TG Telegram Group Link
Channel: Mammaaksaa fi Jechamoota.
Back to Bottom
彡• Fiigee fiigee kormi sangaa ta'a.

彡• Fooliin gaariin kannisa harkisa.

彡• Abbaanuu hin gallee, fardaaf booyyanni.

📮@jechama
Please open Telegram to view this post
VIEW IN TELEGRAM
Please open Telegram to view this post
VIEW IN TELEGRAM
Please open Telegram to view this post
VIEW IN TELEGRAM
Gadaa kana, namoonni hedduun social media irratti waa qooduu jaallatu, Gariin waan silaa gadhee jedhamus dalaguu bira darbee, akka argannootti social media irratti yeroo facaasu ni mullatta. Kunis namoot biroo mufachiisuu fi safuu hawaasa miidhuu danda'a.
Anonymous Poll
49%
Lakkii! kuni homaami kanaa oliis jira silumaa babal'inni Technology waanuma akkanaa baatee adeema.
51%
Yaaddeessaadha! haala hin malle kanaan adeemnaan, inumaa faranjii jedhan sana daran fashaluu deemna.
Please open Telegram to view this post
VIEW IN TELEGRAM
Please open Telegram to view this post
VIEW IN TELEGRAM
Please open Telegram to view this post
VIEW IN TELEGRAM
Yommuu dallantan, amala badaa agarsiisuu dandeessu. Garuu si’a heddu amala gaarii agarsiistu ta'a, Osoo yeroo dhiibbaatama sochii gaarii agarsiiftanu, Namni sochii tokkicha kan badaa ta’etti xiyyeeffachuun namarraa fagaata.

Isin kam irratti xiyyeefattuu?
Anonymous Poll
34%
Dubbii gaarii si’a dhibba dubbatameetti?
32%
Amaloota gaggaarii danuudhatti?
19%
Dubbii badduu si’a takkatti dubbatameetti?
14%
Amala badduu takkittitti xiyyeefattu?
Please open Telegram to view this post
VIEW IN TELEGRAM
Please open Telegram to view this post
VIEW IN TELEGRAM
Tekinoolojiin sirnaan yoo itti fayyadamne walitti nu hidha; garuu yeroo tokko tokko, marsaa miidiyaa irratti yeroo garmalee oolchuun adda nu fageessuu mala.

Yaadni kee maali?
Anonymous Poll
65%
A. Walitti nu hidhe
35%
B. Addaan nu fageessaa jira
Mucaan haati sooressa tokko haati isaa, ollaan isaanii hiyyeeyyii tahan akka ishiif soogidda xiqqoo tokko liqeessan gaafachuu ishee dhaga’e. Erga gara manaatti deebi’ani booda akkana jedheen:

Mucaa: "Aayyoo, kaleessa qofa soogidda ji'a guutuu nuuf gahuu danda'u bitte turte. Maaliif olloota keenya hiyyeeyyii irraa soogidda gaafatta ree?"

Haadha: "Dhaga’i, mucaa koo! Sababni isaan hiyyeeyyiidha waan ta’aniif yeroo baay’ee waan isaan barbaachisu nu gaafachuuf nu bira dhufu. Ani garuu waan muraasa, gatii xiqqaa qabu akka soogidda xiqqoo gaafadhe. Kuni waan isaan salphatti rakkina tokko malee nuuf liqeessuu danda’aniidha. Akkasumas, kun nutis yeroo haajamnu isaanitti akka deemnu; isaanis yeroo isaan barbaadanitti salphatti nu gaafachuu akka danda’an isaanitti agarsiisuufi." Jetteen.

📚 @jechama
Please open Telegram to view this post
VIEW IN TELEGRAM
Please open Telegram to view this post
VIEW IN TELEGRAM
Please open Telegram to view this post
VIEW IN TELEGRAM
Please open Telegram to view this post
VIEW IN TELEGRAM
HTML Embed Code:
2025/06/29 14:36:00
Back to Top