TG Telegram Group Link
Channel: Dheebuu jaalalaa
Back to Bottom
Live stream started
Forwarded from MADDA BEEKKUMSAA🌳
#Qubee_Afaan_Oromoo

Warreen Uumamu Qubee Afaan Oromoof Gahee Guddaa
bahatan!!

Isinis Seenaan Isin Yaadata!!

1.Abbaa Gammachiis
2.Sheek Mohammad Abdullee
3.Hayilee Fiidaa
4.Usmaan Odaa

Hubachiisaa: isaan kana qofa miti warreen Afaan Oromoo tokkoomsuufi Qubee Afaaan Oromoo guddisuu keessatti gahee isaanii bahatanis gara fuulduraatti ballinaan kan ilaallu ta'a.


ABDII UMMATA BAL'AA!!
πŸ“‘MIIDIYAAπŸ“‘
@OROMOTOO
@OROMOTOO

πŸ“©YaadaπŸ“©
@JAARRAABOT
@JAARRAABOT
Forwarded from JECHOOTA HAYYOOTA
Jaalalti nama jaalala beekuuf akka shaaworiiti, miira tottolcha, gammachuu namaaf kenna. Nama hin beeyneef immoo akka nama garba daakuu hin beeynetti keeti, osoo inni keessaa dhidhiittatu liqimsee nyaata!.

Jaalala jaalladhu.


#Join share share
β–½Halkan Gaarii!!
@JECHOOTAHAYYOOTA
@JECHOOTAHAYYOOTA
Forwarded from JECHOOTA HAYYOOTA
Tooftaalee dogoggora ta'aachuuf fayyadan
πŸ‘‰dogoggora kee dafii amani
πŸ‘‰waa'ee dogoggorichaa yaadaa hin oolin
πŸ‘‰irraa baradhu
πŸ‘‰gonkumaa irra deebitee dogoggora akka hin qabne murteefadhu
πŸ‘‰dogoggora uumameef namoota biroo hin yakkin ykn namoota birootti hin qabatin

@Jechootahayyoota
@Jechootahayyoota
@Jechootahayyoota
Forwarded from JECHOOTA HAYYOOTA
Sodaa

Sodaan deebii yaada keetiti. Sodaan yeroodhan hin kolaafamne taanan humna yaaduu fi waa kalaquu namarraa mulqa. Inni jabaan sodaachuu dhiisudha,gootummaa. Icitiin sodaa kee injifattuun keessaa tokkoo fi jabaan wanta sodaattu hojjachuudha.
.
Maalummaa sodaa tolchii adda baafadhu. Sodaa sumatuu uuma,sammuu kee keessa malee eessayyuu hin jiru. Sammuu kee keessaa dhabamsiisnan eessallee hin jiru jechuudha. Sodaa of keessaa balleesite taanan bakka garaa keetii,bakka abjuu fi Mul'ata keetii ni geessa. Kun immoo jireenya kee keessatti gammachuu fi nageenya guddaa siif kenna.

Madda:The monk Who Sold His Ferarri.

@Jechootahayyoota
@Jechootahayyoota
#HIN_QABU

Henook Makartii namni jedhamu seena tokko dubbata.
Jaarsa tokkotu hiriira irraa dhaabbatanii otoobusii eeggatu, isaan booda immoo dargaggeessa tokkotu dhaabata. "Dhiifama abboo laayitarii(qabsiistuu ibiddaa) qabduu?" Jedhee isaan gaafata. Dargaggeessichi tamboo ittiin qabsiifachuuf ture. Deebiin jaarsaas gabaabaa ture. "Hin qabu" jedhe dheekkamsaan. Xiqqoo itti yaadee booda dargaggeessichi nama biroo gaafatee irraa qabsiifate. Daqiiqaa muraasa jaarsi boorsaa(giiphii) isaanii keessaa laayitarii baafatanii ittin tamboo qabsiifatan. Sila isin gaafannaan laayitarii hin qabu naan hin jennee? Utuu qabdanii maaf na dhowwattanii jedhee gaafate. Jaarsi deebii kennaniif "Maal seete?" Jedhanii jalqaban. "Maal seete, laayitarii yoon siif kenne; tarii waliin dubbii eegalla. Waliin dubbii yoo eegalle immoo, otoobusii keessatti wal bira teenya ta'a. Wal bira teenyaan immoo oduun keenya itti fufuu hin oolu. Mucaa gaarii waan fakkaattuuf sin jaaladhan ta'a. Yoon si jaaladhe immoo bakkan bu'utti si buuseen, mana keenyaa irbaata si affeeran ta'a. Mana koo yoo dhufte immoo intala koo waliin wal barta ta'a. Intala koon yoo wal barte immoo tarii wal jaalattu ta'a. Yoo wal jaalattan immoo maaltu beeka dubbiin cimee dhuma irratti wal fuutu ta'a. Argitee? Ani immoo nama laayitarii bitachuu hin dandeenyetti akka heerumtu hin barbaadu. Kanaafu hin qabu garuu qaba."Maal jechuu barbaade beektuu? Yeroo baay'ee wantoonni sadarkaa sadarkaadhaan isa tokko irraa isa tokkotti ce'u, dhuma irratti bakka hin barbaachisne ga'u. Otoo isaan tarkaanfii hin eegalin dursinee achumatti akka dhaabatan yoo goone booda gatii hin barbaachisne baasuu irraa oolla. Malee immoo hiyyeessi durba hin fuudhuu miti. HAlKAN GAARII QABAADHAA!

Dubbisi dubbisuun waa baruufi!
#ShareπŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡
@OROMOTOO
@OROMOTOO
Happiness is internal,happiness is like butterfly,if you run after it,it keeps flying away,if you stand still,it come and sit on your shoulder
Forwarded from Oxford English (ηˆͺε°Ί. 卩γ„₯δΉ‡ε‡ δΈγ„š)
πŸ”€πŸ”€πŸ”€πŸ”€πŸ”€πŸ”€ πŸ”€πŸ”€πŸ”€πŸ”€πŸ”€


πŸ“Œ 10Q ------------------ Thank you 😊
πŸ“Œ CU -------------------- See you πŸ‘‹
πŸ“Œ IDK ------------------- I don't know πŸ€”
πŸ“Œ 4U --------------------- For you 🫡
πŸ“Œ 4U2 ------------------- For you too 🫡
πŸ“Œ IDC -------------------- I don't care πŸ˜‘
πŸ“Œ ILY --------------------- I love you 😘
πŸ“Œ OMG ----------------- Oh my god 😲
πŸ“Œ THX ------------------- Thanks πŸ₯Ί
πŸ“Œ NM --------------------- Not much πŸ˜”
πŸ“Œ BTW ------------------- By the way πŸ‘‰
πŸ“Œ LOL --------------------- Laugh out loud πŸ˜„
πŸ“Œ NVM ------------------- Never mindπŸ‘
πŸ“Œ PPL --------------------- People πŸ§β€β™‚πŸ§β€β™‚πŸ§β€β™‚
πŸ“Œ TTYL -------------------- Talk to you later πŸ‘‹
πŸ“Œ OMW -------------------- On my way 🧐
πŸ“Œ HBD ---------------------- Happy birthday πŸ˜€
πŸ“Œ LMK ----------------------- Let me know πŸ€™
πŸ“Œ TGIF ----------------------- Thank god is friday πŸ‘
πŸ“Œ IMO ------------------------- In my opinion 🧐




@EnglishAndFrenchForEthiopian
@EnglishAndFrenchForEthiopian
@EnglishAndFrenchForEthiopian
Please open Telegram to view this post
VIEW IN TELEGRAM
Love is doing small thing with great love
Love makes your soul crawl out from its hiding place
Love is not something you feel ,it's something you do
Forwarded from Deleted Account
Nabsee shawwadachin

Never live for ever
We will gonna to die
Hullachinm rastenaal
Ye akhiraan gudday

Akkanaan hin hafu
Namuu du'uuf jiraa
Yizeenoo xaftenaal
Yedduniyaan ciraa

We have remain back
We forget akhiraa
Lazzaach asfarrii qan
Yelleen boggoo siraa

La dunyaa michoot
Qan laliit sin lafaa
Rasdashen taraaraan
La maafras sin gafaa

Taadiyaas indeet rassaawut
Ye zalaalam beetee
Nabsee shawwadachin
Waan hin duune seetee

Nabsee shawwadachin......

Qaxxitanyaaw mangad
Iyyaayyechuu sitaa
Haraam timmanyaallech
Halaal negar titaa

Ayii yaa nabsii too......

Tey attaszanaagginy
Biyyee siyaammaakiraat
Titaa tiznaannaalech
Yaalaa minim firaat

Biyyee siyaasfaraaraat
Gabtechaal kisaaraa
Ibaakish aastawwishiw
Ye mootin sikaaraa

Min issuu bichaanaw
Ye qabir fatanaa
Hisaab innaa siraax
Aalleewullish ganaa

Jedhee sodaachisus
Naaf dhagahuu diddee
Allah gafuur naw
Alaawwakkim indee

Bilaa qaxxalachiw
Ye yaazachiwun siraa
Indeen limallisaat
Naaf himaa yaa firaa

Era tey tamalash
Ibaakkish yaa nabsee
Maxxayaq ayqarim
Namni seera cabsee

Jedhee itti himnaan
Kunoo na dhageessee
Kan guyyaa har'aatuu
As dhufuu dandeessee

Alhmdulillah.......

Ba bizuu makaraa
Ba bizuu siqaayii
Zaaree tamallasach
Sit carris guddaayii

Yaan xamzaazzaa mangad
Inda minim titaa
Qaxxitanyaw mangad
Yaazach tatsatsitaa
Nuurowun qaxxalachis
Ihew tadassitaa

Innaantes yaa jamaa
Min tilunyaallaachuu
Alaascannaqachim
Indee sabsoochaachuu

Ba sheyxaan ba nabsuu
Sintuu tashannifoo
Ye yaazaw alaamaa
Mangad laay zargifoo

Ba suus ba simmeetuu
Sintuu tasammaxaa
Mawcaa bar siyaaxaa
Arfoo taqammaxaa

Garigariin namaa
Nabseedha gabbaraa
Fedhii ishee guutuf
Rakkatee jarjaraa
Torbitti gaaf tokko
Masgiida zayyaraa

Ba jum'aa qan bichaa
Masjiidin zayyiroo
Sihed taaganyaallee
Hassaabun qayyiroo

Aandaanduu dagmoo
Cirraash mangad sitoo
Sizoor ka kaafir gaar
Salaatuunim titoo
Sicaffir taayaallee
Qalam taqabbitoo

Hallaal moltoo iyyaalee
Haraamin afqiroo
Yi qoomaal mangad layy
Hulleem tagattiroo

Min wandoochi bichaa
Ihiitoochim aalluu
Dubbachuudha qabna
Yoomis dhugaa haalluu

Connection masaabiyaa
Networkn zargitaa
Sit zoor ka kaafir gaar
Musliimoochin titaa

Jilbaabishin labsesh
Sitzoor bayyataraa
Indammaay aamribbish
Iwaqiw adaraa

Isheen nabseen ishee
Dhabde haara galfii
Wandin aasdaggifaa
Tinnassaallech salfii

Kaafiroochi machem
Ayaamaxum lawxii
Saw iraasuun sitoo
Sizoor inda kabtii

Aanchis kabtoochi gaar
Min aaqoomash dajjii
Kaafamuun kee hin hafuu
Borus isaan wajjii

Qaxxitanyaw mangad
Iyyaayyechuu sitesh
Ba saw minaagabbaash
Ye aanchiin sunnaa titesh

Zaareem nageem bihon
Yimmil dagaagimmee
Ibaakkish ihitee
Ibaakkih wandimmee

Yaalaa minim lifaat
Ka fallakkoo dastaa
Ba towhiid ba sunnaa
Nuu innibal fataa

The lord of 'aalamiin
Laa shariikalahuu
La waalallin tsaggaa
Galanni haa gahuu

Yimmaayqayyar fashion
Aallen isliminnaa
Musliim yemminoorow
La nageenawunnaa

Malkaam nagar sartoo
Malkaamin yimmanyaal
Laasaallafaaw hulluu
Damoosun yaaganyaal

Let us seek forgiveness
Laaxaffaanoo hulluu
Toowbatan nasuuhaan
Kan taate qulqulluu

Abeet yenee nagar
Abeet yaantee nagar
Abeet yaanychii nagar
Abeet yenyaa nagar

Istii innaastawul.........

Hoonom ye zaandiroo
Yeamnaa yeaachamnaa
Kan rabbiin nuuf dhokse
Badii meeqa qabnaa

Baqan ye sarraanoo
Laliit ba cillamaa
Aayten ba aynaachin
Ba jooroom sinsamaa
Issuu baleellabbat
Sintu saw sin hamaa

Inyaa dakkaamaa nen
Minim yellen quwwaa
Min yizeen lin hed now
Harki keenya duwwaa

Laddunyaa fiqir
Rastenaal aakiraa
Lazzaach aasfarri qan
Yeellen boggoo siraa

Hisaab innaa miizaan
Siraaxin rasichee
Yesarraawut haraam
Halaal nagar tichee
Baqan ba cillamaa
Yaan hulluu aaxfichee

Alaaggaalaxanyim
Sattarany geetaayee
Hulluu nagar bihon
Inda huneetaayee

α‰ αŒ£αˆ αŠ­α‰ αŠα‰ αˆ¨
α‰ αŒ£αˆ α‹¨αˆšα‹«αˆ΅αŒ αˆ‹
αŠ₯αŠ› α‹°αŠ«αˆ› αŠαŠ•
ጠα‰₯α‰€αŠ• α‹« αŠ αˆ‹αˆ…

By Miiraaj

Join Join Join
πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡
Ahlul keyr
@ https://hottg.com/Ahlulkeyr1/302 keyr
Akkami sahibban koo qaali ngy keèssani waan tokkon isiniif dhaamu barbaade namichi asii gaditti argitan kun maqaa channels nuur crypto jedhu fayyadamuun odeeffannoo waa'ee online game dabarsu kun nama dhugaa fakkaachuun hattummaadhaan
πŸ‘‰group nan bita
πŸ‘‰Ton isiniifan erga
Jechuudhan nama gowwomsuu waan barbaaduuf irraa of eega isiniin jechuun barbaadaπŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡
HTML Embed Code:
2025/07/04 08:13:27
Back to Top