TG Telegram Group Link
Channel: Al-Rayyaan
Back to Bottom
Manni Maree Dhimmoota Islaamaa Magaalaa Kombolchaa walga'ii hundeeffama Mana Maree Ulamaa'ota Magaalaa Kombolchaatti gaggeesse jira

๐ˆ๐’๐‹๐€๐Œ๐ˆ๐‚ ๐Œ๐„๐ƒ๐ˆ๐€ Ebla 20/2016
Naannoo Amaaraa Zoonii Walloo Kibbaatti, Manni Maree Dhimmoota Islaamaa Magaalaa Kombolchaatti, walgahiin hundeeffama Mana Maree Ulamaa'ota Magaalaa Kombolchaatti gaggeeffamaa ooleera. Pireezidaantiin mana marichaa Sheek Ahmad Awal walgahii eebbaa irratti haasaa simannaa taasisan. Ummaa/dhaloota kana barsiisuuf itti gaafatamummaa jalqabaa Ulamaaโ€™onni akka qaban hubatee hanga ammaatti Walloonis ta'e biyya keenyaa hedduun Ulamaaโ€™onni Islaamummaa dhaloota kanaaf dabarsuu keessatti itti gaafatamummaa Rabbiin isaaniif kenne bahachuu isaanii dubbateera.

Ulamaaโ€™onni mana maree ulamaaโ€™ota kanaan filataman itti gaafatamummaa kallattii hedduu qabu kan Islaamummaan gara fuulduraatti barbaadu akka baโ€™atan waamicha gochuun imaanaa isaanii dabarsaniiru.

Dura taaโ€™aan Mana Maree Dhimmoota Islaamaa Naannoo Amaaraa, Mana Maree Ulamaaโ€™ota Sheek Muhammad Xaahiris haasawa simannaa taasisanii, manni maree haaraa ijaarame sirna Ulamaaโ€™otaaf mijateen geggeeffamuu akka qabu cimsanii dubbataniiru.

#Marsaalee Kanneen nu hordofaa
#Yaadaa Keessanis nuuf gumaachaa

Facebook
๐Ÿ‘‰ https://www.facebook.com/profile.php?id=100083464706045

Telegram
๐Ÿ‘‰ hottg.com/ethioislamicmedia
Guyyaan qormaanni kutaa 12ffaa bara kanaa itti kennamu ifoome.

๐ˆ๐’๐‹๐€๐Œ๐ˆ๐‚ ๐Œ๐„๐ƒ๐ˆ๐€ Ebla 29/2024 Finfinnee
Qormaanni biyyaalessaa kutaa 12ffaa bara barnootaa 2016 Adoleessa 3, 2016 eegalee kan kennamu taโ€™uu Tajaajjilli Qormaatileefi Madaallii Barnootaa ifoomse.

Qormaanni saayinsii Hawaasaa Adoleessa 3 -5, 2016, Saayinsiin uumamaa Adoolessa 9-11, 2016 Yuunivarsiitiwwanitti 'Online' fi waraqaan kan kennamu taโ€™uu Tajaajjilichi hime.

Barattoonni Saayinsii Hawaasaa Waraqaan qoraman Waxabajjii 30 hanga Adoolessa 1, 2016, Saayinsiin Uumamaa ammoo Adoolessa 6 -7, 2016 gara Yuunivarsiitii kan seenaan taโ€™uu hime.

Barattoonni kana hubatanii yeroon qophii barbaachisa akka taasiisaan hubachiise.

#Marsaalee Kanneen nu hordofaa
#Yaadaa Keessanis nuuf gumaachaa

Facebook
๐Ÿ‘‰ https://www.facebook.com/profile.php?id=100083464706045

Telegram
๐Ÿ‘‰ hottg.com/ethioislamicmedia
''Dubara tokko erga itti sagaagalanii durba ta'uu isii balleessanii booda haadha manaa gaarii barbaadu. Erga dubara tokko waliin sagaagaltee booda haati warraa ati fuutu biraa haaluma kee kan qabduudha.

Dargaggoonni baay'een 'garl friend' jedhanii intala waliin jiraatan waliin erga sagaagalummaa ykn zinaa raawwatanii booda intala sana fuuchuu hin barbaadnu jedhu. Kanin siin jedhu, hiriyaa kee zinaa waliin hojjatte osoma fuuchuu dhiifteellee haati warraa kee sitti heerumtu duraan hiriyaa zinaa waliin dalagde akka qabdu gonkumallee hin shakkin.

Yoo feete jecha Rabbii ol ta'ee kana dubbisi.
ุงู„ุฎุจูŠุซุงุช ู„ู„ุฎุจูŠุซูŠู† ูˆุงู„ุฎุจูŠุซูˆู† ู„ู„ุฎุจูŠุซุงุช ูˆุงู„ุทูŠุจุงุช ู„ู„ุทูŠุจูŠู† ูˆุงู„ุทูŠุจูˆู† ู„ู„ุทูŠุจุงุช ุฃูˆู„ุฆูƒ ู…ุจุฑุกูˆู† ู…ู…ุง ูŠู‚ูˆู„ูˆู† ู„ู‡ู… ู…ุบูุฑุฉ ูˆุฑุฒู‚ ูƒุฑูŠู… (ูขูฆ)
Dubartoonni badoon dhiirota badoofi, dhiironni badoonis dubartoota badoof taโ€™u. Dubartoonni gaariin dhiirota gaariifi, dhiironni gaggaariinis dubartoota gaariifi isaan sun waan isaan jedhan irraa qulqulleeffamoodhaIsaaniif araaramaafi kennaa gaarii taโ€™etu (Jannatatu) jira.
[ุงู„ู†ูˆุฑ : 26]
Doktar Muhaammad Hasan (Haafizahullaah)

๐ˆ๐’๐‹๐€๐Œ๐ˆ๐‚ ๐Œ๐„๐ƒ๐ˆ๐€
Dhaabbanni gargaarsa Egereef gargaarsa walloof kan oolu midhaan daaku qarshii miliyoona 15 olitti Tilmaamuu deeggarsa taasise.

๐ˆ๐’๐‹๐€๐Œ๐ˆ๐‚ ๐Œ๐„๐ƒ๐ˆ๐€ Ebla 24/2016
Dhaabbanni gargaarsa Egereef sababa waraana fiinxaaleyyiin Faannoo, Oromoo walloo irratti Geggeessaa jiruun hawaasa beelaaf saaxilameef kan oolu midhaan daaku qarshii miliyoona 15 olitti Tilmaamuu deeggarsa taasise.

Dhaabbanni kun karaa miidiyaa hawaasummaa ustaaz Raayyaa Abbaa Maccaan qarshii walitti qabaa kan ture yoo taโ€™u guyyaa har'aa kana deeggarsa midhaan nyaata bituun koree gargaarsa kana ummata walloof qaqqabsiisuuf dabarse kennee jira.

#Marsaalee Kanneen nu hordofaa
#Yaadaa Keessanis nuuf gumaachaa

Facebook
๐Ÿ‘‰ https://www.facebook.com/profile.php?id=100083464706045

Telegram
๐Ÿ‘‰ hottg.com/ethioislamicmedia
Sallu Al-Nabi

ุงู„ู„ู‡ู… ุตู„ู‰ ุนู„ู‰ ู…ุญู…ุฏ ุฑุณูˆู„ ุงู„ู„ู‡ ุตู„ู‰ ุงู„ู„ู‡ ุนู„ูŠู‡ ูˆุณู„
ู…
HTML Embed Code:
2024/05/03 12:00:29
Back to Top