TG Telegram Group Link
Channel: Sabontu Official channel
Back to Bottom
Channel photo updated
Siidaa Gootaa
Aartistii Nuhoo Goobanaa haa gargaarruu ammaan kana yaala isaanii dabalatee wabii maatii isaatiif Kan tahu Gamoo bituudhaaf Oromoon kamuu qarshii dhibba tokkoo haa buufatuuf .
Halkan guyyaa ijarraa Nan badduu ciisee ka'u waanumakeen yaadaa Tokkichakoo Kan nu waliin dabarsitee mudoo keenya yaadadheetan gaddaa Eessaa eessa jirtaa maaloo koottu na wal'aanta😞
😍
This media is not supported in your browser
VIEW IN TELEGRAM
Abbaa Gadaa 😍 maccaa
Obbo Haayiluu
Yaa abbaa!
Na caalaa waa'eekoo kan dhiphattu gammachuun kuni kan keeti, ati kabajamiπŸ™
🚐 Day Trip to sodere resort & hotel

🚐 Travel to Sodere Resort and Hotel

αŒ‰Trip date: Sunday, October 24

⌚️ Duration: 12:30 to 1:00 p.m.

πŸ’΅ Total price per person 1450

🦢 Starting place 22 Golagol Tower

Arrival time 12:00 a.m. Departure time 12:30

Includes travel costs

🚐 Transport Tourist Standard Vehicle

πŸ§‡ In a light breakfast In car

🍽️ Lunch from Sodre Restaurant

πŸ’§ bottled water

πŸ₯€ Soft drinks

β˜•οΈπŸ΅ Hot drinks (tea and coffee)

🏞️ Admission ticket

For the Guide

πŸ“ΈPhotography

πŸŠβ€β™€οΈ Swimming pool

πŸ€½β€β™‚οΈ Abadir Fluha

Walking in Resort

🎼🎡🎢 Music


πŸ“ž + 251 972 70 97 97
πŸ“ž + 251 911 61 68 81
☎️ + 251 11 854 11 45
https://hottg.com/+2Q9c9R4rLQgxNGRk
Qaroo car rental & tour

1000334598218 CBE
01320098988700 Awash
1042000009804 CBO

~ Note

πŸ‘‰ To register, you must deposit the above bank numbers and send the receipt by photo to the Telegram links above

Wear warm clothes and shoes and do not forget to cover your mouth and nose, as the weather can be hot.
ΒΆHirpha feena
ΒΆ Noonnoo

Uummata keenya Shawaa Lixaa Aanaa Noonnootti Finxaaleyyii hidhachiisuun itti bobbaasanii duguuganii fi qe'eerraa buqqisaniif deeggarsa walitti qabuun eegalameee jira.

Hawaasa kanarraa yoo xinnaate nama nagaa 29 ajjeesan. Namoonni 6 madaa'anii waldhaanamaa jiru.

Gandoota halleellaa kanaan manca'anitti manneen 300 tu gubate. Qabeenyi beeyladaa hedduun jalaa saamame, midhaan ooyrurraa jalaa gubate. Maatii dhibbaan lakkaawamutu buqqa'e. Hawaasa kana hirphuuf koreen namoota 9 qabu kan Dr.Taganee Raggaasaa walitti qaban hundaayeera.

Miseensotni koree
Dr. Taganee Raggaasaa
Ob. Keebar Bareechaa
Ob. Bayyanaa Tazarraati.

Herregni tumsaaf karaa seera qabeessaan baname kunooti.
Baankii daldalaa Itoophiyaa 1000443593296
Baankii hojii gamtaa Oromiyaa 1000400048658

Galatoomaa!
Karaa sirrii malee
maqaa hin deeminaa
Mana dhugaa malee
kan sobaan seeninaa
Haqa sabaaf malee
shiraaf hin falminaa
Karaa argachuudhaf
karaarraan maqinaa
Bakka dhugaa malee
dhararran olinaa
Garaa guuttachuudhaa
hiriyaan sobinaa
Leel jedhaa saba koo
Bunaaf Nagaa hin dhabinaa

#Share
Haadha Walaloo
πŸ–ΌSab Boontuu Kooo
Oromookoo baga gammadde Jawar dabalatee hidhamtooti siyaasaa muraasni mana hidhaadhaa bahanii jiru😍
Namni fedha qabu haa yaalu.
#Irreechi Aadaadhaa!
#Irreechi Eenyummaadha!
#Irreechi Ibsituu dha!
#Ireechi nagaadha!
#Irreechi Jaalala!
#Irreechi Ulfina!
Sab Boontuu Koo β™₯️
HTML Embed Code:
2024/05/02 04:31:57
Back to Top