TG Telegram Group Link
Channel: MIIDIYAA SOOTIRIYAA ሶትርያ ሚዲያ
Back to Bottom
#Nu_Eegaa...

Har'a galgala (03/09/2016) lallaba barumsaawaa mata duree  ''Guyyoota jahan du'aa ka'umsa booda jiran'' jedhuun #YouTube Miidiyaa Sootiriyaa irratti nu eegaa!

Sa'atii 2:00 (A.L.I) irratti! Barsiisaa Ashannaafii Sisaayiin (Dn)!

Karaa linkiiwwan gadiin seenuun Miidiyaa yeroo dhiyoo tamsaasa jalqabe kana Subscribe, Join, follow godhaa!👇

➭YouTube►https://youtube.com/@Soteriamedia21?si=VMAMZpRtucXIkMwg
➭Telegram Channel►https://hottg.com/Soteriamedia
➭Facebook Page►https://www.facebook.com/soteriamedia21
This media is not supported in your browser
VIEW IN TELEGRAM
Media is too big
VIEW IN TELEGRAM
👏Faarfannaa👏

Du'aa Ka'uu kee kan amannu nuuf *2
Ifa kee nuuf ergi nuyiifii *4

Faarfattoota Miidiyaa Sootiriyaatiin!

Faarfannaa kana guutuu isaa, akkasuma faarfannawwan biroo YouTube miidiyichaa irraa argattu! Kanaaf YouTube Miidiyichaa
#subscribe, hiriyyoota keessan affeeruu hin dagatiinaa! Link gadiin seenuu dandeessu👇

Miidiyaa Sootiriyaa: ➭https://youtube.com/watch?v=J4Lc_jQHXus&si=at0obsI7G0Gc15cV
#Lallaba🔊

Lallaba B/saa Guutamaa tiin Miidiyaa Sootiriyaa irratti!

Lallaba kanaan;

➭Hariiroon namaa fi Waaqayyoo akkamiin ibsama?
➭Aangoon du'aa akkamiin barbadaa'e?
➭Wangeelotni arfan maalif dhimma du'aa ka'umsaa barreessun wangeela isaanii xumuran?
➭Du'aa ka'umsi Gooftaa du'aa ka'umsa namoota biroo irraa maalin adda ta'a?
➭Waa'ee du'aa ka'umsa gooftaa irratti beektotni qulqullootni mana kiristaanaa maal jedhan? Kan jedhu ni baranna; ni hubanna!

Har'a galgala (07-08-16) sa'atii 2:00 ALI YouTube Miidiyaa Sootiriyaa irratti nu eegaa!

Tajaajilichi kan hunda keenyaa waan ta'eef YouTube Miidiyichaa #subscribe gochuun, hiriyyoota keessan affeeruun tajaajilicha haa deeggaru!

Miidiyaa Sootiriyaa👇

➭YouTube►https://youtube.com/@Soteriamedia21?si=VMAMZpRtucXIkMwg

➭Telegram Channel►https://hottg.com/Soteriamedia

➭Facebook Page►https://www.facebook.com/soteriamedia21
Media is too big
VIEW IN TELEGRAM
#Walaloo

Walaloo afuurawaa mata duree "Eenyutu Hubatee?" jedhu B/saa Misgaanuu Yaadasaa (Dn) tiin Miidiyaa Sootiriyaa irratti!


Har'a galgala (10-09-16) sa'atii 2:00 ALI YouTube Miidiyaa Sootiriyaa irratti nu eegaa!

Tajaajilichi kan hunda keenyaa waan ta'eef YouTube Miidiyichaa #subscribe gochuun, hiriyyoota keessan affeeruun tajaajilicha haa deeggaru!

Miidiyaa Sootiriyaa👇

➭YouTube►https://youtube.com/@Soteriamedia21?si=VMAMZpRtucXIkMwg

➭Telegram Channel►https://hottg.com/Soteriamedia

➭Facebook Page►https://www.facebook.com/soteriamedia21
Toora miidiyaalee hawaasaa Miidiyaa Sootiriyaa👇

➭YouTube►https://youtube.com/@soteriamedia21

➭Telegram Channel►https://hottg.com/Soteriamedia

➭Facebook Page►https://www.facebook.com/soteriamedia21
Maatii Taatanii Jirtuu

➭Jaalatamaa/tuu obboleessa/eettii koo nageenyi Waaqayyoo siif haa baay'atu; waa si yaadachiisuu?! Tole! Bara keenya kanatti dhiibbaa miidiyaan hawaasaa fi ammayyummaa ana fi si'i dabalatee dhaloota irratti fidaa jiru hammam akka ta'e sitti hin himu, atiyyuu beekta waan ta'eef! Dhiibbaan kun guyyaa irraa gara guyyaatti dachaan dabalaa deemuun isaa immoo waan nama rifachiisuu fi sodaachisudha. Kanaan walqabatee manni kiristaanaa kee , haati kee ishee dhugaan baduu dhalootaa hin barbaadne kun osoo maal fa'a hojjette furmaatadha jetta? Tarii akkuma koo tajaajila afuurawaa qindaa'aa ta'ee fi bilchaataa ta'e  miidiyaalee hawaasaatiin tamsaasuun dhiibbaa jiru kana akka carraa gaariitti fayyadamuu qabdi jetta ta'a. Dhugaadha mana kiristaanaaf miidiyaaleen hawaasaa hedduun ishee barbaachisu; hedduu qofa osoo hin taane miidiyaa guddaatu isheef mala. Miidiyaa guddaan immoo kan jiraatu yoo anaaf si'i, obboloonni keenyi biroonis walirraa gargar faca'uu dhiisnee walitti dhufnee karaa dandeenyuun tumsa taasisnedha. Tumsa taasisuu barbaaddaaree?! Koottu kunoo miidiyaa mana kiristaanaa kan ta'e tokko  "Miidiyaa Sootiriyaa" #Subscribe #Follow #Like #Join gochuun maatii haa taanu; obboloota keenyas affeeruun tumsuma xiqqoo kana  irraa haa eegallu. Obboloota jaalattu qabda mitii?!; mee affeerraa kana ergiif!

Toora miidiyaalee hawaasaa Miidiyaa Sootiriyaa👇

➭YouTube►https://youtube.com/@soteriamedia21

➭Telegram Channel►https://hottg.com/Soteriamedia

➭Facebook Page►https://www.facebook.com/soteriamedia21
#Rihooboot

Barumsa afuuraa maaddii Miidiyaan keenya qopheesse irraa nyaachuuf karaa YouTube maatii kan ta'an hordoftoota 2000 (kuma lama) horannee jirra; Waaqayyoo nu baay'iseera!

Galatoomaa! Eebbifamaa!🙏

Toora miidiyaalee hawaasaa Miidiyaa Sootiriyaa👇

➭YouTube►https://youtube.com/@soteriamedia21

➭Telegram Channel►https://hottg.com/Soteriamedia

➭Facebook Page►https://www.facebook.com/soteriamedia21
Media is too big
VIEW IN TELEGRAM
#Barumsa_Itti_Fufaa

Barumsa Itti fufaa Mata duree "Kadhannaa" jedhuun B/saa Darajjee Boggaalee (Dn) tiin Miidiyaa Sootiriyaa irratti!

Barumsa kanaan;

➭Maalummaa kadhannaa
➭Kadhannaan yoom jalqabe?
➭Kadhannaa kakuu haaraa fi Kakuu moofaatti
➭Maal jennee haa kadhannu? fi dhimmoota kadhannaan wal qabatan biroo irratti hubannoo ni arganna!

Kutaa Jalqabaa Har'a galgala (20-09-16) sa'atii 2:00 ALI YouTube Miidiyaa Sootiriyaa irratti nu eegaa!

Tajaajilichi kan hunda keenyaa waan ta'eef YouTube Miidiyichaa #subscribe gochuun, hiriyyoota keessan affeeruun tajaajilicha haa deeggaru!

Miidiyaa Sootiriyaa👇

➭YouTube►https://youtube.com/@Soteriamedia21?si=VMAMZpRtucXIkMwg

➭Telegram Channel►https://hottg.com/Soteriamedia

➭Facebook Page►https://www.facebook.com/soteriamedia21
⚜️MAARIYAAM⚜️

“Maariyaam garuu wanta kana hundaa laphee isheetti qabatti ture” (Luq 2:19, Luq 2:51)

➭Qulqulleettii kan taatu Haadha Waaqayyoo Durbee Maariyaam ilaalchisee kitaaba qulqulluu keessatti caqasoota barraa’an keessaa caqasni Wangeela Luuqaas 2:19 irra jiru baay’ee na dinqa. Caqasicha yeroon dubbisu yookaan yeroon dhagahu keessi koo akka malee na gammada. Dinqisiifannaadhanis nan qabama. Lapheen koos hatattamaan gara ijoollummaa ishee yaadutti na fiiga.

Guutuu isaa link gadii 👇 "INSTANT VIEW" jedhuun seenaa dubbisaa!

╭══•|❀:✧๑♡๑✧❀|: ══╮
          @Soteriamedia
          @Soteriamedia
          @Soteriamedia
╰══•ೋ•✧๑♡๑✧•  ══

https://telegra.ph/MAARIYAAM-05-29
⚜️Du'aa Ka'umsa Kakuu Moofaatti⚜️

#Seensa:
➭Dhalli namaa sababa balleessaa balleesseen ‘biyyoo irraa waan taateef gara biyyootti ni deebita’ jedhamee jira. S.U 3:19. Kanaafuu dhalli namaa foonii fi lubbuudhaan gargar bahee foon gara biyyootti deebi’a. Duuti sababa cubbuu Addaamiin dhala namaa guutuu irratti aangoo godhatee ture uumaa samiif lafaa Kiristoosiin moo’ame; Gooftaan nama ta’ee dhalatee du’ee du’a moo’ee ka’ee du’aa ka’umsa nuuf kenne; jalqabumayyuu Waaqayyoon ilma namaa jireenyaaf malee du’aaf hin uumne waan ta’eef.

➭Ogum 1:13-16 “Waaqayyoon du’a hin uumne, jiraataa akka ta’uuf uumama uume malee”
Waaqayyoon amanamaa dha waan ta’eef kaayyoo dura uumameef jireenya bara baraatti deebisuudhaaf dhala namaaf du’aa ka’umsa kenne. Sababa kanaaf raajota kakuu moofaa irraa kaasee hanga barumsa beektota mana kiristaanaatti waa’een du’aa ka’umsa dhala namaa fakkeenyota baay’eedhaan fakkeeffame, baay’ees barsiifamee jira. Barumsi du’aa ka’umsaa bal’aa fi iccitii kan qabu yoo ta’u du’aa ka’umsi kakuu moofaa keessatti fakkeenyaa fi Raajii akkamiin akka ibsame/barsiifame gabaabinaan akka armaan gadiin ilaalla.

1. Fakkeenya (Example)
➭Du’a Abeeliitiin duuti keenya beekkame. S.U 4:8 Abeel obboleessi isaa Qaa’eel erga isa ajjeesee booda Waaqayyoon Qaa’eeliin ‘dhiigni Abeel gara kootti ni iyya!’ jechuun isaa namni du’a booda jiraataa ta’uu isaa ibsa. S.U 4:10. Dhalli namaa akka ol bahu immoo ol bahiinsa Heenookiin agarre ykn nuuf ibsame. S.U 5:24 “Heenookis adeemsa isaa Waaqayyoo waliin waan taasiseef hin argamne, Waaqayyoon fudhateeraatii”.Bara Nooh, bara bishaan badiinsaa, lubbuuwwan dhala namaa saddeet gara doonii seenuun isaanii awwaallamuu keenyaan fakkeeffama. Doonii sana keessa yeroof turanii wayita roobni badiinsaa sun darbu bahanii jiru. Kun immoo du’aa ka’umsaan fakkeeffama. S.U 6:7. Uleen Aaroon osoo ulee hin ta’iin dura lalistee jiraataa turte. Booda immoo gogdee ulee taate. Boodas raajii Waaqayyoo mul’isuuf deebitee laliste. S.L 17:6 Dhalli namaas dura lafa kanarra jiraata; deebi’ees ni du’a; jireenya bara baraaf immoo deebi’ee ni ka’a. Kana malees du’aa ka’umsaaf kakuu moofaa keessaa fakkeenya kan nuuf ta’u:
Reeffa awwaallamuuf baatamee adeemamaa jiru yeroo lafee Eelsaa irratti darbatan ka’uu isaati. 2 Moot 13:1 Akkasumas Eeliyaas daa’ima du’ee ture kaasee jira. Kakuu moofaa keessatti du’aa ka’umsi kanaa fi kan kanneen fakkaataniin fakkeeffame.

2. Raajii (Prophecy)
➭Raajonni waa’ee du’aa ka’umsa dhala namaa baay’ee barreessanii jiru. Isaay 26:19 “Warri du’anis jiraattota ni ta’u; reeffis ni ka’a; dacheen warra du’an ni baastitii dammaqaa faarfadhaa.” jedha. Hojiin dhala namaa du’aa ka’umsa booda Waaqayyoon faarfachuu qofa waan ta’eef. Daan 12:2 “Baay’een warra awwaara lafaa keessatti rafanii ni dammaqu; walakkaanis gara jireenya bara baraa, walakkaanis gara du’aa fi jireenya rakkinaatti” jechuudhaan du’aan booda jireenyi gosa lama akka jiru nutti hima. Faar 49/50:3 “Waaqayyoon ni dhufa; hin callisu; ibiddi fuldura isaatii ni boba’a; naannoo isaattis obonboleettii baay’eetu jira”

Walumaagalatti du'aa ka'umsi namaa waan akka carraa ta'e osoo hin taane kakuu moofaa keessatti fakkeenyota garagaraatiin kaafamee jira; raajii hedduunis dubbatamee jira.

Waaqayyoo Uumaaf, Deessuu haadha isaaf, Ulfaataa Fannoo isaaf galataaf ulfinni haa ta’u!! Ameen!!

#Madda: Kitaaba ’BU’UURA RAAJOTAA FI DUUKA BU’OOTAA LAKK-1 fuula 270-271; Habtaamuu Wasanuutiin kan barreeffame!

Miidiyaa Sootiriyaa
Caamsaa 22, 2016
Finfinnee

Tajaajilichi kan hunda keenyaa waan ta'eef YouTube Miidiyichaa #subscribe gochuun, hiriyyoota keessan affeeruun tajaajilicha haa deeggaru!

Miidiyaa Sootiriyaa👇

➭YouTube►https://youtube.com/@Soteriamedia21?si=VMAMZpRtucXIkMwg
➭Telegram Channel►https://hottg.com/Soteriamedia
➭Facebook Page►https://www.facebook.com/soteriamedia21
Media is too big
VIEW IN TELEGRAM
#Faarfannaa

Faarfannaa "Ulfinni Kee Kennaan Kee Jabaa" jedhu Faarfattoota Miidiyaa Sootiriyaatiin haala addaan hojjetame;

Guutuu isaa Har'a galgala (23-09-16) sa'atii 2:00 ALI YouTube Miidiyaa Sootiriyaa irratti nu eegaa!

Tajaajilichi kan hunda keenyaa waan ta'eef YouTube Miidiyichaa #subscribe gochuun, hiriyyoota keessan affeeruun tajaajilicha haa deeggaru!

Miidiyaa Sootiriyaa👇

➭YouTube►https://youtube.com/@Soteriamedia21?si=VMAMZpRtucXIkMwg

➭Telegram Channel►https://hottg.com/Soteriamedia

➭Facebook Page►https://www.facebook.com/share/Fism921qf9FupwCN/?mibextid=oFDknk
#Faarfannaa-Taklahaayimaanot

Faaruun Faarfattoota Miidiyaa Sootiriyaan qophaa'e kan abbaa keenya qulqulluu #Taklahaayimaanot akkuma beellama keenyatti #Youtube Miidiyaa #Sootiriyaa irratti gadhiifameera.

Liinkii armaan gadiin seenaa ittiin galateeffadhaa!

Miidiyicha jajjabeessuuf #subscribe @share fi like godhuu hin dagatinaa

Yaada fi gaaffii sagantaalee keenya irratti qabdaniif lakkoofsa bilbilaa 0982085508n nuuf bilbilaa

Liinkin kunoo


https://youtu.be/VgTi0Kn9wOo
HTML Embed Code:
2024/06/01 13:11:31
Back to Top