Channel: Cooperative Bank of Oromia
Ergaan keessan milkaa'inaan qaqqabuusaa qofa miti, dhibbentaa 2'n guddachuusaas yaadadhaa!
መልእክትዎ በተሳካ ሁኔታ መድረሱን ብቻ ሳይሆን በ2 በመቶ ማደጉን ያስተውሉ!
#Coopbank #Exchangerate #ExtraBonus

Sanbattan, waa bitannaaf ykn bohaartiidhaaf, Kooppeey I-birri waliin yoo baatan, yaaddoo kaffaltii obbaafattan!
በሳምንቱ መጨረሻ፣ ለግብይት አለያም ለሻይ ቡና፣ ከኮፔይ ኢ-ብር ጋር ወጣ ካሉ፣
የክፍያውን ነገር ለኛ ትተው፣ ያለጭንቀት ዘና ይበሉ!
#Coopbank #CoopayEbirr #PaymentMadeEasy #DigitalConvenience #TapAndPay

Maashinootni ATM ammayyaawoon keenya, yeroofi humna ibsaan osoo hin daangeffamin, maallaqa galchuufis ta’e baasuuf sanbattan dabalatee halkanii guyyaa sa’aa 24 isin tajaajilu.
ዘመናዊ የኤቲኤም ማሽኖቻችን፣ በሰዓት እና በኃይል ሳይገደቡ፣ ገንዘብ ለማስገባትም ሆነ ለማውጣት ቅዳሜ እና እሁድን ጨምሮ 24 ሰዓታት ሙሉ አገልግሎት ላይ ናቸው!
#24HourBanking #Coopbank #CoopbankATM #SmartBanking #AlwaysOn #SmartBanking #24x7Service

Cooperative Bank of Oromia
Photo
Liqii Xiqqaa Iraa Ka’uun Nama Biiliyeenara Ta’e Hamdii Ulukaya
Hamdi Ulukaya ALA tti bara 1972 baadiyyaa biyya Turkitti maatii qonnaan bulaa irraa dhalate.
Umurii isaa daa’imummaa irraa kaasee, loowwan tiksaa guddate. Maatiin isaa qabeenya xiqqoo hojii qonnaan horatan fayyadamuun ilmi isaanii kun Afaan Ingiliffaan akka baratuuf biyya Ameerikaatti ergan. Ameerikaan harka bal’istee haala mijataan isa hin simanne. Maallaqni maatiin isaa akka ittiin baratuuf harka kaa’aniis yeroo gabaabaa keessatti harkaa dhumte.
Hamdi Ulukaya, malli harkaa badee fiixee abdii kutannaa irra gahuu isaatiin, jireenya mo’achuuf, yeroo barnoota isaan alatti hojiilee sadarkaa gadi aanaa jedhaman hojjachuu eegale. Hojiilee kanneen akka manneen hoteelaa keessatti keessummeessuu, mi’a dhiquu akkasumas daandii qulqulleessuu hojjechuun of deeggaraa barnoota isaa xumuruu danda’e.
Fedhiin milkaa’ina jireenyaaf qabu guddaa wanta tureef, muuxannoo biyya isaatti qabuu fi beekumsa ammayyaawaa barumsaan argate walitti fiduun, mala mul’ata isaa ittiin milkeessuu danda’u tokko yaade. Naannoo inni jiraatu sana warshaa qindeessa aannaniifi bu’aawwan aannanii kasaaree cufame tokko hojii jalqabsiisuuf murteesse. Warshaa qindeessa aannanii kana bituuf humna waan hin qabneef dhaabbilee faaynaansii daldaltoota xixiqqaaf liqii kennan bira deemuun liqii gaafate. Liqii kana argachuun laayyoo hin turre. Haa ta’u malee bu’aa ba’ii hedduu booda maallaqa xiqqaa warshaa xiqqaa kana bitachuuf isa dandeessisu argate.
Namooti isa beekan hojiin daldala akkanaa naannoo sanatti milkaa’uu akka hin dandeeye akeekkachiisanis, muuxannoo fi kutannoo qabu abdatee itittuu gabaaf dhiheessuun hojii eegale. Jalqaba irratti hedduu yoo qorames abdii kutachuu didee mi’eessitoota gara garaa itti dabaluun itittuu sana dhamdhamasaa fooyyessuu akka danda’u yaade. Haaluma kanaan moggaasa maqaa 'Chobani' jedhuun itittuu isaa mala haaraan dhiyeessuu eegale. Kalaqa isaa addaatiin fudhatamummaa argatee maqaa gaarii horate. Yeroo gabaabaa keessattis, 'Chobani'n maqaa daldalaa guddaa Ameerikaa keessatti beekamu ta’e.
Yeroo ammaa kanatti dhaabbatni Itittuu 'Chobani' jedhamu namoota kuma hedduun lakkaa’amaniif carraa hojii uumuu irra darbee nyaata fayya-qabeessa dhiyeessuun, maqaa guddaa kan qabuu fi waggaatti galii Doolaara Biiliyoona hedduu galchu ta’eera.
Seenaan Hamdi Ulukay, beekumsa ofiin, ofitti amanamummaa fi abdii kutachuu dhiisuun kaappitaala guddaa otoo hin yaadin liqii sadarkaa xixiqqaan eegalanii mul’ata ofii milkessuun akka danda’amu kan barsiisuudha.
ከአነስተኛ ብድር በመነሳት ቢሊዬነር የሆነው ሀምዲ ኡሉካያ
ሀምዲ ኡሉካያ እ.አ.አ በ1972 በቱርክ ሀገር ገጠራማ አካባቢ ከአርሶ አደር ቤተሰብ ተወለደ።
ከልጅነት ዕድሜው ጀምሮ ከብቶችን ሲያግድ ነበር ያደገው። ወላጆቹ ከግብርና ሥራ ባፈሩት ጥሪት ለተሻለ ትምህርት ወደ አሜሪካን ሀገር ላኩት። ይሁን እንጂ አሜሪካን እንዳሰበው እጇን ዘርግታ አልተቀበለችውም። ቤተሰቦቹ እንዲማርበት በሚል የሰጡት ገንዘብ በአጭር ጊዜ ከእጁ አለቀች።
ሀምዲ ኡሉካያ፣ መላው ቢጠፋው ተስፋ ለመቁረጥ ጫፍ ላይ በመድረሱ ኑሮን ለማሸነፍ ከትምህርት ሰዓት ውጭ አነስተኛ ደረጃ የሚባሉ ሥራዎችን መሥራት ጀመረ። ሆቴል ቤቶች በአስተናጋጅነት፣ በእቃ አጣቢነት እንዲሁም የመንገድ ጽዳት በመሥራት እራሱን እየረዳ ትምህርቱን ለማጠናቀቅ ቻለ።
ህይወቱን ለመለወጥ በነበረው ብርቱ ፍላጎት፣ ከሀገር ቤት የነበረውን ልምድና ያገኘውን ዘመናዊ ዕውቀት በማጣመር ራዕዩን እውን የሚያደርግበት አንድ ስልት ቀየሰ። ከዛም በሚኖርበት አካባቢ አንድ በኪሳራ ምክንያት ተዘግቶ የነበረ የወተትና የወተት ተዋጾ ማቀነባበሪያ ተቋም ሥራ ለማስጀመር ወሰነ። ይህን ማቀናበሪያ ተቋም ለመግዛት አቅም ስላልነበረው ለትናንሽ ንግዶች ብድር ከሚሰጡ የገንዘብ ብድር ተቋማት በመሄድ ብድር ጠየቀ። ይህን ብድር ማግኘት ቀላል አልነበረም። ነገር ግን ከብዙ ውጣ ውረድ በኋላ ይህን ትንሽ ፋብሪካ የሚገዛበትን ትንሽ ገንዘብ አገኘ።
ብዙ ሰዎች እንደዚህ ዓይነት ንግድ እዛ አካባቢ አትራፊ እንደማያደርግ ቢያስጠነቅቁትም እርሱ ግን እርጎ ለገበያ በማቅረብ ሥራ ጀመረ። በመጀመሪያ በብዙ ቢፈተንም ተስፋ ባለመቁረጥ የተለያዩ ማጣፈጫ ቅመማ ቅመም በመጨመር ጠዓሙን ይበልጥ ማሻሻል እንደሚችል አሰበ። በዚሁ አኳኋን 'ቾበኒ' በሚል መጠሪያ እርጎውን በአዲስ መልክ ማቅረብ ጀመረ። በልዩ ፈጠራው ተቀባይነት አግኝቶ መልካም ስም ሊያፈራ ቻለ። በአጭር ጊዜ ውስጥ 'ቾበኒ' አሜሪካ ውስጥ ታዋቂ የንግድ ስም ሆነ።
በአሁኑ ሰዓት 'ቾበኒ' የሚባለው የእርጎ አምራች ኩባንያ ለብዙ ሺህ ሰዎች የሥራ እድል ከመፍጠር አልፎ ለጤና ተስማሚ ምግብ በማቅረብ ትልቅ ስም ያለውና በዓመት በቢሊዮን ዶላር የሚቆጠር ገቢ የሚያስገኝ ተቋም ሆኗል።
የሀምዲ ኡሉካያ ታሪክ በእውቀት፣ በራስ መተማመንና ተስፋ ባለመቁረጥ፣ ትልቅ ካፒታል ሳይታሰብ በአነስተኛ ብድር በመጀመር ራዕይን ዕውን ማድረግ እንደሚቻል የሚያስተምር ነው።
#MondayMotivation #Coopbank #SuccessMindset #HamdiUlukaya

Fiixeen guddinaa kan fageenyarratti ilaaltu hin ta’u, kan bira geessee qaqqabattu malee
Liqiin dijitaalawaa Michuu Kiyyaa kan akeekame mul’ate kee dhugoomsumaafidha.
የእድገት ማማው ከሩቅ የምታይው አይሆንም፣ ቀርበሽ የምትደርሺው እንጂ
ምቹ ኪያ ዲጂታል ብድርም የታለመው አንቺን ከህልምሽ ለማድረስ ነው።
#MichuKiyyaa #Coopbank #EmpoweringWomenEntrepreneurs #MichuDigitalLoan #WomenInBusiness #FinancingTheDream

Ergaa keessan saffisa ajaayibaan, kennaa keenya waliin isiniif dhaqqabsiifna.
መልዕክትዎን በአስገራሚ ፍጥነት ከስጦታችን ጋር እናደርስልዎታለን
#Coopbank #Exchangerate #ExtraBonus
መልዕክትዎን በአስገራሚ ፍጥነት ከስጦታችን ጋር እናደርስልዎታለን
#Coopbank #Exchangerate #ExtraBonus
Sosochii maallaqaa guyyuufis ta'e kaffaltiiwwan garaagaraa raawwachuuf, Kaardii Gamtaatti maa’ii bahaa, ba’aa maallaqaa obbaafadhaa!
ለዕለት ከዕለት የገንዘብ እንቅስቃሴዎም ሆነ የተለያዩ ክፍያዎችዎን ለመፈጸም፣ ገምታ ካርድዎን ይያዙ፣ ከገንዘብ ሸከማም ይረፉ!
#GamtaCard #Coopbank #SmartBanking #NoCashNoRush #EaseTheBurden
#GamtaaCard #Coopbank #SmartBanking #ZeroFatigue #CashlessLiving #ModernPayments #EasyCashAccess
ለዕለት ከዕለት የገንዘብ እንቅስቃሴዎም ሆነ የተለያዩ ክፍያዎችዎን ለመፈጸም፣ ገምታ ካርድዎን ይያዙ፣ ከገንዘብ ሸከማም ይረፉ!
#GamtaCard #Coopbank #SmartBanking #NoCashNoRush #EaseTheBurden
#GamtaaCard #Coopbank #SmartBanking #ZeroFatigue #CashlessLiving #ModernPayments #EasyCashAccess
Ergaa keessan saffisa ajaayibaan, kennaa keenya waliin isiniif dhaqqabsiifna.
መልዕክትዎን በአስገራሚ ፍጥነት ከስጦታችን ጋር እናደርስልዎታለን
#Coopbank #Exchangerate #ExtraBonus
መልዕክትዎን በአስገራሚ ፍጥነት ከስጦታችን ጋር እናደርስልዎታለን
#Coopbank #Exchangerate #ExtraBonus
Cooperative Bank of Oromia
Photo
Dhaqqabummaa tajaajila liqii dijitaalawaa keenya hawaasa baadiyyaaf babal’ifneerra
Tajaajilli dijitaalawaa qonnaan bultoota humneessu kennuu eegalle kun, ragaa saataalaaytii irraa argame akkasumas fedhii liqii qonnaan bulaan qaburratti hundaa’uun sirna madaallii liqii baankiin keenya Raaboo Baank waliin ta’uun uummateefi karaa sistama keenya Faarm Paasii, Maastar Kaardi waliin ta’uun hojjetuun ragaa qindaa’een, tajaajila faaynaansii bittaa callaa guddistuu qonnaan bultootaaf kan kennamudha.
Tajaajilli faaynaansii kun qonnaan bultoonni callaa guddistuu hayyamameef dhiheessitoota irraa, akaakuun/bifa xaawoo, sanyii filatamaa fi kkf/fudhachuu akka danda’an kan gargaaru yommuu ta’u, walitti hidhamiinsa gabaa uumuun, oomisha isaaniifis carraa gabaa kan bal’isuudhas.
የዲጂታል ብድር ተደራሽነታችንን ለገጠሩ ማህበረሰብ አስፋፍተናል
አርሶ አደሩን ለመደገፍ የጀመርነው ይህ ዲጂታል ብድር ከሳታላይት በተገኘ መረጃ እንዲሁም አርሶ አደሮች ካላቸው የብድር ፍላጎት አኳያ ፣ ባንካችን ከራቦ ባንክ ጋር በቀረጸው የብድር ምዘና ስርዓት፣ ከፋርም ፓስ ማስተር ካርድ ጋር በጋራ በተበጀ ሲስተም በተጠናቀረ መረጃ መሰረት ለአርሶ አደሮች የሚሰጥ የምርት ግብዓት መግዣ ዲጂታል የፋይናንስ አገልግሎት ነው።
ሲስተሙ አርሶ አደሮች የተፈቀደላቸውን የምርት ግብዓት ከአቅራቢዎች በዓይነት/ማዳበሪያ፣ ምርጥ ዘር እና ሌሎች/ እንዲያገኙ የሚረዳ ሲሆን የገበያ ትስስር በመፍጠር ለምርታቸው የገበያ እድል የሚያሰፋ ነው።
#Coopbank #Rabobank #FarmPass #DigitalAgriFinance #SouqPass #SmartFarming #FinancialInclusion #AgriFinance #FarmersEmpowerment #DigitalTransformation

Gatii jijjiirraa fooyya'aa qofa miti, kennaa gammachuu keessan lachuu guutuu taasisuun isin eegna!
የተሻለ ምንዛሪ ብቻ አይደለም የሁለቱንም ወገን/የሁለታችሁንም/ ደስታ ሙሉ የሚያደርግ ስጦታ አለን!
#Coopbank #Exchangerate #ExtraBonus
የተሻለ ምንዛሪ ብቻ አይደለም የሁለቱንም ወገን/የሁለታችሁንም/ ደስታ ሙሉ የሚያደርግ ስጦታ አለን!
#Coopbank #Exchangerate #ExtraBonus
This media is not supported in your browser
VIEW IN TELEGRAM
Kooppeey I-birriin koodii QR keenya SCAN gochuun saffisaan kaffaladhaa!
በኮፔይ ኢ-ብር QR ኮዳችንን SCAN አድርገው በፍጥነት ይክፈሉ!
#Coopbank #ScanToPay #Coopay #eBirr #SmartPayments #CashlessLife

Herreega Olkaawwannaa Invastimantii Mudaarabaa banadhaa, bu’aa irraa argamu qooddadhaa!
Jumu’aa Mubaarak!
ሙዳረባ የኢንቨስትመንት ተቀማጭ ሂሳብ ይክፈቱ፣ የሚያስገኘውን ትርፍ ይቋደሱ!
ጁሙዓ ሙባረክ!
#Coopbank #CoopbankAlhuda #SmartBanking #ProfitWithPurpose #JumuahMubarak

HTML Embed Code: