TG Telegram Group Link
Channel: ๐‹๐ข๐›๐ซ๐š๐ซ๐ฒ ๐ˆ๐ฌ๐ฅ๐š๐š๐ฆ๐š๐š๐Ÿ“š๐Ÿ“–๐Ÿ“˜๐Ÿ“•๐Ÿ“š๐ŸŒน๐ŸŒนแตแตƒโฟแตƒ สฐแต’แต’ แตˆแต˜แต‡แต‡โฑหขแต—แต‰แต‰??
Back to Bottom
Forwarded from AL-RISALA HUMANITY CENTER (said Leader)
Hinjifannoo garii,ufii deemtee itti dhaqxa malee,inni deemee sitti hin dhufuu beeki,erkachuu jalqabee taanaan,ni ciisteefi ni raftee situ beeka malee,inni kuun,kufuu kee qofa beekaa xiinxalli.

Eee
Namni tokko,waan tokko hin dandeettu yoo siin jedhe, humna kee osoo hin taane,humna isaatiin sitti himaa jiraa jalaa dhagahii,hanga inni gahu achumaan argi.

Jaaloo
Waa dhabuu keetitti hin gaddin,uf dhabuu kee sirritti sodaadhu,namni uf argannaan waa hunda argatee beeki,uf jalaa badnaan,namni barbaadee isa argu hin jiruu uf qusadhu.

Obbolaa
Si argachuu keetti akka gaddan hin taasisin,si dhabuu keetittii akka boohan,toltuu hojjadhuu darbi.

Namana
Jiruun biyya lafaa hedduu gabaabduudha,wal-jibbuu dhiisii,wal-jaalalaafuu yeroon hin gahuu taajjabi.

Hey
Jiruu miโ€™eeffattee liqimsuu leenjiโ€™i,yookiin isiinuu hirโ€™uu,hadhdhaan guuttamtee,miโ€™aan isii xiinnoodhaa xiinxallii dhiisi.

Yes
Life is very short, and it's up to you to make it sweet.
๐Ž๐ƒ๐”๐” ๐†๐€๐Œ๐Œ๐€๐‚๐‡๐ˆ๐ˆ๐’๐€๐€

๐‘ช๐’‰๐’‚๐’‚๐’๐’‚๐’‚๐’๐’๐’•๐’‚ ๐‘จ๐’‡๐’‚๐’‚๐’ ๐‘ถ๐’“๐’๐’Ž๐’๐’๐’•๐’Š๐’Š๐’ ๐‘ฉ๐’‚๐’“๐’”๐’Š๐’Š๐’”๐’๐’๐’‡๐’Š๐’Š ๐‘ฉ๐’‚๐’”๐’‰๐’‚๐’๐’๐’‚๐’๐’”๐’Š๐’Š๐’”๐’๐’ ๐‘ป๐’‚'๐’‚๐’ ๐‘ฐ๐’”๐’Š๐’๐’Š๐’Š๐’‡ ๐‘ธ๐’‚๐’ƒ๐’‚๐’๐’๐’†๐’† ๐‘ซ๐’‰๐’–๐’‡๐’๐’†๐’†๐’“๐’“๐’‚๐’‚ ๐‘ฒ๐’‚๐’๐’‚๐’‚๐’‡๐’–๐’– ๐‘ช๐’‰๐’‚๐’‚๐’๐’‚๐’‚๐’๐’๐’•๐’‚ ๐‘จ๐’‡๐’‚๐’‚๐’ ๐‘ถ๐’“๐’๐’Ž๐’๐’๐’•๐’Š๐’Š๐’ ๐‘ฉ๐’‚๐’“๐’”๐’Š๐’Š๐’”๐’‚๐’ ๐‘ฐ๐’”๐’Š๐’๐’Š๐’Š๐’‡ ๐‘ธ๐’‚๐’ƒ๐’‚๐’๐’๐’†๐’† ๐‘ซ๐’‰๐’–๐’‡๐’๐’†๐’†๐’“๐’“๐’‚๐’‚ ๐‘ฒ๐’‚๐’๐’‚๐’‚๐’‡๐’–๐’– ๐‘ฑ๐’๐’Š๐’ ๐‘ฎ๐’๐’…๐’‰๐’–๐’–๐’…๐’‰๐’‚๐’‚๐’ ๐‘ต๐’– ๐‘ฏ๐’๐’“๐’…๐’๐’‡๐’‚๐’‚.

๐‡๐ฎ๐›๐š๐œ๐ก๐ข๐ข๐ฌ๐š: ๐‘ช๐’‰๐’‚๐’‚๐’๐’‚๐’‚๐’๐’Š๐’Š ๐‘จ๐’‡๐’‚๐’‚๐’ ๐‘ถ๐’“๐’๐’Ž๐’๐’ ๐‘ป๐’‚'๐’‚๐’ 3๐‘ฒ ๐’‡๐’Š ๐‘ฐ๐’”๐’‚๐’‚ ๐‘พ๐’๐’๐’Š๐’Š๐’ ๐‘ฒ๐’‚๐’ ๐‘ฏ๐’๐’‹๐’‹๐’‚๐’๐’๐’– ๐‘ป๐’‚'๐’‚๐’‚ ๐‘ฒ๐’‚๐’๐’‚๐’‚๐’‡๐’–๐’– ๐‘ต๐’‚๐’Ž๐’๐’Š ๐‘ต๐’–๐’•๐’•๐’Š ๐‘ซ๐’‚๐’ƒ๐’‚๐’๐’‚๐’Ž๐’–๐’– ๐‘ญ๐’†๐’†๐’•๐’‚๐’ ๐‘จ๐’”๐’Š๐’Š๐’ ๐‘ต๐’– ๐‘ธ๐’–๐’๐’๐’‚๐’Ž๐’‚๐’‚

๐‚๐ก๐š๐ง๐ง๐ž๐ฅ ๐€๐Ÿ๐š๐š๐ง ๐Ž๐ซ๐จ๐ฆ๐จ๐จ ๐๐จ๐Ÿ๐š 3๐Š+
๐…๐ซ๐ž๐ž ๐๐ซ๐จ๐ฆ๐จ๐ญ๐ž๐ซ: @Rafiiqul_Islaam2
Turkiin qoqqobbii daldalaa Israa'iil irra keesse...!!

Miidiyaaleen Turkii gabaasa kaleessa qabatanii ba'aniin biyyi Turkii qoqqobbii daldalaa hunda haammate Israa'iil irra kaa'uu beeksisanii jiru! Qoqqobbii Turkii kana hordofuun miidhaan diinagdee ulfaataa Israa'iil akka mudatu kan akeekan Ministeerri Haajaa alaa Israa'iil biyyi isaanii qoqqobbii Turkii kana dandamachuuf daandii diinagdee biraa akka filannootti fayyadamuu qabdi jedhanii jiru.

Haaluma kanaan biyyoonni oomishaalee isaanii gara Israa'iil tti geessani akkasumas oomishaalee Israa'iil gara biyya isaaniitti geejjibsiisan ulaa Galaanaa Turkii fayyadamuu akka hin dandeenye Turkiin akeekkachiistee jirti.

Kanuma hordofuun Dooniin gara Israa'iil tti imalaniifi Xiyyaaronni gara Israa'iil tti balali'an daangaa Galaanaa Turkii fi daangaa qilleensa Turkii fayyadamuu akka hin dandeenye Turkiin jabeessitee dhorkitee jirti.

Gama kaaniin Turkiin biyya Afriikaa kibbaa faana michummaa uumuun Israa'iil n ijibbaachisuuf murteessitee jirti! Haaluma kanaan Erdogan qabsoo Falasxiinotaa gaaddisa tokko jalatti walitti fiduuf hojjechaa kan jiru yoo ta'u gama siyaasaan Hamaasiin humneessuuf hooggantoota Hamaas faana marii gadi-fagoo taasisaa jira.

Akka garaa isaatti sochii akka hin taasisneef dhiibbaan gurguddaa keessaa fi alaan isa mudatee kan jiru Erdogan amma garuu waan ijibbaate fakkaata! Turkiin naannawaa baha giddu-galeessaa kanatti guddina humna Waraanaa fi diinagdeen sadarkaa jalqabaa irra jiraachuu isheetiin deeggarsi isheen Falasxiinotaaf taasistu waan salphumatti ilaalamu osoo hin taane kan dhiibbaa ol'aanaa qabaatu dha.

Turkiin haga ammaatti deeggarsa namoomaa Falasxiinotaaf Doonii 10 oliifi Xiyyaara 3n kan ergite yoo ta'u haaluma kanaan akka Addunyaa keenyaatti biyya deeggarsa namoomaa ol'aanaa Falasxiinotaaf taasiste jedhamuun sadarkaa jalqabaa qabattee jirti.



Odeessaalee keenya hordofaa, Share gochuun hiriyoota keessaniif qoodaa.

Telegram:- https://hottg.com/JechotaGaggaarii
๐ŸงถChaanaalota   Akkamii  barbaadduuโ“
Chaaneloota afaan oromoo chaanaalii filatamoo ta'an kaneen armaan gadiitti dabalamaa

๐ŸงถแˆแŠ• แŠ แ‹ญแŠแ‰ต แ‰ปแŠ“แˆ แ‹ญแˆแˆแŒ‹แˆ‰โ“
แŠจแ‰ณแ‰ฝ แ‹จแ‰ฐแˆ˜แˆจแŒกแ‰ตแŠ• แ‰ปแŠ“แˆŽแ‰ฝ แ‹ญแ‰€แˆ‹แ‰€แˆ‰

       ๐“๐ก๐ข๐ฌ ๐ˆ๐ฌ ๐‡๐จ๐ฉ๐ž ๐๐ซ๐จ๐ฆ๐จ๐ญ๐ข๐จ๐ง
         ๐€๐๐ฏ๐ž๐ซ๐ญ๐ข๐ฌ๐ข๐ง๐  ๐“๐ž๐ฅ๐ž๐ ๐ซ๐š๐ฆ
          ๐‚๐ก๐š๐ง๐ง๐ž๐ฅ๐ฌ//๐†๐ซ๐จ๐ฎ๐ฉ๐ฌ
       ---------------

๐‚๐ก๐š๐ง๐ง๐ž๐ฅ๐ฌ//๐†๐ซ๐จ๐ฎ๐ฉ๐ฌ 10๐Š+
๐…๐ซ๐ž๐ž ๐–๐š๐ฏ๐ž๐ซ @Rafiqul_Islaam
Update!

Warri lootorii DV 2025 guuttanii turtan guyyaa boruu May 4, 2024 carraa keessa ilaallachuu akka dandeessan beekkamee jira. Warri DV guuttanii turtan Confirmation Number keessan, Maqaa keessan guutuu ittiin guuttan saniin ilaallachuu ni dandeessu. Akkuma waadaa seenne link isiniif maxxansa jadheen ture. Kunoo waadaa guunne! Warra filatame Rabbiin nuhaa godhu! Boru link kanaan ilaallachuu ni dandeessu!!
๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡

dvprogram.state.gov/ESC/.
Forwarded from TIKVAH AFAAN OROMOO
#DV2025

Injifattoonni Viizaa Diversity 2025 har'a ni ifooma.

Iyyattoonni iyyata DV (Diversity Visa) 2025 buโ€™aa isaanii ykn moโ€™achuu fi dhiisuu isaanii lakkoofsa mirkaneessaa isaanii dvprogram.state.gov/ESC/ qofa irratti galchuun ilaaluu ni dandaโ€™u.

NB. Lakkoofsi mirkaneessaa yeroo iyyanni guutamu kan kennameedha. Lakkoofsi kun kan jala bade Forgot Confirmation number jechuun odeeffannoo barbaachisu guutuun lakkoofsa Mirkaneessaa haaraa karaa email argachuu ni danda'a.

Bu'aan Dv galgala sa'aatii 1:00tti kan ifoomu ta'a.

Ministeerri Dhimma Alaa Yunaayitid Isteets "Lottery DV injifatteetta, Imbaasii Ameerikaa irraan bilbilaa jira / Imeelii kana / barreeffama kana kan ergaa jirru" jechuun qaamotni #sobaa waan jiraniif iyyattoonni of eeggannoo akka godhan dhaamaniiru.

Hubadhaa, iyyataan tokko DV 2025 argachuu fi dhiisuu isaa karaa marsariitii armaan olitti ibsame qofaan beekuu dandaโ€™a.

Waggaa waggaan Ameerikaan Afrikaa irraa (Itoophiyaa dabalatee), Eeshiyaa, Awurooppaa, Ameerikaa Kaabaa, Ameerikaa Kibbaa fi Awustiraaliyaa irraa namoota kuma 55 karaa lootarii DV gara biyya isheetti fiddi.

@tikvahethafaanoromoo  @tikvahorobot
Alhamdulillah jedhi namni Rabbii duuti isaaf hin malle Abad jiraataa tahe gabbartuโœ๏ธโคโคโคโค

{ุงู„ู„ู‘ูŽู‡ู ู„ุง ุฅูู„ู‡ูŽ ุฅูู„ู‘ุง ู‡ููˆูŽ ุงู„ุญูŽูŠู‘ู ุงู„ู‚ูŽูŠู‘ูˆู…ู ู„ุง
ุชูŽุฃุฎูุฐูู‡ู ุณูู†ูŽุฉูŒ ูˆูŽู„ุง ู†ูŽูˆู…ูŒ ู„ูŽู‡ู ู…ุง ูููŠ ุงู„ุณู‘ูŽู…ุงูˆุงุชู ูˆูŽู…ุง ูููŠ ุงู„ุฃูŽุฑุถู ู…ูŽู† ุฐูŽุง ุงู„ู‘ูŽุฐูŠ ูŠูŽุดููŽุนู ุนูู†ุฏูŽู‡ู ุฅูู„ู‘ุง ุจูุฅูุฐู†ูู‡ู ูŠูŽุนู„ูŽู…ู ู…ุง ุจูŽูŠู†ูŽ ุฃูŽูŠุฏูŠู‡ูู… ูˆูŽู…ุง ุฎูŽู„ููŽู‡ูู… ูˆูŽู„ุง ูŠูุญูŠุทูˆู†ูŽ ุจูุดูŽูŠุกู ู…ูู† ุนูู„ู…ูู‡ู ุฅูู„ู‘ุง ุจูู…ุง ุดุงุกูŽ ูˆูŽุณูุนูŽ ูƒูุฑุณููŠู‘ูู‡ู ุงู„ุณู‘ูŽู…ุงูˆุงุชู ูˆูŽุงู„ุฃูŽุฑุถูŽ ูˆูŽู„ุง ูŠูŽุฆูˆุฏูู‡ู ุญููุธูู‡ูู…ุง ูˆูŽู‡ููˆูŽ ุงู„ุนูŽู„ููŠู‘ู ุงู„ุนูŽุธูŠู…ู}

Rabbiin Isa malee haqaan gabbaramaan hin jiru; (Inni) #jiraataadha; waan hundaan dhaabbataadhaMugaatiis taโ€™ee hirribni Isa hin qabatuWanti samii keessa jiruufi wanti dachii keessa jiru (hundi) kan IsaatiInni hayyama Isaatiin ala Isa biratti araarsu eenyuma? Waan fuuldura isaaniitiifi waan duuba isaaniis ni beekaBeekumsa Isaa irraas waan Inni fedhetti malee hin marsanuKursiin Isaa samiifi dachii irra balโ€™ateeraIsaan lamaan tiksuun Isa hin dadhabsiisuInnis ol taโ€™aa, guddaadha.

[ุงู„ุจู‚ุฑุฉ - ุขูŠุฉ ูขูฅูฅ]

ALLAAHUU KOO MOOTII DU'EE HIN BEEKNE, KAN DU'UUFIS HIN TEENYE, BAGA GABRICHA KHEE NA TAASIFTE.

ALHAMDULILLAAH ALHAMDULILLAAH ALHAMDULILLAAH
๐ŸงถChaanaalota   Akkamii  barbaadduuโ“
Chaaneloota afaan oromoo chaanaalii filatamoo ta'an kaneen armaan gadiitti dabalamaa

๐ŸงถแˆแŠ• แŠ แ‹ญแŠแ‰ต แ‰ปแŠ“แˆ แ‹ญแˆแˆแŒ‹แˆ‰โ“
แŠจแ‰ณแ‰ฝ แ‹จแ‰ฐแˆ˜แˆจแŒกแ‰ตแŠ• แ‰ปแŠ“แˆŽแ‰ฝ แ‹ญแ‰€แˆ‹แ‰€แˆ‰

       ๐“๐ก๐ข๐ฌ ๐ˆ๐ฌ ๐‡๐จ๐ฉ๐ž ๐๐ซ๐จ๐ฆ๐จ๐ญ๐ข๐จ๐ง
         ๐€๐๐ฏ๐ž๐ซ๐ญ๐ข๐ฌ๐ข๐ง๐  ๐“๐ž๐ฅ๐ž๐ ๐ซ๐š๐ฆ
          ๐‚๐ก๐š๐ง๐ง๐ž๐ฅ๐ฌ//๐†๐ซ๐จ๐ฎ๐ฉ๐ฌ
       ---------------

๐‚๐ก๐š๐ง๐ง๐ž๐ฅ๐ฌ//๐†๐ซ๐จ๐ฎ๐ฉ๐ฌ 10๐Š+
๐…๐ซ๐ž๐ž ๐–๐š๐ฏ๐ž๐ซ @Rafiqul_Islaam
๐Ž๐ƒ๐”๐” ๐†๐€๐Œ๐Œ๐€๐‚๐‡๐ˆ๐ˆ๐’๐€๐€!!

๐€๐ฆ๐ฆ๐š๐š๐ง ๐ƒ๐ฎ๐ซ๐š  ๐‘๐š๐ค๐ค๐จ๐จ ๐“๐ž๐ค๐ง๐จ๐จ๐ฅ๐จ๐จ๐ฃ๐ข๐ข๐ญ๐ข๐ข๐ง ๐‡๐ž๐๐๐ฎ๐ฎ ๐‘๐š๐ค๐ค๐š๐ญ๐ญ๐ž๐ž ๐๐ข ๐๐ž๐ž๐ค๐ญ๐š๐šโ‰๏ธ

๐‘น๐’‚๐’Œ๐’Œ๐’๐’๐’ ๐‘ฒ๐’‚๐’๐’‚ ๐‘ญ๐’–๐’“๐’–๐’–๐’…๐’‰๐’‚๐’‚๐’‡ ๐‘จ๐’‡๐’‚๐’‚๐’ ๐‘ถ๐’“๐’๐’Ž๐’๐’๐’•๐’Š๐’Š๐’ ๐‘ฐ๐’”๐’Š๐’ ๐‘ป๐’‚๐’‹๐’‚๐’‚๐’‹๐’Š๐’๐’–๐’–๐’…๐’‰๐’‚๐’‚๐’‡ ๐‘ธ๐’๐’‘๐’‰๐’๐’๐’‡๐’๐’†๐’† ๐‘ซ๐’‰๐’–๐’‡๐’๐’†๐’† ๐‘ฑ๐’Š๐’“๐’“๐’‚๐’‚ ๐‘ฒ๐’‚๐’๐’‚๐’‚๐’‡๐’–๐’– ๐‘ฑ๐’๐’Š๐’ ๐‘ฎ๐’๐’„๐’‰๐’–๐’–๐’…๐’‰๐’‚๐’‚๐’ ๐‘ต๐’– ๐‘ฏ๐’๐’“๐’…๐’๐’‡๐’‚๐’‚

โœ… ๐Ž๐๐ž๐ž๐Ÿ๐Ÿ๐š๐ง๐ง๐จ๐จ ๐“๐ž๐ค๐ง๐จ๐จ๐ฅ๐จ๐จ๐ฃ๐ข๐ข ๐‡๐š๐š๐ซ๐š๐š ๐Ÿ๐ข๐ข ๐€๐ค๐ค๐š๐š๐ญ๐š๐š ๐ˆ๐ญ๐ญ๐ข ๐…๐š๐ฒ๐ฒ๐š๐๐š๐ฆ๐š ๐ˆ๐ฌ๐š๐š ๐€๐ซ๐ ๐š๐œ๐ก๐ฎ๐ฎ๐Ÿ ๐‚๐ก๐š๐ง๐ง๐ž๐ฅ ๐Š๐ž๐ž๐ง๐ฒ๐š ๐‡๐จ๐ซ๐๐จ๐Ÿ๐š๐š!!!

Ads: ๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡
https://hottg.com/+OTqtpj3yby1lYzU0
https://hottg.com/+0puaGJwLzLgyY2U8
KABAJAMTOOTAA HORDOFTOOTA AMANTII MUSLIMAA FI KIRISTAANAA NAMOONNI MARII BARBAADDAN HAR'A GALGALA SA'ATII  2โƒฃ IRRAA KAASNEE NI EEGALLA IRRATTI AKKA ARGAMTAN KABAJAAN ISIN AFFEERRAโค๏ธโค๏ธ๐Ÿ™๐Ÿ™โœโœ

Mata dureen Bible dhugumatti jecha waaqaatii kan jedhudha

AKKA HIN HAFNE GROUP KANARRATTI NAMOOTA BEEKTAN HUNDA AFFEERAA๐Ÿ™๐Ÿ™โœ


Share waliif godhaa
๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡
https://hottg.com/Dhugaa_Dhokatee?videochat
๐ŸŽ๐ŸŽ 10K+ Channels! ๐ŸŽ๐ŸŽ
โ–ฃ Click on This ๐Ÿ‘‡
         Join Us
             โ‡ฃ
           ๐ŸŒบ๐ŸŒบ
         ๐ŸŒบ๐ŸŒบ๐ŸŒบ
       ๐ŸŒบ๐ŸŒบ๐ŸŒบ๐ŸŒบ
     ๐ŸŒบ๐ŸŒบ๐ŸŒบ๐ŸŒบ๐ŸŒบ
   ๐ŸŒบ๐ŸŒบ๐ŸŒบ๐ŸŒบ๐ŸŒบ๐ŸŒบ
   ๐ŸŒบ๐ŸŒบ๐ŸŒบ๐ŸŒบ๐ŸŒบ๐ŸŒบ
      ๐ŸŒบ๐ŸŒบ๐ŸŒบ๐ŸŒบ๐ŸŒบ 
         โ˜˜๐ŸŒบ๐ŸŒบโ˜˜ 
              โ˜˜โ˜˜
                 ๐ŸŽ‹                   ๐Ÿƒ
                 ๐ŸŽ‹              ๐Ÿƒ๐Ÿƒ
                 ๐ŸŽ‹          ๐Ÿƒ๐Ÿƒ๐Ÿƒ
                 ๐ŸŽ‹      ๐Ÿƒ๐Ÿƒ๐Ÿƒ๐Ÿƒ
                 ๐ŸŽ‹    ๐Ÿƒ๐Ÿƒ๐Ÿƒ๐Ÿƒ
                 ๐ŸŽ‹๐Ÿƒ๐Ÿƒ๐Ÿƒ๐Ÿƒ๐Ÿƒ
                 ๐ŸŽ‹๐Ÿƒ๐Ÿƒ๐Ÿƒ๐Ÿƒ
                 ๐ŸŽ‹
                 ๐ŸŽ‹
                 ๐ŸŽ‹
      โฟป Join Us โฟป
      โฟป Join Us โฟป
      โฟป Join Us โฟป
      โฟป Join Us โฟป
Hamaas walii-galtee dhukaasa dhaabuu fudhate...!!

Hoogganaan Hamaas Ismaa'iil Haniyi n walii-galticha akka fudhatan galgala kana Pirezidaantii Turkii Rajab Xayyib Erdogan tti kan himan yoo ta'u yaada walii-galtee dhukaasa dhaabuu kan dhiheessan Biyyoota Qatarii fi Masriif ifatti walii-galticha akka fudhatan galgala kana beeksisanii jiru.

Kanuma hordofuun amma kan eegamu yaada Israa'iil dha! Israa'iil yeroo duula waraanaa Magaalaa Raafah labsitee geggeessuuf imalaa jirtu Hamaas walii-galticha fudhachuuf murteessuun isaa dhimmicha muddama keessa seensisee jira.

Israa'iil dhimma kana irratti yaada 2 muddama keessa seentee jirti:-

1 Walii-galtee dhukaasa dhaabuu kana yoo fudhatte keessoo isheetti qoodamiinsa siyaasaa ol'aanaa tu ishee mudata! Beniyaamiin Netaniyaahoo n shakkii tokko malee aangoo isaa dhabuu mala, Ben Gevir fi kanneen isa fakkaatan namoonni siyaasaa finxaalawoo Israa'iil walii-galtee dhukaasa dhaabuu kana Israa'iil akka hin fudhanne dhiibbaa taasisaa kan jiran yoo ta'u walii-galtee dhukaasa dhaabuu kana yoo fudhatte Israa'iil akka injifatamteetti fudhatama jedhanii wawwaataa jiru.

Hamaas haga dhumaatti yoo hin barbadoofne humna Waraanaa isaa kan durii caalaa jabeessee dhufa sodaan jedhu Israa'iiloota biraa maddaa jiraachuun isaa gufuu guddaa walii-galtee dhukaasa dhaabuu kana sakaaluu malu dha.

2 Israa'iil walii-galtee kana fudhachuu yoo didde ammoo ifatti hawaasa idil-addunyaa waliin wal dhabdi! Walii-galtee kana kan hin fudhanne yoo ta'e qoqqobbii hedduu keessummeessuu akka dandeessu diippilomaatiin Israa'iil duraanii Alon Liyal Aljazeera tti himee jira!! Murtee kana kan murteessitu yoo ta'e Israa'iil michoota ishee dhabuu dha dandeessi, Beekamtii Ameerikaan kan qophaa'e walii-galtee dhukaasa dhaabuu kana fudhachuu dhabuun dhiibbaa idil-addunyaa balaafamaaf Israa'iiliin akka saaxilu diippilomaatichi akeekee jira.

Israa'iil walii-galticha yoo didde biyyoonni Addunyaa mufachuun beekamtii biyyummaa Falasxiiniif kennuu malu waan ta'eef murteen 2ffaa kun Israa'iil f ulfaataa dha! Yeroo ICCn Aanga'oota Israa'iil irratti ajaja hidhaa qopheessaa jira jedhamee dubbatamaa jiru kanatti murteen Israa'iil murteessitu muddama keessa seenuun isaa waan oolu miti.

Xumura irratti Israa'iil murtee 2 kana keessa tokko filachuuf ni dirqamti, Gaaga'ama siyaasa keessoo ykn dhiibbaa ulfaataa idil-addunyaa!!

Hamaas yeroo filatee murtee bilchaataa murteessee jira!


Odeessaalee keenya hordofaa, Share gochuun hiriyoota keessaniif qoodaa.

Telegram:- https://hottg.com/JechotaGaggaarii
HTML Embed Code:
2024/06/07 01:09:42
Back to Top