TG Telegram Group Link
Channel: Egeree Post
Back to Bottom
Forwarded from Egeree Post
Baga Gammaddan namootni hojii Online akkamiin hojjenna jettan
Subscribe 500 qofaaf
WatchHr 300 qofaan Appi Youtube Nageenya hojii keessani eeguu buufachuun hojii eegalaa.
Namni Mobile of harkaa qabu dureessa akka hin taane akka of hin jijjirres maaltu godhee? Carraan Carraaqqii abbaa Keessa jira step isaa hundas dubbisaa Appi buufachuun egaala liinkii asii gadii banuun
https://egeree.com/youtube-monitazation-only-need-to-have-500-subscribers/
Forwarded from HAQA,BAACOO FI TAPHAWWAN. (®yooyyaa©)
Visa Sweden sponsership 2023
Gara Siwiidin baasii tokko malee deemuun hojjettanii jijjiiramuu barbaadduu? On line qofa apply gochuun carraa keessan yaalaa gosoota hojii   
muuxannoo barbaadan
kan hin barbaadne
Sadarkaa barnootaa kan gaafatu
Kan hin gaafatne
hedduutu jira waliif dabarsuun ijoolleen keenya carraa kanatti fayyadamaa.

Viidiyoo gabaabaa step isaa qabu ilaaluun apply godhaa!
https://youtu.be/ltusMk1Wcbo
https://youtu.be/ltusMk1Wcbo

👇👇👇👇
is.gd/lMJ3yO
is.gd/lMJ3yO
#Dhaamsa_Ariifachiisaa Namni Dhugaatti Milkayina akka Ofiisaatti Yaadu nama hundaaf #Share ha godhu

❇️Akka guutumma biyya Ethiopiatti yeroo jalqabaatiif kan baheedha

Daandiin Qilleensa Itiyoopiyaa gita hojiii kana gadiin leenjisee qacaruu barbaada.

Marketing
Finance
Pilot
Cabin Crew
Aircraft maintenance Technician(AMT)
Aircraft structure, Aircraft cabin maintenance, Aircraft mechanical component, Aircraft Avionics Technician, Aircraft power plant Technician
Aircraft mechanic

Kanaafis namootni ulagaa kaa’ame guuttaan akka galmmoftaan geessii Kanas Seenaa Daawwadhaa Appi
#AirlinesVacancy Site
👇
👇
bit.ly/445EiyL
bit.ly/445EiyL

🚨Guyyaan galmee: -
Hagayya 15-19/2025
(August 21- 25, 2023)

Liinkii galmmee asii gadii gargaaramaa
👇
bit.ly/445EiyL
bit.ly/445EiyL

Science and Technology university, Adama
Finfinnee, online
Ambo university, Ambo
Arbaminch university, Arbaminch
Assosa university, assosa
Bahir dar university, Bahir dar
Debre Brihan university, Debre birhan
Debre markos university, Debre markos
Wollo university, Dessie
Dire Dawa university, Dire Dawa
Selale university, Fitche
Gambella university, gambella
Gondar university, Gondar
Haramaya university; Harar campus, Harar
Hawassa university, Hawassa
Jigjiga university, Jigjiga
Jimma university, Jimma
Mekelle university, Mekele
Mizan tepi university, Mizan Tepi
Wollega university, Nekemete
Robe teachers’ college, robe
Semera university, Semera
Shashemene poly technic college, Shashemene
Wolkite university, Wolkite
liinkii Seenuun appi buuafadhaa Carraa Kanas fayadamaa liinkii asii gadii kana banuun
👇
bit.ly/445EiyL
bit.ly/445EiyL

🌈Telegramii Beeksisaa
👇
https://hottg.com/michujobs
https://hottg.com/michujobs
Vacancy Announcement for ASTU Community School
https://hottg.com/michujobs
https://hottg.com/michujobs
Forwarded from Egeree Post
#Dhaamsa_Ariifachiisaa Namni Dhugaatti Milkayina akka Ofiisaatti Yaadu nama hundaaf #Share ha godhu

❇️Akka guutumma biyya Ethiopiatti yeroo jalqabaatiif kan baheedha

Daandiin Qilleensa Itiyoopiyaa gita hojiii kana gadiin leenjisee qacaruu barbaada.

Marketing
Finance
Pilot
Cabin Crew
Aircraft maintenance Technician(AMT)
Aircraft structure, Aircraft cabin maintenance, Aircraft mechanical component, Aircraft Avionics Technician, Aircraft power plant Technician
Aircraft mechanic

Kanaafis namootni ulagaa kaa’ame guuttaan akka galmmoftaan geessii Kanas Seenaa Daawwadhaa Appi
#AirlinesVacancy Site
👇
👇
bit.ly/445EiyL
bit.ly/445EiyL

🚨Guyyaan galmee: -
Hagayya 15-19/2025
(August 21- 25, 2023)

Liinkii galmmee asii gadii gargaaramaa
👇
bit.ly/445EiyL
bit.ly/445EiyL

Science and Technology university, Adama
Finfinnee, online
Ambo university, Ambo
Arbaminch university, Arbaminch
Assosa university, assosa
Bahir dar university, Bahir dar
Debre Brihan university, Debre birhan
Debre markos university, Debre markos
Wollo university, Dessie
Dire Dawa university, Dire Dawa
Selale university, Fitche
Gambella university, gambella
Gondar university, Gondar
Haramaya university; Harar campus, Harar
Hawassa university, Hawassa
Jigjiga university, Jigjiga
Jimma university, Jimma
Mekelle university, Mekele
Mizan tepi university, Mizan Tepi
Wollega university, Nekemete
Robe teachers’ college, robe
Semera university, Semera
Shashemene poly technic college, Shashemene
Wolkite university, Wolkite
liinkii Seenuun appi buuafadhaa Carraa Kanas fayadamaa liinkii asii gadii kana banuun
👇
bit.ly/445EiyL
bit.ly/445EiyL

🌈Telegramii Beeksisaa
👇
https://hottg.com/michujobs
https://hottg.com/michujobs
Forwarded from HAQA,BAACOO FI TAPHAWWAN. (Ameen M)
Carraa biyya alaa deemtanii barachuu argachuu barbaadduu? Kanaadaa ,Awurooppaa, Awustiraaliyaa, USA fi kkf carraa barnoota bilisaa.
Carraan kun bilisaan namoota dandeettii fi beekumsa qabaniif kan qophaa'edha.
kaffaltii fi ejensii kamiyyuu waliin wal hin qabatu .Ijoolleen keenya karaa sammuullee komii hin qabnu mee carraa keessan yaalaa.

is.gd/GYx3qN
is.gd/GYx3qN
For androod phones
👇👇👇👇👇👇👇
https://odaa.ethiojob.info/blog/2023/08/09/bright-scolarship-full-funded/
Viidiyoowwan kanaan wal qabatan argachuuf
https://youtu.be/ltusMk1Wcbo
https://youtu.be/ltusMk1Wcbo
Forwarded from Now Button Bot
Telegram seentanii maaliinan bohaara jettanii beektuu?
Egaa kitaabilee adda addaa,walaloo mimidhaawoo Afaan Oromoon viidiyoolee nama kofalchiisan maal kana qofa
🚶‍♂🚶‍♂🚶‍♂🚶‍♂
Forwarded from HAQA,BAACOO FI TAPHAWWAN. (®yooyyaa©)
Kanaadaan Gosoota hojii kanneen akka konkolaachisaa, keessummeessaa/tuu , simataa/tuu, qonna, mekaanikii, construction, warshaa, nyaata qopheessuu, nyaata lakkaahuu, manguddoota kunuunsuu (aged care)...fi kkf namoota baay'ee barbaadu.
Mootummaan Kanaadaa 🇨🇦
Itoophiyaanota 40,000 ta'aniif  carraa hojii bilisaan Kanaadaa seenanii akka hojjetaniif ibsa baaseera. Ibsi bahe kunis eenyuyyuu lammummaa Itoophiyaa kan qabu tokko galmaahuuf ulaagaalee inni guutuu qabu👇👇👇
      ✅️umurii 20 irraa kaasee
      ✅️waraqaa eenyummaa naannoo jiraatuu
      ✅️ kutaa 10 ol kan barate/tte  yoo ta'u
        Namoota ulaagaalee kana guutan mootummaan Kanaadaa baasii hunda ofiisaa #shaffanee namoota fudhachuu barbaada.Haalli galmees online ta'uun isaa gammachuu guddaadha.
Isinis carraa kanatti fayyadamuun link kana gadiin galmaahuu ni dandeessu.
👇👇👇👇👇👇
bit.ly/3ruaIoS
bit.ly/3ruaIoS

STEP ISAA VIIDIYOODHAAN
is.gd/CarC5A
is.gd/CarC5A
Forwarded from Egeree Post
#Dhaamsa_Ariifachiisaa Namni Dhugaatti Milkayina akka Ofiisaatti Yaadu nama hundaaf #Share ha godhu

❇️Akka guutumma biyya Ethiopiatti yeroo jalqabaatiif kan baheedha

Daandiin Qilleensa Itiyoopiyaa gita hojiii kana gadiin leenjisee qacaruu barbaada.

Marketing
Finance
Pilot
Cabin Crew
Aircraft maintenance Technician(AMT)
Aircraft structure, Aircraft cabin maintenance, Aircraft mechanical component, Aircraft Avionics Technician, Aircraft power plant Technician
Aircraft mechanic

Kanaafis namootni ulagaa kaa’ame guuttaan akka galmmoftaan geessii Kanas Seenaa Daawwadhaa Appi
#AirlinesVacancy Site
👇
👇
bit.ly/445EiyL
bit.ly/445EiyL

🚨Guyyaan galmee: -
Hagayya 15-19/2025
(August 21- 25, 2023)

Liinkii galmmee asii gadii gargaaramaa
👇
bit.ly/445EiyL
bit.ly/445EiyL

Science and Technology university, Adama
Finfinnee, online
Ambo university, Ambo
Arbaminch university, Arbaminch
Assosa university, assosa
Bahir dar university, Bahir dar
Debre Brihan university, Debre birhan
Debre markos university, Debre markos
Wollo university, Dessie
Dire Dawa university, Dire Dawa
Selale university, Fitche
Gambella university, gambella
Gondar university, Gondar
Haramaya university; Harar campus, Harar
Hawassa university, Hawassa
Jigjiga university, Jigjiga
Jimma university, Jimma
Mekelle university, Mekele
Mizan tepi university, Mizan Tepi
Wollega university, Nekemete
Robe teachers’ college, robe
Semera university, Semera
Shashemene poly technic college, Shashemene
Wolkite university, Wolkite
liinkii Seenuun appi buuafadhaa Carraa Kanas fayadamaa liinkii asii gadii kana banuun
👇
bit.ly/445EiyL
bit.ly/445EiyL

🌈Telegramii Beeksisaa
👇
https://hottg.com/michujobs
https://hottg.com/michujobs
Forwarded from Egeree Post
Miilla deemutu fixeensaa laaqaa jedhu .
Hawwii qofti galmmaan nama hin gahuu Kan yaadan yaaluun milkaa'uun gorsa biraa hin barbaachisu

❇️Biyyaaf Alaaf keessa Kan jirttan Carraa Kana gargaaramaa

Appi Hojii Online ittin Milkooftaan namni fedhaa qabdan qofti buufadhaa ittin dalaggadhaa liinkii banuun
https://egeree.com/online-job-opportunities-for-college-university-students/

🌈Telegramii Beeksisaa
👇
https://hottg.com/michujobs
https://hottg.com/michujobs
Beeksisa Hojii
Administrative Assistant for Deputy CEO
Job Description:

The officer will perform duties according to the following procedures:-

Collecting and providing necessary office related resources for the deputy CEO

Managing and controlling administrative affairs of the Deputy CEO

Communicate instructions issued by the Deputy CEO to concerned bodies, and follow up  implementation of the same

On behalf of the deputy CEO, the admin assistant shall communicate issues directly with stakeholders outside the company

Receiving, organizing, compiling and documenting digital and print materials, reports, and incoming/outgoing letters

Job Requirements:

Required competencies, skills and work experience

Bachelor's degree in secretarial science or office management or computer science and at least 5 years of work experience in office management in manufacturing industries

Diploma in secretarial science or office management or computer science and at least 10 years of work experience in office management in manufacturing industry.

Basic skills in Microsoft Office operation (Ms Word, Ms Excel, Ms Power Point, and Internet Services)

Accepted level of understanding and work experience at manufacturing industries, particularly the food industry

Excellent communication skill and teamwork

Willingness to follow the company's policies and procedures

Ability to analyze and synthesize raw data, and write sound report

Capacity to organize and manage work environment

How To Apply:

Qualified applicants fulfilling the above criteria can submit an application/ covering letter including CV and copy of relevant supporting documentation to the address below
E-mail: [email protected] and [email protected]
Note: Use "Administrative Assistant for Deputy CEO" as the subject line of your email!
Posted:

08.12.2023

Deadline:

08.22.2023

Job Category:

Admin, Secretarial and Clerical, Information Technology, Management

Employment:

Full time
Salary:

Based on salary scale of the organization
Location:

Addis Ababa
Kerchanshee
Junior Surveillance

Job Description:

Background of the company
Kerchanshe Trading P.L.C is the largest producer and exporter of coffee in Ethiopia, It has a proud history of providing quality coffees to the local and international markets.  Currently our company needs a dedicated and motivated candidateJob Requirements:

Graduates of years 2022 & 2023 G.C. with Bsc Degree in Information Technology ,Computer Science and  related field with CGPA of 3.00 and above;

Zero Work Experience 

How To Apply:

pplicants who fulfill the above-mentioned criteria could submit their detailed curriculum vitae along with supporting documents/credentials accompanied by cover letter addressing [email protected] or by our web site https://recruitment.kerchanshe.biz/Home/JobDetails/vAtVyqZ9S4BcFUaKtDXYYA  with the subject line of "Junior surveillance” within seven consecutive days from Aug 12,2023 up to Aug 19,2023

‘’only shortlisted candidates will be contacted’’.

Posted:

08.12.202

Deadle:

08.19.2023

Job Category:

Information Technology

Employment:

Full tim

Salary:

Per Company Scal 

Location:

Mojo, Oromia

Kerchanshe Trading Company
www.kerchanshe.com
Forwarded from Ayyuu Tube (Ayyuu MøM❤️)
Neutrition Avokaadoo Irraa Argannu Keessaa Muraasa.
•••••••••••••••••••••••••••••••••••••••••
Avokaadoon faayidaalee fayyaa keenyaaf oolan hedduu of keessaa qaba. Kanaaf Avokaadoo yeroo soorachuu baay'ee gaariidha! Faayidaalee Avokaadoon nuuf kennu keessaa qabxiilee ijoo jaha(6) isiniif katabeen jira. Isaanis:.......

Guutuu isaa Link gadiin seenaa Marsariitii KAKU PRESS jedhu keessa seenuun dubbisaa.
👇👇👇👇👇👇👇👇👇
https://is.gd/HdTZIj
https://is.gd/HdTZIj
Balaa ibiddaa mana keessatti dhaqqabu keessaa bal'inaan kan miidhaman daa'immaniifi dubartoota ta'uu gabaasi mul'isa.
Ogeessi BBC'n Hospitaala Finfinnee jirurraa dubbise kanneen gara caalu baadiyyaarraa ibiddaan gubatanii dhufan dhukkubsattoota gaggabdoo ta'uu dubbatu.
''Balaan ibiddaa gogaa keenyaa hanga tishuu qaama keessa jirutti kan miidhu tahus, garuu balaa xiyyeeffannoo hin argannedha,'' jedhu Hospitaala Yakkaatititti hogganaa kutaa Gubaa Qaamaa kan tahan Jaafar Aliyyii.
Ogeessi narsummaan tajaajilan kuni guutummaa biyyattiirraa namoonni qaamni isaanii balaan ibiddaa cimaa fi giddugaleessa irra gahe guyyaatti shanii hanga kudhan ta'an gara hospitaala isaanii dhufu.
''Namoonni balaa ibiddaan qaamni isaanii miidhame qaama isaaniin ala xiin-sammuu isaanii irrattillee dhiibbaan ni gaha,'' jedhu.
Kana malees qorichaafi dibati gubaa qaamaa fayyisuuf fayyadamnu ''akkaan qaalii waan taheef rakkoon maallaqaalle ni mudata,'' jedhan.
Balaa ibiddaan gubachuun magaalaafi baadiyyaatti sababiin isaa adda adda jedhu ogeessi fayyaa kuni.
''Magaalaa keessatti ijaarsa gamoowwanii irratti balaa elektiriikaa, meeshaalee nyaata tolchuuf gargaaran fa'i itti fayyadama wallaaluun balaa qaqqabu dha,'' jedhan.
Kanneen baadiyyaadhaa dhufan ammooo yeroo baay'ee namoota, ''dhukkuba gaggabdooo qabantu ibiddarra kufanii dhufu, isaaniis dubartootaafi ga'eessota umriin isaanii waggaa 30 ol tahani dha,'' jedhan.
Yeroo baay'ee balaan ibiddaa manatti kan uumamu yoo tahu sababiinsaa garuu gargarii jedhu qorataan gubaa qaamaa Pirof. Toom Pootookar, Yunivarsiitii Siwaansiin irraa.
''Biyyoota galii gad-aanaa qaban keessatti gomjii banaa irratti ibidda bobeessuu, ibidda boba'aa mana ho'isuuf fayyaduufi kurraaziin fa'a madda balaa ibiddaa qaama keenya irratti gahuuti,'' jedhu.
Qorannoo Yunivarsitii Siwaansiin taasiseen biyyooota kanneen akka Baangilaadesh, Itoophiyaa fi Indiyaa keessatti balaa elektirikii volteejii guddaa qabuun harkii fi miilli ga'eessotaafi daa'imman irraa akka muramuuf sababa tokkodha jedha.
'Gubaan sadarkaa qaba'
Akka ogeessi fayyaa Jaafar jedhanitti balaan ibiddaa gogaa keenya isa irra keessaa gubuurra darbee hamma lafee keenyaatti qaqqabuu danda'a.
''Gubaa sadarkaa tokkoffaa kan gubaa isa gogaa keenya miidhee hafu dha,'' jechuun ibsu.
Kan sadarkaa lammaffaa jedhamu ammoo tishuu fi ujummoo qaama keenyaa kan gubudha.
Inni sadarkaan sadaffaa ujummoo fi tishuu keenya darbee hamma lafee keenyaa balaa guddaa kan qaqqabsiisu dha jedhan.
''Namoonni balaa kanaan nu bira dhufanis kan sadarkaa tokkoffaafi lammaffaati,'' jechuun BBC'tti himan.
Inni kunis gar-tokkee qaama isaanii kan hir'isu, seelotaafi ujummoowwan qaamaa kan miidhudha.
Balaan ibiddaa yeroo baay'ee mudatus harkaafi miila namootaa irratti akka tahe ogeessi kuni ni dubbatu.
Yoo gubanne maal gochuu qabna?
Ogeessi fayyaa Jaafar balaa ibiddaa irraa of eeggachuuf tarkaanfiin jalqabaa hojii keenya guyyuu keessatti balaan kuni qaqqabuu akka danda'u hubachuun of eeggannoo taasisuudha jedhu.
''Qaamni keenya ibiddaan gaafa gubatu dibata ykn dhoqqeefi waan garagaraa itti gochuu dhiisnee bishaan qorraa itti jigsuu qabna,'' jedhan.
Sana booda atattamaan gara kiliinika ykn buufata fayyaa dhihoo jirutti geessuudha jedhu.
Malee barteedhaan dibata garagaraa qaama gubateerra dibuun fayyisuuf yaaluun sirrii akka hin taaneefi balaa caaluuf akka saaxilu himaniiru.
Namni wayyaan gubachaa jira taanaan irraa baasuufi madaa qaamarra jiru ammoo huccuu qulqulluun maranii mana yaalaa geessuu akka qabnu himu ogeessi fayyaa kuni.
Balaawwan ibiddaa mana keessa dhaqqabuun gara caalu daa'immaniifi dubartoonni akka miidhaman qorannoon mul'isa
Akka hakiimiin balaa atattaamaa Dr Saalihaa Ahasan BBC'tti himanitti, Walumaagalatti yoo qaamni keenya bishaan danfaatiinis tahe ibiddaa yoo gubate yaaliin ykn gargaarsi jalqabaa taasisnu wal-fakkaataadha.
Kanaaf yeroo nama gubaa qaamaa irra gahee gargaartanitti tasgabbaa'aatii qajeelfamoota kunneen armaan gadii hordofaa:
Nama balaan irraa gahe iddoo nagaa geessaa - iddoo balaan kuni uumame irraatii fageessaa. Kutaa qaama isaanii miidhame irraatii faayaa, uffata, ykn sa'aatii irraa baasaa. Garuu meeshaaleen kuni qaamatti maxxananiiru taanaan itti hin bu'iinaa, dhiisaa.
Gubaa qabbaneessaa - kutaa qaamaa miidhame yoo xiqqaate daqiiqaa kudhaniif bishaan itti jigsaa /naqaa. Qaama miidhamerraa dafanii bidhaan itti naqanii qabbaneessuun balaa ni hir'isa.
Kutaa gubate qabbaneessuun dhukkubbii, dhiita'uu fi booda godaannisa dhufu ni hir'isa. Namni miidhame dhukkubbii akka hin qabne himatus, bishaan itti jigsuu hin dhiisinaa.
Bishaan iddoo gubaan jiru yeroof hadoochuu danda'a. Garuu ammallee qaama gogaa jalaan jiru bishaan itti naqaa qabbaneessuun murteessaa dha.
Cabbii hin fayyadamiinaa. Miidhaa dabalataa fi dhukkubbii qabu fiduu danda'a. Dibata kanneen akka loshinii, kireemiin gubaa ittuu hammeessuu malee hin fooyyessan.
Iddoo gubate laastikii qulqulluudhaan maraa - kuni madaan infekshinii akka hin godhanneefi akka hin gogne taasisa.
Barbaachisa yoo tahe mana yaalaa geessaa - gubaan waan barruu harkaa caalu fa'a taanaan dhukkubsataan mana hakiimaa geeffamuu qaba.
Forwarded from HAQA,BAACOO FI TAPHAWWAN. (®yooyyaa©)
Yeroo baay'ee online irratti maallaqni ni hojjetama garuu baafachuun hin danda'amu jedhama.amma garuu karaa kanaan malli argameera.
Online maallaqa hojjettanii karaa baafattan dhabdaniittuu furmaatnisaa account paypal qabaachuudha.
👇👇👇👇👇👇
is.gd/lMJ3yO
is.gd/lMJ3yO
Akkaataa ittiin account isaa banatan viidiyoo gabaabaa A/Oromoon qophaahe
👇👇👇👇👇👇👇
https://youtu.be/rv8semW0CIs
https://youtu.be/rv8semW0CIs
HTML Embed Code:
2025/06/30 12:37:07
Back to Top