Channel: Dr Nafyad -Yadon Clinic
Giddu gala yaalaa ispeeshaalaayizdii Lubbuu
Magaalaa Finfinnee, Saris Adey Ababaa
Giddu gala yaalaa Ispeeshaalaayizdii dhibee keessaa, Haadhoolii fi daa’immanii Lubbuu(Lubbu Specialized Medical and MCH center , Finfinnee
Eeyyeen Afaan keenyaan ogeessota muuxannoo qabaniin magaalaa Finfinneetti yaalamna.
Qabsoo Ogeessonni keenya magaalaa Finfinnee keessatti gama Fayyaafi diinagdeen godhan baay’ee kan Nama ajaa’ibsiisudha.
Har’a magaalaa Finfinnee keessatti kan argamu giddu gala yaalaa specialized lubbuu deemee argeen ture. Jalqabaa hanga dhumaatti keessa seenee ilaaleen ture. Baayyeen itti gammade.
Giddu galli yaala specialized lubbuu Ogeessota ispheeshaalistoota muuxannoo olaanaa qabaniin tajaajila qulqullina qabu akka dhibee hatattamaa, Dhibee desdeebiin yaalamuufi ciibsanii yaaluu kennuu eegalaniiru.
Tajaajila isaan Kennan keessaa hangafoonni:-
Tajaajila yaala dhibee keessaa
Tajaajila yaala Ulfaafi gadameessaa
Tajaajila yaalii baqaqsanii yaaluu
Tajaajila yaalii daa’immanii
Qorannoo fi yaala dhibeewwan akka Onnee, Sukkaaraa, dhala dhabuufi kkf.
Giddu galli yaalaa keenya tajaajila qullqullina qabuuf si’ataa tahe kennina isiniif jedhu
Tesssoon Magaalaa Finfinnee, Saaris Adey Ababaa dhaabbata Fannoo diiimaa cina.
Lakk. Bilbilaa
0906000111
0906000222 irratti bilbilaa beellama qabadhaa!
https://hottg.com/LubuSpecializedCenter
Fayyaa hin dhabinaa!

Forwarded from Fila 安德烈
Amii Educational Consultant
Website…..amii.edu.et
Telegram….https://hottg.com/Amii_Educational_Consultant
Phone +251935872103
+251949326256
Airline ticket: International and visit visa,
student visa, work visa
Canada 🇨🇦
America 🇺🇸
German🇩🇪
Australia 🇦🇺
Poland 🇵🇱
Turkey 🇹🇷
Switzerland 🇨🇭
Netherland 🇳🇱
France 🇫🇷
Romania 🇷🇴
Georgia 🇬🇪
Malta 🇲🇹

Oduu Gammachiisaa:
Biyyoota Alaa kanneen Akka America, Canada, Germany, Australia, Poland , Turkey ,Switzerland , Netherlands, France , Romania, Georgia fi kkf barachuu, daawwachuu ykn deemtanii hojjechuu feetuu?
#Amii_Educational_Consultant
Maarree Dhaabbanni ijoollee keenya qaxaleen hundaa’ee fi eeyyama seera qabeessa qabu” Amii Educational consultant” kottaa nu haasofsiisaa isiniin jedha.
Teessoo isaa magaalaa Naqamteefi Finfinnee godhachuun dhiyootti hojii kan jalqabe Amii Consultant , Namoonni Viisaa armaan gadii:-
👉🏾Viisaa barnootaa #scholarship(student visa),
👉🏾Viisaa Hojii (work visa)
👉🏾Viisaa Daawwannaa( international ticket and visa) fi kkf barbaaddan Yeroo feetanitti qaamanis tahe mana Keessaan teessanii yoo nu qunnamtan dhimma keessan Akka dhimma keenyaatti isiniif xumurra jedhu.
Teessoon keenya:-
👉Magaalaa Naqamtee Gamoo Qidus Mikaa'el Darbii 1ffaa mana rifeensa cinaa.
👉Lakk.Bilbilaa:-
📞+251935872103
📞+251949326256
👉Website
amii.edu.et
👉Telegram
https://hottg.com/Amii_Educational_Consultant

Ijoolleen Keenya ammas gita diinagdee hundaan Finfinnee keessatti hojii uumuun heddummaachaa jiru.
Finfinnee Naannoo Autobis Teraatti akka tasaa dargaggoo ol-adeemaa kana arge. Mana electronics Urjii(Hurjii electronics)jedhamu jalqabee Mobaayilaaf mobile accessories dhiyeessuun tajaajilaa jira.
Kanaaf naannoo Awuutobis teraa yoo dhuftan kottaa Afaanuma keenyaan nu dubbisaa waan feetan gatii madalaawaan fudhadhaa isiniin jedha Urjii Electronics!
Mobaayiloota smartphone fi kanneen biroo , akksumas mobile Accessories Orijinaala wabii guutuun yoo dursitanii ajajattanis, yoo qaamaan dhuftanis akka gaariitti isin keessummeesina Jedhu.
Kana qofa osoo hin taane bakka biraa teessanii maatii ykn fira keessan fagoo jiraniifilllee yoo ajajjan isiniif ergina jedhu.
Teessoon :-
Awuutobis Tera , daandii gara Jamoo,mexico geessuurraan gamoo argamu Mammanda business center jala lakk manaa 04
Fb page=Hurjii Electronics
Telegram= https//:hottg.com/HurjiiStar
Lakk bilbilaa
👉🏾0924318893
👉🏾0906157002

Forwarded from Henok ጃኖ
በመስጠት ማንም ደሀ የሆነ ሰው የለም ፣
~~~~~~~~~~~~~~~~~~~~~~~
በዚህ ዘመን ......ብዙ ግራ የተጋቡና መሄጃ የጠፋቸው ወገኖቻቸውን መዳረሻቸውን በማመልከት ከወደቁበት በማንሳትና ፣ ከህመማቸው እንዲፈወሱ በመርዳት ትልቅ ሰብአዊ ተግባሮችን የሚፈፅሙ በርካታ ሠዎችን እንመለከታለን !
አከተመ ፣ አ ለ ቀ ለ ት ፣ በተባለ የመኖር ተስፋ ውስጥ ባለቻቸው ጥቂት አቅም ስለ ነብሳቸው የሚሠለፉ ቅን አሳቢዎችን ከማየት በላይ ደግሞ ምንም የሚያስደስት ነገር የለም !!
በህይወት ውስጥ እጅግ አሳዛኙ ጉዳይ ሞት ባይሆንም ፣ በሕይወት ለመቆየት ፣ በርካታ ምክንያቶች እያለንና ፣ በነብስ ለመክረም እየፈለግን ፣ ገንዘብ በእስትንፋሳችን ተገዳደሪ ሆኖ መገኘቱ ነው ትልቁ አሳዛኙ ጉዳይ !!
ይህ ክስተት የአብራካችን ክፋይ በሆኑ በምንሳሳላቸው ልጆች ላይ ሲከሰት ደግሞ ህመሙን የከፋ ያደርገዋል ።
እናም ይህ ሮጦ እንኳን ያልጠገበ የ 12 ዓመት ህፃን ወላጅ አባት ችግሩ ከላይ እርሱ ከታች ሆኖ በአቋሙ ተሸንፎ የእናንተን የብርቱዎች እጅ በተማፅኖ እየጠበቀ ይገኛልና ሀገር ውስጥና ከሀገር ወጪ ያላችሁ ወገኖች ይህ #በካንሰር_ህመም ምክንያት እየተሰቃየ ያለውን ልጄን አትርፉልኝ ሲል በልዑል እግዚአብሔር ስም ይማፀናል #የዮንስ_ወላጅ_አባት…… #እዮብ_ዘውዱ !! የባንክ አካውንት ቁጥር 👇👇👇👇
👉 (Minor) ዮሀንስ እዮብ ዘውዱ
ኢትዮጵያ ንግድ ባንክ
አካውንት ቁጥር - 1000425647998
#ለበለጠ_መረጃ ❗
የወላጅ አባቱ አቶ #እዮብ_ዘውዱ
ስልክ ቁጥር 👇👇👇
👉 0937724127
ወላጅ እናቱ ወ/ሮ #መሰረት_ደገፋ
👉 0986340118 በነዚህ ስልኮች በመደወል ተጨማሪ መረጃ ማግኘት ትችላላችሁ ❗

Wantoota maseenummaa/dhala godhachuu dhabuu dhiiraa fidan
Yeroo baay'ee hawaasa keenya biratti dhala dhabuun rakkoon dubartootaa qofa akka ta'etti ilaalama. Garuu rakkoon kun gama saala lameeniin kan mul'atu taha.
Dhala godhachuu dhabuu dhiirootaaf kan nama saaxilan keessaa tokko hir'achuu baay'ina ispeermiidha. Wantoonni Kanaaf nama saaxilan:-
1. Infeekshinii keessoo cidhaan dhiiraa(epididimo orchitis)
2. Wantoota ho'ina naannoo cidhaan dhiiraa dabalan kanneen akka lap top naannoo mudhii gadiirra godhanii fayyadamuu, uffata jalaa baay'ee nama qabu uffachuu, yeroo dheeraaf taa'aa turuu
3. Dhiphina ykn mukuu hamaa
4. Kaanserii cidhaan keessaa
5. Ulfaatina qaamaa garmalee
6. Tamboo aarsuu
7. Miidhaa /dhayicha naannoo cidhaanii
8. Uumamaan gadi bu'ee dhalachuu dhabuu cidhaanii(undescended testes)
9. Yeroo dheeraaf mobaayila /giiphii naannoo killee cidhaaniitti dhiyaatuutti baachaa turuu(rarely)
10. Dhibee sukkaaraa hin to'atamne fa'adha!
Fayyaa hin dhabinaa
Dr Nafyad Getu

Baga nagaan gara Dr Nafyad Clinic dhuftan
Kun Oduu Aagaati.
Dr Nafyad Office Clinic and Medical Consultation
💙🤍💙🤍💙🤍💙🤍💙🤍💙🤍
Fayyaan Faaya keessan ta'uu isinitti himuurraa, gara qaamaan rakkoo Fayyaa waliin mari’achuu fi yaalaatti dhufneerra!
Dhaabbatni kiyya haaraan Tajaajila Gorsa fayyaafi Kiliinikaa Dr. Naafyaad /Dr Nafyad Office Clinic and Medical Consultation/ handhuura Oromiyaa Finfinnee walakkattii hojii eegaluuf haal-duree barbaachisu hunda xumuraa jirra!
Tajaajilootni nuti kenninu:
- Dhukkuba kamiifuu gorsaafi hubannoo kennuu
-Qorannoo fi hordoffii fayyaa
- Namoota gara biyya alaatti dhibee fayyaan Refer ta'aniif akkasumas namoota gara alaa fedhiin deemanii yaalamuu barbaadaniif haalaa mijeessuufi bakka waldhaansaarratti gorsa kennuu
Kana booda dhibee isin mudateef, biyya keessattis ta'u biyya alaatti bifa salphaatiin waldhaansa ga'aa argachuuf hin rakkattan. Yoo nu gaafattan fi nu waliin mari’attan Qorannoofi yaala dhaabbanni keenya danda’u isiniif goonee bakka dabalataan yaalamuu barbaaddanitti ' eessi isiniif gaarii akka ta'ee fi bakka itti yaala gahaa argachuu dandeessan gorsa ogummaa isiniif himna, akkasumas haala isiniif mijeessina!
Kottaa tajaajila keenyaan wal baraa.
Teesson keenya Finfinnee, Meskel Flower ,Hoteela Internaashinaalaa Nazra fuuldura Gamoo J- plant Construction darbii 3ffaa
Lakk. Bilbilaa, WhatsApp fi Telegram
09 09 10 20 09
Kunuunsa ajaa'ibaatu siif mala.
You deserve best care.

Fiilmii Pornoogiraafii ilaaluu
Guutuu isaa liinkii gadiin Seenaa dubbisaa
👇🏾👇🏾
https://drnafyad.com/araada-fiilmii-wal-qunnamtii-saalaa-ilaaluu/

HTML Embed Code: