#JECHA_HAYYOOTAA π
1;Biyyi kan barbaaddu harka hin xuroofneefii sammuu qulqulluudha! βοΈ
2; Dhiifama taasisuun amala nama cimaati dhiifama godhuu dhabuun amala nama dadhabooti!βοΈ
3; Hundeen beekkumsaa dubbisuudha namni hin dubbisne waan dubbatu dhaba! βοΈ
4; Jechi hin Danda'amu jedhu kan argamu kuusaa goowwootaa keessatti! βοΈ
5: Meeshaan cimaan addunyaa ittiin jijjiiran barnoota!βοΈ
6; Namni abdiin jiraatu akkuma soomaa jirutti du'a! βοΈ
@JECHOOTAHAYYOOTA
#Share waliif godhaa Galatoomaa!!!π
>>Click here to continue<<