TG Telegram Group Link
Channel: ALIF ISLAMIC POST
Back to Bottom
Forwarded from Imalli Koo Galma Qaba
#Ilmaan_Abbaa Jifaar, #Jimmaan kunoo #Isii_kana
-------------------------//*------------------------//*------------------------
โœ Gaafa gaadidduu ulamaa'ii taane, gaafa isaan kabajne, gaafa isaan mariisisnee irraa baranne wallaahii summa wallaahii dacheen sifa qabaatti.

Suuraa kana keessatti seenaafi duudhaa, siyaasaafi hawaasummaa akkasumas eenyummaa ummata Jimmaa isa qulqulluufi barakaa qabu sana argitu.

Leenca Islaamaa miseensa ulamaa'ii Oromiyaafi duursaa ulamaa'ii godina Jimmaa akkasumas hoogganaa Ma'ahada Abbaa Jifaar Sheyik Hamzaa Sheyik Muhammadnuur fi bulchaa godina Jimmaa Obbo Tiijjaanii Naasir.

Sheyikichi abbaa kooti, bulchichi ammoo obboleessa kooti. Allahaan isin haa tiksu.
#Alhamdulillah
Forwarded from Imalli Koo Galma Qaba
#Hayyuudha_Abbaa_Aklaaqaa,,,!!

โœBahriidha Abbaa Beekumsaa, Xiqqaaf guddaadhaa Kooluun isaanii ol hin jedhu. Gaaddisa beektotaati. Sagaleen isaanii Kan dhaga'u hubataaf nama adaba qabu qofa. Seequuf nooruu qofa fuula isaanii irraa argita. Tarii biyyi lafaa kun Sababa hayyoota akkasiitiin jiraataa jirtii laata jettee shakkita. #Sh/Abdulaziiz Ahmad Aalima guddicha Magaalaa Jimmaa jiran #Darasaa Muftii #Gommaa Al-Azhar. Rabbi Umurii isaanii nuuf haa dheeressu.


#Dubbii Dhama Qabdu #Argachuuf
๐ŸŒบJoin Share ๐ŸŒบ
https://hottg.com/Imaluuf/
Forwarded from Imalli Koo Galma Qaba
Halkan edaa balaqqeessi guddaan yeroo gamoo Burji-Saaโ€™aah gubbaa rukutu .

Halkan edaa rooba bubbee cimaa makateen magaalaa makkaa fi naannawa isheetti balaan roobaa qaqqabeera. Balaa kanaan konkolaataa fi qabeenyi hangi tahe barbadaaโ€™eera.

Garuu yeroo hunda balaqqeessi yeroo buโ€™u maaliif Saโ€™aatii gamoo kana gubbaa jiru qofa rukuta ?

Sababbiin isaas saโ€™aatiin Gamoo kana gubbaa jiru Meeshaa bakakkaa ofirraa qolatu 20 fi meeshaa akka uleetti ol dhaabbatan 800 kan saโ€™aatii fi ifaa balaqqeessaa addaan eeguuf gargaaran of keessaa qaba.

Saโ€™aatiin Gamoo kana gubbaa jiru guddinaan akka addunyaatti sadarkaa duraa irra jira. Lafarraa ol kaโ€™iinsi Saโ€™aatii kanaa Meetira 600 dha.

Hundaa ol tika RABBIITU tiksee asiin gaโ€™e.

ุฑูŽุจูู‘ ุงุฌู’ุนูŽู„ู’ ู‡ูŽุฐูŽุง ุจูŽู„ูŽุฏู‹ุง ุขู…ูู†ู‹ุง

ุงู„ู„ู‡ู… ุงุญูุธ ู‡ุฐู‡ ุงู„ุจู„ุฏุฉ ูˆุฒุฏู‡ุง ู‡ูŠุจุฉ ูˆุดุฑูุง ูˆุฌู…ุงู„ุง ูˆุฌู„ุงู„ุง.

https://hottg.com/Imaluuf/
Forwarded from Imalli Koo Galma Qaba
''Sababan Islaamummaa fudhadheef jecha maatiin koo ''ati duutetta, jirta jennee si hin yaadnu, awwaalcha keenya irra hin dhaabbatin'' naan jedhan, gariin ammoo ''dhiiraaf jecha muslima taate, ati kahdiidha'' jedhanii na arrabsu.
๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡

https://hottg.com/Imaluuf/
Forwarded from Imalli Koo Galma Qaba
#WIRTUU_AL_GURABAA..
------------//-------//--------------

โœ Mata duree Dubartiin Filatamtuu jedhuun Marsaa 2ffaa Haala Ho,aa fii Ajaaiba Ta,een Kennuu Itti Fufeeraa..!!

๐ŸŒบJoin Share ๐ŸŒบ
https://hottg.com/Imaluuf/
Hojii Online Mirkanaa'e

โœ… Namoonni Qarshii Hojjechuu Barbaaddan Qofti Nama tokkotti Qarshii tokko kaffala.

Jalqaba link kanaan galuun  โœ…Start taasisaa!

https://hottg.com/hulepay_official_bot?start=r0158985235

โœ… Sana booda username channel isiniif fidu lamaan tuquun join erga gootanii booda Button "๐Ÿ“ŒJoined" jedhu tuqaa!

Nama 1 Qarshii 1 yoo ta'u, bonus qabas! Qarshiin keessan 10 fi isaa ol yommuu ta'u telebirr dhaan baafachuu dandeessu!
Forwarded from Imalli Koo Galma Qaba
#W.#Tokkummaa..!!

โœ Muslimoota M/Jimmaa fi Naannoo isii
Sagantaan Ganamaa kana Fakkaata Waaree booda sa'aatii 8:00 tti wolitti deebina InshaAllah.
Forwarded from Imalli Koo Galma Qaba
#Ajaaiba_Itti_Fufeeraa..!!
----------//----//--------โ€--------
โœ Hayyuun Hayyuudha..! Osomaa akkan Qaba Bakkan Qaba Jettuu Gaafa Hayyuun akka siif Jiranuuf Bakka siif jiranu akka sitti Jiranuuf ....!! Gaafa akka keef Bakka kee sitti agarsiisanu of argitu gar tokkoon ni ni Gammadda gar tokkoon....!๐Ÿ˜ญ

#Olmaan_itti_fufeeraa..!! #Guyyaan_Boriis..
๐ŸŒบJoin Share ๐ŸŒบ
https://hottg.com/Imaluuf/
Gaaffii fi Deebii

Hadha Galgala sa'atii 3:00 irratti Sagantaa Gaaffii fi deebii waan qabnuuf iratti akka hirmaattan kabajaan isin gaafanna.

แ‹›แˆฌ แˆแˆฝแ‰ต 3:00 แˆ‹แ‹ญ แ‹จ แŒฅแ‹ซแ‰„แŠ“ แˆ˜แˆแˆต แ•แˆฎแŒแˆซแˆ แˆตแˆ‹แˆˆ แ‰ฐแˆณแ‰ฐแ‰ แข


Hirmaachuuf ๐Ÿ‘‡ แˆˆแˆ˜แˆณแ‰ฐแ

https://hottg.com/seyfal_islaam
Forwarded from Imalli Koo Galma Qaba
#Ilaame_Qaalii_Koo ..!

Ati obboleettiin koo waan Rabbiin itti si ajaje raawwachuuf bineensa waliin kan ati waldhaansoo walqabdu ilaalaan cal'ise. Osoo an obboleessi kee jiruu kabaja kee sirraa mulqanii qaama kee qullaa deemi siin jechuun isaanii dadhabina kee osoo hin taane dadhabina kooti. Dirqama koon dagadhe. Ati kabaja dhabuun ani kabaja dhabuudha, ani salphachuudha, si xiqqeessuun ana xiqqeessuudha, si doorsisuun ana doorsisuudha.

Garuu ani dammaquu hin dandenye. Waanan gochuu qabu hin goone, itti gaafatamummaa koo hin ba'anne, amaanaa ulfaataa natti kenname sana sirriitti kunuunsuu dhiiseen nyaadhe. Eeyyeen amaanaan nyaadhe.

๐ŸŒบJoin Share ๐ŸŒบ
https://hottg.com/Imaluuf/
Forwarded from Imalli Koo Galma Qaba
Ajaaiba
โœ"Suuraan gariin gaafa dubbachuuf kaatu si Dursee dubbata..! Ilaame Galma feeteef ijjonnoo yoo qabaatte homtuu sin Daangessu ..!

"Jechaaf jecha Dhabus Baga Gammadde jechuu malee waanan jedhu hin Qabuu..!
#Feti.. ammas Baga Gammadde

โœawesome "Some pictures speak before you when you get up to speak..! My sister if you have the determination for the goal you want, nothing will limit you..!

#Feti.. Congratulations again

๐ŸŒบJoin Share ๐ŸŒบ
https://hottg.com/Imaluuf/
HTML Embed Code:
2024/05/12 05:05:56
Back to Top