TG Telegram Group Link
Channel: Mammaksa oromo
Back to Bottom
Forwarded from Nashida (Mรธ8)
Rakkinni keenya dhibba
kan rakkoo Uume jibba
Gaaf woyyanee lafa dhabne
Gaafa EPP Lafee cabne

Furmaanni isaa Tokkummaa
Diinni nun mooyu gonkumaa
Tokkummaa keenna qofaan
Mancaafna sanyii #bofaa

Damma Daamuu tuqii join godhi
๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡
@DammaDaamuu
@DammaDaamuu
@DammaDaamuu
@DammaDaamuu
@DammaDaamuu
Rakkinni Saba Keenya dhibba
Ormi Gaaf caba keenya sirba
Gaguura Dammaa dhiifnee mooyye ulla
Warra Gadaati osoo jennu gadoon bulla
Siyaasni keenna cittoo ta'e nurratti
Fanxoo #Corona dabalame irratti
maal woyya ree Yaa fira gaafa Rakkoo
Tokko ta'i rakkinni keetis tokkoo

Join us
@DammaDaamuu
@DammaDaamuu
@DammaDaamuu
Rakkinni keenya dhibba
kan rakkoo Uume jibba
Gaaf woyyanee lafa dhabne
Gaafa EPP Lafee cabne

Furmaanni isaa Tokkummaa
Diinni nun mooyu gonkumaa
Tokkummaa keenna qofaan
Mancaafna sanyii #bofaa

Damma Daamuu tuqii join godhi
๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡
@DammaDaamuu
@DammaDaamuu
@DammaDaamuu
@DammaDaamuu
@DammaDaamuu
Forwarded from Nashida (Rolina ยฎ)
Jazbaa, jallaa dhiistee
Jabaa Sabaa dhiibdee
Gorsaaf haqa diddee
Goolii Du'aa fiddee
Jawaariin Hidhatti darbitee
Geetachoof maaskii ergitee
Nafxanyaaf baankii ramaddee
Oromoo taankiin Cagaddee
Harree Xaanaa Yaabbattaa
Qilee gubbaan dhaabbataa

Riqichi Kee dhidhimeeraโ€ผ๏ธ
Harka kenni Sitti himeeraa

@DammaDaamuu
Gurrachumman wan tiyyaa lamaa nan darbataan jedhe haraqessii
Wajjiin bullaa yoo jette qensaa qaradhuu addan banaa yoo jette comaa qaladhuu jette cittoon
Channel Oro electric installation jedhuu kana channel kesan wan tahef @Electriciki join gochun akkaa nuttii dabalamtan jalalafi kabajan isiin gafanaa ๐Ÿ‘ˆ๐Ÿ‘ˆ๐Ÿ‘ˆ
"warri akkam taana waliin jedhe akka ta'u hin dhabu."
Dhugaan Dhiigaa Funyaan si Uree
Adunyaa irraa addaan si muree
Rabbiin qofa Kan hin shaaramne
Akka kee Namni hin Abaaramne
Robnii dhugaa Nuuf gigissaaraa
Tulluu dharaa kee jijjiksaaraa
Cabbii gubbaa Sitti harcaasuuf
Lolaan isaa si mancaasuuf
Sabaaf immo ni biqilchaa
Sabnis mooyee ni ilichaa๐Ÿ™
https://www.facebook.com/100018681070526/posts/848104222488939/?app=fbl
#Dhugaa_dhiigaa!

Wolaloo Ajaa'ibaa Kan Sirna Yaadannoo Wereegama Artist #Hacaaluu_Hundessaa Woggaa 1ffaa

dhugaan Dhiigaa hin dukkanuu
Aduun dhiyee hin hafuu
hin muguu hin limsatuu
Waandhi dhugaa hin rafuu
Hacee Goota qeerransaa
Hacee Mootii Geerrarsaa
Womaa hin dadhabduu dacheen
lafti waan hundaa danda'aa
Dhugaan Dhiigaa keetii
Bilisummaa Sabaatiif
Buuftuu ta'ee Nuuf hanga'aa!
...
..
...
yaa Saba Koo..
gaafa kaayyoon Hacaaluu
Harka kee Irraa looyee bu'e
gaafas Hacaaluu mitii
Oromoo situ du'e!

#Share like #subscribe godhaa
๐Ÿ‘‡
https://m.youtube.com/watch?v=JNH-9wlBw18&feature=youtu.be
#Dhugaa_dhiigaa

Sirna Yaadannoo Wereegama Artist #Hacaaluu_Hundessaa Woggaa 1ffaa

https://youtu.be/_05k67z3ARI

dhugaan Dhiigaa hin dukkanuu
Aduun dhiyee hin hafuu
hin muguu hin limsatuu
Waandhi dhugaa hin rafuu
Hacee Goota qeerransaa
Hacee Mootii Geerrarsaa
Womaa hin dadhabduu dacheen
lafti waan hundaa danda'aa
Dhugaan Dhiigaa keetii
Bilisummaa Sabaatiif
Buuftuu ta'ee Nuuf hanga'aa!
...
..
...
yaa Saba Koo..
gaafa kaayyoon Hacaaluu
Harka kee Irraa looyee bu'e
gaafas Hacaaluu mitii
Oromoo situ du'e!

#Share like #subscribe godhaa
๐Ÿ‘‡
https://youtu.be/_05k67z3ARI
Forwarded from Nashida (Obika ยฎ)
#HacaaluuHundeessaaBoonsaa
~~~~~~~~~~~~
Lolaa Akka Qeerransaa
Tolaa Weedduuf Geerrarsaa
Sabaatu si gaafataa Si dhabee
Sobatu siin Naafataa caccabee
Yaa #Hacee Abbaa fardaa
Maandisa Seenaa dabee
Oromoo qee'een gaddaa
Erga Gaafa si dhabee๐Ÿ˜ญ๐Ÿ˜ญ
๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡
https://youtu.be/_05k67z3ARI
๐Ÿ™
Forwarded from Nashida (Obika ยฎ) via @like
#HacaaluuHundeessaaBoonsaa
~~~~~~~~~~~~~~~~
Lolaa Akka Qeerransaa
Tolaa Weedduuf Geerrarsaa
Sabaatu si gaafataa Si dhabee
Sobatu siin Naafataa caccabee
Yaa #Hacee Abbaa fardaa
Maandisa Seenaa dabee
Oromoo qee'een gaddaa
Erga Gaafa si dhabee๐Ÿ˜ญ๐Ÿ˜ญ
๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡
https://youtu.be/_05k67z3ARI
๐Ÿ™
HTML Embed Code:
2024/06/15 07:57:43
Back to Top