TG Telegram Group Link
Channel: Bidiru Art Institute
Back to Bottom
Inistiitiyuutiin Aartii Bidiruu damee Naqamtee, ogummaawwan armaan gadi irratti galmee eegale jira.
1. Leenjii Ogummaa Fiilmii
- Taatummaa Fiilmii( Film Acting)
- Barruu Fiilmii(Script Writing)
- Qopheessummaa Fiilmii( Directing For Film)
2. Leenjii Ogummaa Kaameeraa
- Viidiyoo waraabuu (Videography)
- Suuraa kaasuu (Photography)
3. Leenjii Ogummaa Iditiingii
- Iditiingii Viidiyoo (Video Editing)
- Iditiingii Suuraa/Footoo (Photo Editing)
4. Leenjii Ogummaa Kompitaraa
- Basic Computer Skill/ICT
5. Leenjii Ogummaa Gaazexeessummaa
- TV & Radio Host (Journalism)
#Yeroo_Leenjii:-
1. Idileen (Regular)
2. Galgala (Night),
3. Dhuma-Torbee(Weekend)
#Turti_Leenjii:-
1. Ji'a 6
2. Ji'a 3
3. Ji'a 2
4. VIP Class
#Bakki_Galmee:- Biiroo Inistiitiyuutii Aartii Bidiruu( Naannoo Kabalee 07/ Sheeli- Gamoo Geejibaa darbee)
#Odeeffannoo_dabalataaf:- 0910117973 / 0925794246
#BIDIRU_ART_INSTITUTE
# Meet_Your_Passion_here.
(Bakka itti abjuu keessan dhugoomsitan!)
Leenjiin marsaa 10ffaa itti fufeera😍 Galmeen banadha!
Hordoftootni Amantaa Musiliimaa baga geessan! Eid Mubarak🕌
Inistiitiyuutiin Aartii Bidiruu dameewwan isaa hundumaa (Naqamtee, DambiiDoolloo, Gimbii fi Beddellee) irratti ogummaawwan armaan gadiin galmee eegale jira.
1. Leenjii Ogummaa Fiilmii
- Taatummaa Fiilmii( Film Acting)
- Barruu Fiilmii(Script Writing)
- Qopheessummaa Fiilmii( Directing For Film)
2. Leenjii Ogummaa Kaameeraa
- Viidiyoo waraabuu (Videography)
- Suuraa kaasuu (Photography)
3. Leenjii Ogummaa Iditiingii
- Iditiingii Viidiyoo (Video Editing)
- Iditiingii Suuraa/Footoo (Photo Editing)
4. Leenjii Ogummaa  Kompitaraa
- Basic Computer Skill/ICT
5. Leenjii Ogummaa  Gaazexeessummaa
- TV & Radio Host (Journalism)
# Yeroo_Leenjii:-
1. Idileen (Regular)
2. Galgala (Night),
3. Dhuma-Torbee(Weekend)
#Turti_Leenjii:-
1. Ji'a 6
2. Ji'a 3
3. Ji'a 2
4. VIP Class
# 1.Damee_Naqamtee
Bakki_Galmee:- Biiroo Inistiitiyuutii Aartii Bidiruu( Naannoo Kabalee 07/ Sheeli- Gamoo Geejibaa darbee)
# 2.Damee_Gimbii
*Bakki Galmee:-
1. Mana Suuraa Mijuu fi
2. Mana Maxxansaa Sibuu
# Bilbila- (0913647815)

# 3.Damee_Dambii_Doolloo
*Bakki Galmee:-
1. Waajjira Aadaafi Tuuriizimii
2. Mana Suuraa Kakuu
# Bilbila- (0917582649)

# 4. Damee Beddellee
*Bakki Galmee:-
1. Waajjira Aadaafi Tuuriizimii Beddellee
2. Mana Suuraa Leelloo
# (Bilbila- 0932257782)

# Odeeffannoo_waliigalaaf:- 0910117973 / 0925794246
#BIDIRU_ART_INSTITUTE
# Meet_Your_Passion_here.
(Bakka itti abjuu keessan dhugoomsitan!)
Hordoftoonni amantaa Kiristaanaa hundi baga Ayyaana Faasikaa nagaan geessan!
Ayyaana gaarii!
HTML Embed Code:
2024/05/12 14:48:27
Back to Top