Baga nagaan gara Dr Nafyad Clinic dhuftan
Kun Oduu Aagaati.
Dr Nafyad Office Clinic and Medical Consultation
๐๐ค๐๐ค๐๐ค๐๐ค๐๐ค๐๐ค
Fayyaan Faaya keessan ta'uu isinitti himuurraa, gara qaamaan rakkoo Fayyaa waliin mariโachuu fi yaalaatti dhufneerra!
Dhaabbatni kiyya haaraan Tajaajila Gorsa fayyaafi Kiliinikaa Dr. Naafyaad /Dr Nafyad Office Clinic and Medical Consultation/ handhuura Oromiyaa Finfinnee walakkattii hojii eegaluuf haal-duree barbaachisu hunda xumuraa jirra!
Tajaajilootni nuti kenninu:
- Dhukkuba kamiifuu gorsaafi hubannoo kennuu
-Qorannoo fi hordoffii fayyaa
- Namoota gara biyya alaatti dhibee fayyaan Refer ta'aniif akkasumas namoota gara alaa fedhiin deemanii yaalamuu barbaadaniif haalaa mijeessuufi bakka waldhaansaarratti gorsa kennuu
Kana booda dhibee isin mudateef, biyya keessattis ta'u biyya alaatti bifa salphaatiin waldhaansa ga'aa argachuuf hin rakkattan. Yoo nu gaafattan fi nu waliin mariโattan Qorannoofi yaala dhaabbanni keenya dandaโu isiniif goonee bakka dabalataan yaalamuu barbaaddanitti ' eessi isiniif gaarii akka ta'ee fi bakka itti yaala gahaa argachuu dandeessan gorsa ogummaa isiniif himna, akkasumas haala isiniif mijeessina!
Kottaa tajaajila keenyaan wal baraa.
Teesson keenya Finfinnee, Meskel Flower ,Hoteela Internaashinaalaa Nazra fuuldura Gamoo J- plant Construction darbii 3ffaa
Lakk. Bilbilaa, WhatsApp fi Telegram
09 09 10 20 09
Kunuunsa ajaa'ibaatu siif mala.
You deserve best care.
>>Click here to continue<<