TG Telegram Group Link
Channel: BBC News Afaan Oromoo
Back to Bottom
Namni Atoomik boombii amma addunyaan akka malee sodaattu hojjete gaafa Jaappaan irra buusuun al takkaatti namoota kuma dhibbaan lakkaa'aman fixe maal jedhe?
Gaabbii isaa akkamiin ibse? πŸ‘‰πŸ‘‰ https://www.bbc.com/afaanoromoo/articles/cmlxk99w32jo?at_campaign=ws_whatsapp
Hanqina boba'aa itoophiyaa keessatti tibbana mudateen Finfinnee fi Adaamaa dabalatee magaalota biyyattii adda addaa keessatti konkolaattonni hiriira dhedheeraa guyyotaaf ture mul'achaa jira.

Sababni maali? Mootummaan gatii dabaleeraa? Gaafanneerra. πŸ‘‡πŸ‘‡ https://www.bbc.com/afaanoromoo/articles/c0epldwnzwxo?at_campaign=ws_whatsapp
πŸ§‘β€πŸŽ“πŸŽ“πŸ‡¬πŸ‡§ Kui ajaa'iba. Dubartiin kuni yunivarsiitii irraa eebbifamtee hojii argachuuf CV ishee bakka 600 ol galfatte.

Sanuu hin arganne. Dhumarra akkam taate seetan?

β†ͺ️ https://www.bbc.com/afaanoromoo/articles/cm209p7xyn1o?at_campaign=ws_whatsapp
Dhukkubbni onnee tasaa maali?

Namni dhibee onneen tasuma du'e yeroo jedhamu dhagahama. Kun mallattoo dhukkubaa homaa osoo irratti hin argiin tahuu danda'a.

Ofii dhukkubni onnee tasaa maali? Akkamiin irraa of eeguun danda'ama?

πŸ‘‡πŸ‘‡ https://www.bbc.com/afaanoromoo/articles/cy4yvl3v474o?at_campaign=ws_whatsapp
Pirezidant Doonaald Tiraamp namoota TikTok bituu danda'an akka qaban dubbatan.

Miidiyaan hawaasummaa kun sodaa nageenyaaf jecha US keessatti dhorkameera.

Tiraampi Chaayinaa irraa eenyu akka bitu barbaadu laata? πŸ‘‡πŸ‘‡ https://www.bbc.com/afaanoromoo/articles/cq53452lew6o?at_campaign=ws_whatsapp
Astirooyidoonni afur dhiyeenya dachee irratti kufuu danda'u jedhamuun qorattoonni xiyyeeffannoo guddaan qorataa jiru.

Astirooyidoonni kunneen kam fa'i? Miidhaa akkamii namarraan gahu? Adda baafamaniiru.

Asii argattu. πŸ‘‡πŸ‘‡ https://www.bbc.com/afaanoromoo/articles/cx2vvlq9wl0o?at_campaign=ws_whatsapp
Ajajaa duraanii tikaa Iraan ofuma isaafuu basaasaa israa'el tahee argame.....

"Qondaalli tikaa olaanan Iraan basaastota Israa'el akka to'atuuf kaa'ame, ofiisaafuu tika Israa'el ta'ee argame," jechuun pirezidaantiin Iraan dubbatanii ture.

Shirawwan Israa'el Iraan keessatti gaggeessitu akka to'atuuf itti gaafatamummaa qaba ture.

Gabaasichaaf; πŸ‘‡πŸ‘‡ https://www.bbc.com/afaanoromoo/articles/cgrx2ep2549o?at_campaign=ws_whatsapp
HTML Embed Code:
2025/07/02 13:34:52
Back to Top