TG Telegram Group Link
Channel: Gaaffii Shakkitootaaf Deebii Ga’aa
Back to Bottom
"Aaga Qabna"

►Bara gurri keenya wantoota dhagahuuf nama yaaddessan dhagahuu baay'ise kanatti missiraachoo  akkasii dhagahuun akka haadha osoo ciniinsuu irra jirtuu gidduutti booqonnaan wayii isheetti dhagahamuuti. Waaqayyoo kan milkii nuuf haa taasisu! Miidiyaan Sootiriyaa (Sootiriyaa jechuun fayyina) dhufaan jira jedheera. Hammasitti Link gadiin seenuun maaddii miidiyichi yeroo dhiyootti qabatee bahuuf jedhu kana hirmaachuuf haa qophoofnu! Qajeelummaadhaan hiriyyoota keenya haa affeerru!

➭YouTube►https://youtube.com/@Soteriamedia21?si=VMAMZpRtucXIkMwg

➭Telegram Channel►https://hottg.com/Soteriamedia

➭Facebook Page►https://www.facebook.com/61558509670583/posts/1562095994581129/?substory_index=1562095994581129&app=fbl

 🙏Nagaan Nuuf Koottaa!🙏
Forwarded from MIIDIYAA SOOTIRIYAA ሶትርያ ሚዲያ (Lamessa Teshome)
Media is too big
VIEW IN TELEGRAM
⚜️Miidiyaa Sootiriyaa⚜️

Liinkiiwwan kanaa gadiin seenuun like, subscribe, follow, join gochuun haa firoomfannu!

➭YouTube

https://youtube.com/@Soteriamedia21?si=VMAMZpRtucXIkMwg

➭Telegram Channel
https://hottg.com/Soteriamedia

➭Facebook Page

https://www.facebook.com/share/Fism921qf9FupwCN/?mibextid=oFDknk

🙏Yeroo Dhiyootti🙏
Gaafa as irratti, “‘Miidiyaa Sootiriyaa’ ‘Subscribe,’ ‘Join’ fi ‘Follow’ godhaa!” jedhamu, jechaan waanuma salphaa nutti fakkaata. Dhugaadha, garuu aarsaan kana as nutti fiduudhaaf kaffalame hagam akka ta’ee eenyuutu hubate? 🤔

Kanaaf isin immoo ‘kana gochuun keenya gatii isaanii kana deebisuudhaafidha’ jedhaa yaadaatii waanuma isiniin jedhame, “Miidiyaa Sootiriyaa” : ‘YouTube Channel’ — ‘Subscribe’ ;  ‘Telegram Channel’ —  ‘Join’ ; ‘Facebook Page’ — ‘Follow’ gochuun miseensa taane cina dhaabannee jajjabina taanee, tajaajila mana kiristiyaanaa keenyaas daran akka cimuuf yoo deeggerre mee maal rakkoo qaba?🤔

Kanaafuu:

1. ‘YouTube Channel’ - ‘Subscribe

2. ‘Telegram Channel’ - ‘Join

3. ‘Facebook Page’ - ‘Follow’ taasisaa!🙏
Audio
Maqaa Abbaa Kan Ilmaa Kan Hafuura Qulqulluu Waaqa Tokko Amen

Dhukkubbii (Himamat)
Barressaan Dn Heenok Haylee

Afaan Oromootti hiikun kan dubbifame : Chaayinaalii Daandii Jireenyaa

Kutaa 1: Dabaree Kan Si Kennu Eenyu?

Share waliif haa taasisnu

Kutaawwan itti aanan itti fufu, dursitanii kan barbaaddan yoo jiraattan liinkii youtube armaan gadiin argachuu dandeessu.
Audio
Maqaa Abbaa Kan Ilmaa Kan Hafuura Qulqulluu Waaqa Tokko Amen

Dhukkubbii (Himamat)
Barressaan Dn Heenok Haylee

Afaan Oromootti hiikun kan dubbifame : Chaayinaalii Daandii Jireenyaa

Kutaa 2 : Miilota Yihuudaa

Kutaa 3 : Isaan Kun Haa Deemaniiti Dhiisa

Share waliif haa taasisnu

Viidiyoon hordofuu warreen barbaaddan liinkii armaan gadii fayyadama.
Audio
Maqaa Abbaa Kan Ilmaa Kan Hafuura Qulqulluu Waaqa Tokko Amen

“Gidiraa Waaqa Ilmaa kan dubbatu afaan akkamidha!

Dhukkubbii (Himamat)
Barressaan Dn Heenok Haylee

Afaan Oromootti hiikun kan dubbifame : Chaayinaalii Daandii Jireenyaa

Kutaa 4 : Mooraa Qormaataa Keessatti

Share waliif haa taasisnu

Viidiyoon hordofuu warreen barbaaddan liinkii armaan gadii fayyadama.
Audio
Maqaa Abbaa Kan Ilmaa Kan Hafuura Qulqulluu Waaqa Tokko Amen

“Gidiraa Waaqa Ilmaa kan dubbatu afaan akkamidha!

Dhukkubbii (Himamat)
Barressaan Dn Heenok Haylee

Afaan Oromootti hiikun kan dubbifame : Chaayinaalii Daandii Jireenyaa

Kutaa 5 : Yaa’ii Yihuudotaa Guddicha, Maaliif Na Rukkutta?

Share waliif haa taasisnu

Viidiyoon hordofuu warreen barbaaddan liinkii armaan gadii fayyadama.
Audio
Maqaa Abbaa Kan Ilmaa Kan Hafuura Qulqulluu Waaqa Tokko Amen

“Gidiraa Waaqa Ilmaa kan dubbatu afaan akkamidha!

Dhukkubbii (Himamat)
Barressaan Dn Heenok Haylee

Afaan Oromootti hiikun kan dubbifame : Chaayinaalii Daandii Jireenyaa

Kutaa 6 : Mana Murtii Dukkanaa

Share waliif haa taasisnu

Viidiyoon hordofuu warreen barbaaddan liinkii armaan gadii fayyadama.
Fayyuun kan biraan hin jiru.pdf
1.9 MB
Fayyinni kan biraatiin eenyunillee hin jiru; maqaan kan biraa, ittiin fayyuun kan nuuf ta’u, samii gaditti ilmaan namootaaf hin kennamne(H.D.B.4:12).

Join: https://hottg.com/abdiimaariyaamiifinjira
HTML Embed Code:
2024/05/21 07:00:22
Back to Top