TG Telegram Group Link
Channel: Turullee Dhugatu Mo'ata
Back to Bottom
#Magaalaa_Doolee

#Godina_Arsii_Lixaa, Aanaa Nageellee Magaalaa #Dooleetti, sagantaa bareedaan #Guyyaa 17/05/2024 or 09/09/2016tti Leenjii gabaabaa #Islaamummaa_Addunyaaf jedhu salaata Juma'aa booda  kennuun, gammachuu guddaan goolabnee, gara biyyaa nagahaan gallee jirraa Alhamdulillaah.


https://hottg.com/Xaaliburidallah
Media is too big
VIEW IN TELEGRAM
Wonti #Addunyaa_Akka #hin_ijaaramne_isii_taasisu maal Akka ta'e quba qabduu? Manguddoon Kun isinii himuu dhageefadhaa.

https://hottg.com/Xaaliburidallah
This media is not supported in your browser
VIEW IN TELEGRAM
Worroota #Macaafa_Qulqulluu jedhanii hordofaa jiran, hawaasa Muslimaa yoo shakkanillee Mee ni fakkaataa, #namoota_beekaa keenna jedhanii hordofanii hoo, maal jedhuun laata⁉️ Irraa fudhatan moo ni mormu⁉️

https://hottg.com/Xaaliburidallah
#Magaalaa_Adaabbaa
Seenaa guddaa Dhalootaan hojjatame, #Eebba_mana_kitaaba

#Godina_Arsii_Lixaa, Aanaa Adaabbaa, Magaalaa #Adaabbaatti, sagantaan #Guyyaa 19/05/2024 or 11/09/2016tti Eebba mana kitaaba barattootaa fi leenjiin bareedaan  #Islaamummaa_Addunyaaf jedhu salaata Magriibaa Irraa eegalee kennamaa ture gammachuu guddaan goolabnee, gara biyyaa nagahaan gallee jirraa Alhamdulillaah.


https://hottg.com/Xaaliburidallah
#Burqaa_Diinii_Ziyaarree, badhaasa guddaa duaa'ii fudhannee galle Alhamdulillah.

Madda hayyoota hedduu kan ta'e, Halqaa Ilmii sheek #Habiib_Leencaa guyyaa 12/09/2016 or 20/05/2024 taasifnee, Yuunivarsitii guddaa dhaloonni abdii biyyaa keessatti oomishamaa jiru (#barattoonni 2,500 ol #keessatti_argamu), kan Magaalaa Shashamannee ziyaarree, faaruun kan Rabbii keennaatti boojuu guddoon gallee. Hunda worroota Rabbiif jecha nu jaalatuutii fi Rabbiif jecha jaalannuu, duaa'ii guyyaa hara'aa nu arganne kana Rabbiin isinillee haa kennuu. Amiiiiiiiin.

https://hottg.com/Xaaliburidallah
HTML Embed Code:
2024/05/21 17:29:54
Back to Top