group Link
Channel: Egeree Post
Back to Bottom
Jaarmiyaan Kubbaa Miila Addunya hoogganu, Fifa'n pireezidantii Federeeshinii Kubbaa Miilaa Ispeen Luwiis Rubiyaalees, kan Waancaa Addunyaa dubartootaarratti taphattuu biyya isaa hidhiirra dhungate irratti qorannoo eegale.
Pireezidantichi sirna badhaasaa Waancaa addunyaa irratti taphattuu Ispeen Jeenii Hermoosoo hidhiirra dhungachuun isaa tarkaanfii amala badaa irratti fudhachiisaa kan jedhu Fifa'n qorachuu eegaleera.
Pireezidantichi sirna badhaasaarratti Hermoosoo dhungachuun dura ammoo Ispeen Ingilaandiin mo'achuu mirkaneessuuf taphachiistuun wayita fiishkaa isa xumuraa afuuftu naannoo qama saalaa isaanii qabachuun gammachuu ibsatan.
Aanga'aan kun gocha sirna badhaasaarratti godhaniif dhiifama gaafatanii kan ture ta'us, Ministira Muummee biyyattii dablatee qaamolee adda addaarraa dhiifama gafachuun gaha miti jechuun dhiibbaa irratti gochaa turan.
Qondaalli kun tarkaanfii disippiliinii irratti fudhatamuuf qorannoo eegalameen cinaatti aangoo isaanii gadhiisuuf murteessuu gabaasaaleen Ispeenii bahan ni mul'isu.
Luwiis Rubiyaalees Jimaata har'aa aangoo gadhiisuu isaanii ni beeksisu jedhamee eegama. Murtee isaanii kanas waahillan isaaniitti himaniiru jedhame.
''Rubiyaalees guyyaa boruu aangoo gadhiisa. Deeggarsa taphattootaa, mootummaa, Fifa fi dhaabbilee biroo bajata fedeeshinichaarratti hirkatanii dhabeera'' jechuun xiinxalaan kubbaa miilaa Ispeen Giiyeem Balaaguu Kamisa darbe X gubbaatti maxxanseera.
''Wanti itti aanu namni Ispeen jiru kamuu wanta ta'ee fi maaliif akka ta'e xiinxaluudha'' jedhe.
Fifa'n qorannoo eegaleen gochaan Rubiyaalees labsii disippiliinii Fifa keewwata 13 waan cabsu qabaafi hin qabuu adda baasa.
Fifa'n ibsa baaseen ''kabaja dhuunfaa namootaa kabachiisuu irratti ejjennoo hin raafamneefi murannoo qaba, amala faallaa kanaa ta'e kamuu cimsee balaaleffata'' jedhe.
Akka labsii disippiliinii dhaabbatichaatti, qondaaltotni qajeeltoo feer pileey fi amanamummaa kabajuu qabu.
Arrabsoon, mallattoo arrabsoo agarsiisuun akkasumas haala maqaa Fifa balleessuun sochii gochuun nama kamuu ni adabsiisa jedha labsichi.
Rubiyaalees taphni Ispeeniifi Ingilaand wayita xumuramu bakka VIP'tti giiftii Ispeen Letiziyaa fi intala ishee ganna 16 cinaa ture.
Booda waltajjiitti bahee wayita meedaaliyaa badhaasu ammoo Hermoosoo hidhiirra dhungate.
Qondaalli kun Wiixata darbe gocha isaa kanaaf dhiifama gaafatee ture. Ministirri Muummee Ispeen Peedroo Saanches garuu kun gahaa mitii jedhan. Ministirri Muummee Itti aantuun lammaffaa Yolaandaa Diyaaz ammoo kanneen qondaalli kun aangoo akka gadhiisu dhiibbaa godhan keessaati.
Waldaan taphattuu kanaaf dhaabatu Futpro gochaan kun osoo hin adabamiin bira darbamuu hin qabu yoo jedhu taphattuun dhungatamte ''waldaan kun fedha koof dhaabata'' jetteetti.
Taphattuun kun jalqaba Insitaagiraam gubbaatti wanta pireezidantichi raawwatan akka hin jaalanne ibsitus, boodarra ibsa maqaa isheen baheen, ejjennoo isaaf muggutuu agarsiifeetti.
Federeeshinii Kubbaa Miilaa Ispeen jimaata kana yaa'ii ariifachiisaa waameera.
Telegramii Beeksisa hojii join godhaa #Share hiriyaa jaallatuuf godhi #Chaanela Beeksisa Afaan Oromoo
๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡
https://hottg.com/michujobs
https://hottg.com/michujobs
๐˜ˆ๐˜ฌ๐˜ฌ๐˜ข ๐˜ช๐˜ต๐˜ต๐˜ช xumurte ๐˜ฒ๐˜ฐ๐˜ง๐˜ข ๐˜ฐ๐˜ด๐˜ฐ๐˜ฐ ๐˜ฉ๐˜ช๐˜ฏ ๐˜ตa๐˜ข๐˜ฏ๐˜ฆ ๐˜ข๐˜ฌ๐˜ฌ๐˜ข ๐˜ช๐˜ต๐˜ต๐˜ช eegaltes ๐˜บ๐˜ข๐˜ข๐˜ฅ๐˜ข๐˜ฅ๐˜ฉ๐˜ถ.

Liinkii Cuqaasuun Appi Mobile Kessaniif mijata yoo feetan buufadhaa
๐Ÿ‘‡CV international ta'e Appi mobile irratti
#Install godhachuudhaan
liinkiin Isin ittin argattan kunoo
๐Ÿ‘‡โœ…๐Ÿ‘‡โœ…๐Ÿ‘‡โœ…๐Ÿ‘‡โœ…๐Ÿ‘‡โœ…
bit.ly/445EiyL bit.ly/445EiyL
bit.ly/445EiyLbit.ly/445EiyL

Telegramii Beeksisa hojii join godhaa
#Share hiriyaa jaallatuuf godhi #Chaanela Beeksisa Afaan Oromoo
๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡
https://hottg.com/michujobs
https://hottg.com/michujobs
#Beeksisa #qacarrii
โ—‹Dhaabbata: Mana murtii Waliigalaa Oromiyaa
โ—‹Baay'ina: hojjeetoota 99
โ—‹Bakki hojii: Anaalee Naannoo Oromiyaa hundatti.
โ—‹Gita hojii: Gargaaraa Abbaa seeraa.
โ—‹Miindaa: 7408
โ—‹Galmeen: 22/12/2015 hanga 26/12/2015
โ—‹Bakki galmee:Manneen murtii O'laanaa godinaeetti.
๐Ÿ‘‰Ogeessonni ulaagaa guuttan beeksisa dorgommii armaan gadii dubbifachuun akka dorgomtan.
Ijoolleen Baay'een beeksisni ati maxxansitu kan business fi economics qofa jettanii komattaniif, kunoo carraa kana fayyadamaa.

#File Mobile Kessan irratti #Duplicate ta'ee iddoo mobile Kessanii qabatee jiru balleesuf #appi Install godhaa liinkii asii gadii banuun #Remove duplicate file and Install app
๐Ÿ‘‡โœ…๐Ÿ‘‡โœ…๐Ÿ‘‡โœ…๐Ÿ‘‡โœ…๐Ÿ‘‡โœ…
bit.ly/445EiyL bit.ly/445EiyL
bit.ly/445EiyLbit.ly/445EiyL

Telegramii Beeksisa hojii join godhaa #Share hiriyaa jaallatuuf godhi #Chaanela Beeksisa Afaan Oromoo
๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡
https://hottg.com/michujobs
https://hottg.com/michujobs
Egeree Post pinned a photo
Egeree Post pinned a photo
Site Keenya Seenuun bakka Agarsiifamaa jiru irraa Waan heedduu argattu

โœ… Catagory : Mobile App๐Ÿ‘ˆ
๐Ÿ‘‰ yoo Seentan Wantoota Mobile Keessaniif Mijatoof Isin barbaachisu heedduu ni argattu liinkii Asii gaditti argamu banuun Mobile of harkaa qabdaniin Waan feetan gargaramaa
Liinkii asii gadii
๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡
http://bit.ly/445EiyL
http://bit.ly/445EiyL

Telegramii Beeksisa hojii join godhaa #Share hiriyaa jaallatuuf godhi #Chaanela Beeksisa Afaan Oromoo
๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡
https://hottg.com/michujobs
https://hottg.com/michujobs
Data Eye saver app
Data Fayadamtan kan Isiniif qusatuuf to'atuudha appichi
๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡liinkii Cuqaasun
https://egeree.com/dataeye-is-the-best-way-to-save-and-manage-your-data-battery/

Study for student planner App
Sagantaa dubbisaa Appi isiniif qindeessu namoota barataniif
๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡Liinkii Banuun
https://egeree.com/timmer-and-planner-for-studies/

Virus Remover app for Mobile Install Open link
๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡
https://egeree.com/virus-remover-fast-secure-mobile-security-antivirus/

South africa jobs Only app
Online Work & find jobs Capetown & Pretoria
๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡
https://egeree.com/find-online-jobs-in-south-africa-jobs-in-durban-cape-town-and-pretoria/
Dhimmi kaโ€™umsa miinda hojjettootaa (minimum wage) akka qoratamu Ministirri Muummee Abiy Ahimad aangawoota mootummaaf kallattii kaaโ€™an.
Roobii darbe (Hagayya 30, 2023) Ministirri Muummee Abiy Ahimed bakka buutota hojjettoota Itophiyaa waliin yeroo wal arganii mari'achuu Pirezidantiin Konfedereeshinii Waldaalee Hojjettoota Itoophiyaa Obbo Kaasahuun Foolloo BBCโ€™tti himaniiru.
Qaala'iinsa jireenyaa biyyattii keessatti hammaateen hojjetaan mindaa argatee jiraatu daran miidhamaa jiraachuu fi dhimmoota rakkoo kana furuu danda'anirratti xiyyeeffachuun Ministira muummee Abiy waliin akka dubbatan himan Obbo Kaasahuun.
''Gibirri miindaa hojjetaarraa muramu akka gadi xiqqaatu fi miindaan ka'umsaa (minimum wage) akka biyyaalessaatti akka jiraatu kan jedhurratti mari'anneerra,'' jedhan.
Mindaan ka'umsaa akka jiraatu kanaan dura labsiin ba'uu kan ibsan Obbo Kaasahuun, ''akka labsii kanaatti boordiin dhaabbateetu kana murteessa. Boordiin kun ammoo labsii manni maree ministeerotaa baasuun dhaabbata. Kunis hanga yoonaa hin dhaabbatin jira,'' jechuun hanqina jiru ibsan.
''Boordiin kun dhaabbatee gara hojiitti akka seenuu fi qorannoorratti hundaa'ee miindaan ka'umsaa akka murtaa'u, kallattiin akka kaa'amu dhiheessine.''
Gareen hojjetaa, hojjechiisaa fi mootummaa irraa ijaaramuun walitti dhufee dhimma hojjetaa fi hojjechiisaa irratti yeroo yeroon maria'atu- Advisory Board jedhamu waggaa lamaaf addaan citeeti kan ture jedhan Obbo Kaasahuun.
''Gareen rakkoo hojjetaa ilaalee mariin sirreessu kun akkanni itti fufu mari'anneerra.''
Gaaffilee fi yaadota isaan dhiheessan Ministirri muummee Abiy deebii abdachiisaa ta'e kennuufii dubbatan qondaalli konfedereeshinii waldaalee hojjettootaa kun.
Gibirri hojjetaarraa citu akka hir'atuu fi ka'umsi miindaa akka murtaa'u gaaffii dhiheessan irratti Ministirri Muummee kallattii kaa'uus himan Obbo Kaasahuun.
Rakkoo qaala'iinsa jireenyaa hojjettoota mindeeffamanii jiraatan mudatu gaafachaa turuu kan dubbatan Obbo Kaasahuun, ''haala kanaan carraa Ministira muummee fi ministiroota kaan waliin mari'achuu argachuun rakkoon kun furmaata akka argatu abdii namatti hora,'' jedhan.
Jaarmiyaan Obbo Kaasahuunfaa guyyaa dafqaan bultootaa addunyaa akka biyyaatti kabajamu irratti miseensota isaanii waliin ba'uun gaaffilee rakkoo hojjettootaan walqabatan gaafachuuf karoorfatanii sirnicha dhorkamee akka ture BBCtti himanii turan.
Yeroo sana gaaffii isaanii qabatanii qaama dhimmi ilaallatutti deemuun akka gaafatanis ibsanii turan.
Haaluma kanaan gaaffilee kunneen Ministira Muummee Abiyyiif wayita dhiheessan gaaffichi sirrii ta'uu fi irratti hojjetaa jiraachuu akka itti himan kaasan Obbo Kaasahuun.
''Achuma walga'ii sanarratti dhimmi kun akka irratti hojjetamu qondaaltota mootummaaf hoji-manee kennaa turan. Ka'umsi miindaas, dhimmi gibiraas ammoo qorannoo barbaachisa, waltajjiima tokkorratti kan deebii argatu miti. Garuu deebii abdii namaaf kennu nuuf deebisan.''
Obbo Kaasahuun akka jedhanitti ka'umsi miindaa sirrachuu qaba yeroo jedhamu, miindaan argamu haala qabatamaa biyyattii keessa jiruun jiraachisuu danda'aa? kan jedhuudha.
''Haalli gabaa jiru qoratamee isarratti hundaa'uun mindaan kana waliin deemuu danda'u ka'umsi isaa hanga kana jedhamee taa'a.''
Haalli gabaa ilaalamee mindaan sana madaalu yoo murtaa'e hojjechiisaan (kubbaaniyyaan) kamuu sanaa gaditti hin qacaru, ka'umsa mindaa murtaa'ee fi sanaa oliin qacara jedhan.
''Kana murteessuu jechuun hojjetaaf carraa guddaadha.''
Konfedereeshiniin waldaalee hojjettoota Itoophiyaa waldaalee 2300 kan of keessaa qabu yoo ta'u miseensota miiliyoona 1 ol qaba jedhan Obbo Kaasahuun.
Konfedereeshiniin kun kanaan dura Guyyaa Hojjetoota Addunyaa (May Day) Finfinnee Addabaabaayii Masqalaatti kabajuudhaaf sagantaan qabatee ture dhorkamuu isaatiin haqamuu beeksisee ture.
Konfedereeshinichi miindaan akka dabalamu, ka'umsi miindaa hojjetootaa isa gadi aanaa akka foyyaa'uufi murtaa'u guyyaa kanarratti gaafachuuf karoorfatee ture.
Gaaffilee kunneen amma ministira muummee Abiyyiif dhiyeessuu fi kallattii qabsiisuu ibseera jaarmiyaan kun.
Mobile Kiyya Storage isaa guute jechuun hafeera app qofaa buufachuun gargaaramaa

Application Addaa Kan Storage Bilbila Keenyaa Nuuf Guddisuu Danda'u Hojjatamee Hojii Irra Oolee Jira.
Namoota Miiliyoonotaan lakkaaโ€™amantu addunyaa kana irraa itti fayyadamaa jiru.

1TB storage Bilasaan Install godhaa
๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡
https://egeree.com/bilisaan-1tb-storage-cloud-application-install-godhaa/
โœ…Carraawwan daldalaa 10

kanneen deeggarsa maallaqaa Xiqqaa qabaniif ykn kanneen qusannoo hin daangeffamne argachuu qabaniifi Itoophiyaa keessatti daldala hiika qabuu fi buโ€™aa argamsiisu jalqabuuf abdataniif kan gargaaru
๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡
guutummaa isaa liinkii banuun dubbisaa
๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡
https://hottg.com/michujobs
https://hottg.com/michujobs
โœ… Carraawwan daldalaa 10

๐Ÿšจkanneen deeggarsa maallaqaa Xiqqaa qabaniif ykn kanneen qusannoo hin daangeffamne barbaadaniif Itoophiyaa keessatti daldala hiika qabuu fi buโ€™aa argamsiisu jalqabuuf abdataniif gargaaraa taโ€™uu dandaโ€™an Bizineesiin kun
Itti gargaaramaa

1.โœ…Tajaajila/Mana Barumsaa Kunuunsa Daaโ€™immanii Tajaajilli Kunuunsa Daaโ€™immanii, ykn akkuma tajaajila kunuunsa guyyaa jedhamuunis beekamutti, yeroo tokkotti daaโ€™imman hedduu toโ€™achuu fi kunuunsuudha. Umriin isaanii daa'ima torban 6 irraa kaasee hanga daa'ima gara waggaa 13tti argama. Qulqullinni giddugala kunuunsa daaโ€™immanii Itoophiyaa keessatti argamu guddina waliigalaa daaโ€™imaa irratti dhiibbaa guddaa ni qabaata; kanaaf, kaayyoon ergama mana barumsichaa ifa taโ€™e maxxanfamee agarsiifamuu qaba.
2.โœ…Cilee Hojjechuu Ijaarsi manneen, waajjiraalee, mall, gamoo mootummaa fi kkf Itoophiyaa keessatti dhohinsa dhugaa argee jira. Garuu eebba damee ijaarsaa keessatti argamu kun dhaabbilee gurguddoo qabeenya maallaqaa guddaa qaban caalaa balโ€™aadha. Daldaltoonni xixiqqaa hanga giddu galeessaas guddina ijaarsaa Itoophiyaa keessatti mulโ€™achaa jiru irraa qooda fudhachuu fi buโ€™aa baayโ€™ee gaarii argachuu dandaโ€™u.
3.โœ…Gurgurtaa fi Tajaajila Paanaalii Aduu Gatiin Paanaalii Aduu sadarkaa gadi aanaa irra kan jiru yoo taโ€™u, guddina ariifataa teeknooloojii kuusaa baatirii waliin walqabatee, moodeela daldalaa buโ€™aa guddaa argamsiisu Itoophiyaaf mijaaโ€™ina qabdu. Namni dhuunfaa kamiyyuu amma haala kana fayyadamee akkaataa istaandaardii haaraa kanaan paanaalii aduu galchuu dandaโ€™a.
4.โœ…Tajaajila Qulqullinaa Tajaajila Qulqullinaa ykn Tajaajilli Kontiraaktii Qulqullinaa Itoophiyaa keessatti fedhiin isaa dabalaa dhufeera. Keessumaa Addis Ababa keessatti waajjiraalee hedduu ta'uu irraa kan ka'edha. Lakkoofsi N.G.O., dhaabbilee idil-addunyaa, fi daldala biyya keessaa dabaluu isaatiin barbaachisummaan dhaabbilee tajaajila qulqullinaa dabalaa dhufeera.
5.โœ…Buna bilcheessuun Waa'een buna yoo ilaalle Itoophiyaan baqalaa Arabaa jedhamuun beekamti. Baqalaa kun lafa olkaโ€™aa keessatti kan biqilu yoo taโ€™u, qilleensi qabbanaaโ€™aa fi oomisha bunaatiif mijataa dha.
6.โœ…Uffata Hodhuu fi Uffata Hojjechuu Kunneen daldala Itiyoophiyaa keessatti dagaagaa jirudha. Kanaaf sababoonni hedduun, gita giddu galeessaa uffata mimmiidhagoo barbaadu guddachaa dhufuu fi daldaltoonni gurguddoon tokko tokko qofti uffata qophaaโ€™e gurguraa jiraachuu isaanii dabalatee.
7.โœ…Oomisha Meeshaalee Gogaa Industiriin gogaa Itiyoophiyaa industirii biyyattii keessatti dullooman keessaa tokko yoo taโ€™u, milkaaโ€™ina al-ergii bara dheeraa qaba.
8.โœ…Qopheessuu fi Paakeejii Nyaataa Itiyoophiyaan damee qonnaa balโ€™aa waan qabduuf, qopheessuu fi paakeejii nyaataa qaama diinagdee barbaachisaa taasiseera.
9.โœ…Tajaajila Supha Biskileetii Daldala xixiqqaa hedduu Itoophiyaa keessatti dagaagaa jiran keessaa isa tokkodha. Tajaajilli suphaa biskileetii biyyattii keessatti lakkoofsi namoota biskileetii oofan baayโ€™ee taโ€™uu fi geejjibni ummataa amanamaa taโ€™e dhabuu irraa kan kaโ€™e taโ€™uu hin oolu.

#File Mobile Kessan irratti #Duplicate ta'ee iddoo mobile Kessanii qabatee jiru balleesuf #appi Install godhaa liinkii asii gadii banuun #Remove duplicate file and Install app
๐Ÿ‘‡โœ…๐Ÿ‘‡โœ…๐Ÿ‘‡โœ…๐Ÿ‘‡โœ…๐Ÿ‘‡โœ…
bit.ly/445EiyL bit.ly/445EiyL
bit.ly/445EiyLbit.ly/445EiyL

Telegramii Beeksisa hojii join godhaa #Share hiriyaa jaallatuuf godhi #Chaanela Beeksisa Afaan Oromoo
๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡
https://hottg.com/michujobs
https://hottg.com/michujobs
Forwarded from Egeree Post
โœ…Carraawwan daldalaa 10

kanneen deeggarsa maallaqaa Xiqqaa qabaniif ykn kanneen qusannoo hin daangeffamne argachuu qabaniifi Itoophiyaa keessatti daldala hiika qabuu fi buโ€™aa argamsiisu jalqabuuf abdataniif kan gargaaru
๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡
guutummaa isaa liinkii banuun dubbisaa
๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡
https://hottg.com/michujobs
https://hottg.com/michujobs
Forwarded from Egeree Post
๐ŸŽฏFile akka Suura ; Muziqaa ;Vidiyoo ; Audio Duplicate ta'e/lamaaf isaa ol ta'e altokko Click gochuun appi remove isiniif godhu/ballessu buufadhaa.
โœ…Duplicate file remover app bakka jedhu tuquuun install godhaa
๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡
is.gd/XKZX7S

โœ…Appi Daandii Qilleensaa Ethiopia Kan Beeksisa namoota haala haaraan qacaraa jiru mana kessan ta'uudhaan Mobile Of harkaa qabdan qofaan dorgomuuf liinkii asii gadii banaati bakka ๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡

Ethiopian Airlines Vacancy Application

jedhu banuun buufadha liinkiin kunooti Carraa Qacarrii Guyya guyyaan bahuus hordofaa ammallee Sadarkaa levelii irraa kaasee hanga Namoota muuxannoo qabaniitti Qacarriin itti fufeera
๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡
bit.ly/445EiyL bit.ly/445EiyL
Telegramii Beeksisa hojii join godhaa
#Share hiriyaa jaallatuuf godhi #Chaanela Beeksisa Afaan Oromoo
๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡
https://hottg.com/michujobs
https://hottg.com/michujobs
โœ…Verified
Close the Screen App and Secretly Record Video/Audio without anyone knowing
๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡
http://bit.ly/45NNetI
http://bit.ly/45NNetI
โœ…แˆšแˆตแŒฅแˆซแ‹Š แ‰€แˆจแŒป แ‰ชแ‹ฒแ‹ฎ/แ‹ตแˆแŒฝ แˆ˜แ‰ฐแŒแ‰ แˆชแ‹ซแŠ• แˆˆแˆ›แ‹แˆจแ‹ต แŠฅแ‹šแˆ… แŒ แ‰… แ‹ซแ‹ตแˆญแŒ‰
๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡
http://bit.ly/45NnetI
http://bit.ly/45NNetI
HTML Embed Code:
2024/05/20 22:36:10
Back to Top