Channel: Faaruu Daawit®
Watch "🛑hin duutati manake sieefadhu seenessuu afuura ትሞታለህና ቤትህን አዘጋጅመንፈሳዊትረካ narration bymari getachewM21" on YouTube
https://youtu.be/91u1m2uCJ7M
https://youtu.be/91u1m2uCJ7M
YouTube
🛑hin duutati manake sieerefadhu seenessuu afuura ትሞታለህና ቤትህን አዘጋጅመንፈሳዊትረካ narration bymarigetachom21
@henokhaile-officialchannel3834 @comedianeshetu @-mahtot @EOTCTV @EOTCMK @etartmedia @WAYZEMAMEDIA @FaaruuDaawit @monetube4605 @BonsaTube16 @Orthodox. @menfesawitereka @nisebihomezmur-4298 #ኦርቶዶክስ_ተዋህዶ_ፀንታ_ለዘለዓለም_ትኑር #ተዋህዶ
Uummanni Kiristaanaa marti keessan baga ayyaana yaadannoo du'aa ka'uu Iyyasuus Kiristoos kan bara 2015'n nagaan geessan!
@faaruuortodoksii
08+08+2015
@faaruuortodoksii
08+08+2015
FAARUU HAARAA KANA DAAWWADHAA.
https://youtu.be/WRRhuQUgSOo
https://youtu.be/WRRhuQUgSOo
YouTube
🔴F/taa Ashannaafii Malaakuu - SIMBOO QULQULLINAA | Faaruu Daawit 2023
27,529 views . Premiered 2 hours ago
🔴F/taa Ashannaafii Malaakuu - SIMBOO QULQULLINAA | Faaruu Daawit 2023
👇Miidiyaalee hawaasaa irratti nu hordofaa👇
Facebook - https://www.facebook.com/faaruuortodoksii
Telegram - https://hottg.com/faaruuortodoksii
TikTok - …

BAGA GEESSAN!
Waaqayyoof wanti hin danda'aamne hin jiru.(Luq. 1:37) Dubroon dubartoota keessaa adda taatee filatamtee jirti.(Luq. 1:37) Dubrummaadhaan garaatti Ishee hafe. Dubrummaadhaan deesse.(Luq. 1:34-35) Ammoos akkuma Ilma Ishe duutee, kaatee jirti. Oliis baatee jirti.
Nus akkuma Ishee fi Ilma Isheetti ni kaana. Gara Abbaasaaf gara Isaatti ni deemna. Arjummaa Isaatiin iddoo Inni nuuf qopheessees ni dhaalla.
Qabsuura keenya isa bakka dharaatiifiis hin yaadda'inaa. Wanti nu jalaa du'e marti ni ka'a. Warri hallayyaa fi dooloollootti darbatamne Tulluutti ol baanee ni mul'anna.
Baga Geessan!
Ayyaanni kan Milkii!
Credit: Hailemichael Tadesse fb Page
@faaruuordodoksii

Forwarded from Leka Printing Press®
Warreen DV-2025 guutuu barbaaddan karaa:
@lekadv_bot ykn
@lekadvert
nu qunnamuun guutuu ni dandeessu.
CARRAA GAARII!
@lekadv_bot ykn
@lekadvert
nu qunnamuun guutuu ni dandeessu.
CARRAA GAARII!
“Kennaa isaa isa hammas hin jedhamneef, Waaqayyoof galanni haa ta'u!” *2Qor. 9:15*
Baga ayyaana dhalachuu Gooftaa keenya Iyyesuus Kiristoos kan bara 2016 B.A nagaan geessan jechaa ayyaana kana sababeeffachuun namoonni waan qabdan irraa harka qalleeyyii gargaaruu barbaaddan karaa lakkoofsa bilbilaa 0921491620 nuuf bilbiluun hamma humna keessanii deggaruu ni dandeessu.
🙏Kennaasaa isa hin dhumne isiniif haa kennu. Ameen!
Irratti hirmaadhaa. 🙏🙏
Share taasisaa...

HTML Embed Code: