TG Telegram Group Link
Channel: ABDII SABAA
Back to Bottom
#Ads

Pirotokooliin Hacaaluu iddoon argama isaa Shaashamannee 01 gamoo Biiftuu Barii Buufata Konkolaataa Fuulduratti argamna.
odeeffannoo dabalataaf 0900000095 ykn
0936257723 nuuf bilbilaa iddo jirtan kamittuu hojjannee isiniif erguu ni dandeenya.

Odeeffannoo Dabalataaf
@hachaluprotocol1
Wachaamoo Yuunivarsitii keessatti sababa Baankii daldala Itoophiyaan wal qabatee baratoonni poolisootaan mana hidhaatti guuramaa jirra jedhan.

Haalli mooricha keessa jiru baayyee nama yaaddessa kan jedhe barataan nu dubbise β€œYeroo barattoonni qorumsa irra jiran kana irratti barattoota mana hidhaatti guuruun sirrii miti” jedheera.

β€œBarattoonni hedduunis maallaqa gara dabarsan waallaaluun rakkoo hamaaf saaxilamanii jiru, gariin ammoo mana hidhaatti dararamaa jiru” jedha maddi keenya kun.

SABA GUDDAA WAAN TAANEEF MIIDIYAA GUDDAATU NUUF MALA!

πŸ“‘ MIIDIYAA @ABDII_SABAA πŸ“‘

πŸ“šODEEFFANNOO BARNOOTAAF πŸ“š
@ABDIISABAA πŸ“š

🌐 abdiisabaa.com
🌐 abdiisabaa.org

Karaa Fuula Feesbuukiin Nu Hordofuuf!
πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡
https://www.facebook.com/AbdiiSabaaFb
Nyaata Yuunivarsitii Amboo mooraa guddichaa!

SABA GUDDAA WAAN TAANEEF MIIDIYAA GUDDAATU NUUF MALA!

πŸ“‘ MIIDIYAA @ABDII_SABAA πŸ“‘

πŸ“šODEEFFANNOO BARNOOTAAF πŸ“š
@ABDIISABAA πŸ“š

🌐 abdiisabaa.com
🌐 abdiisabaa.org

Karaa Fuula Feesbuukiin Nu Hordofuuf!
πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡
https://www.facebook.com/AbdiiSabaaFb
Yaadaa, Qeeqaa fi Eeru qabdan karaa https://hottg.com/AbdiiSabaaDM nu qaqqabsiisaa, sagalee keessan dhageessisaa.

πŸ“‘ MIIDIYAA @ABDII_SABAA πŸ“‘

SABA GUDDAA WAAN TAANEEF MIIDIYAA GUDDAATU NUUF MALA!
β€œMootummaan qabeenya keenya waan nu jalaa uggureef nuti barattoonni godina harargee barachuu dadhabnee jirra”

Kanaan dura maatiin keenya daldala jimaatiin nu barsiifachaa turan kan jedhan barattoonni miidiyaa Abdii Sabaa dubbisan yeroo ammaa kana maatiin keenya ofiyyuu dadhabuun daandiirraa kadhachaa jiru jedhan.

SABA GUDDAA WAAN TAANEEF MIIDIYAA GUDDAATU NUUF MALA!

πŸ“‘ MIIDIYAA @ABDII_SABAA πŸ“‘

πŸ“šODEEFFANNOO BARNOOTAAF πŸ“š
@ABDIISABAA πŸ“š

🌐 abdiisabaa.com
🌐 abdiisabaa.org

Karaa Fuula Feesbuukiin Nu Hordofuuf!
πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡
https://www.facebook.com/AbdiiSabaaFb
Xiyyeeffannoo qaama dhimmi ilaallatu maraaf

Yuunivarsitii Gaambeellaa!

Barattootaafi barsiisota Oromoo irra miidhaan dhaqqabaa jira!

SABA GUDDAA WAAN TAANEEF MIIDIYAA GUDDAATU NUUF MALA!

πŸ“‘ MIIDIYAA @ABDII_SABAA πŸ“‘

πŸ“šODEEFFANNOO BARNOOTAAF πŸ“š
@ABDIISABAA πŸ“š

🌐 abdiisabaa.com
🌐 abdiisabaa.org

Karaa Fuula Feesbuukiin Nu Hordofuuf!
πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡
https://www.facebook.com/AbdiiSabaaFb
β€œLubbuu keenyaaf sodaachaa jirra” barattoota Oromoo Yuunivarsitii Gaambeellaa!

Walitti bu’iinsa barattoota Gaambeella Nuweeriifi barattoota oromoo giduutti yeroo yeroon uumamu haala yaaddessaa irra jira. Guyyaa harraas yuunivarsitii Gaambeellaatti barattoonni nuweer barattoota Oromoo irratti lola banuun baayyinaan namoonni kunniin mooraa alaa ol seenuun barattoota doorsisuufi rukutuun miidhaa dhaqqabsiisaa jiru.

Suuraan armaan olitti mullatu Yuunivarsitii gaambeellaatti barsiisaa biqilaa Margaa jedhama.

Barattoonni miidiyaan @Abdii_Sabaa moorichaa irraa dubbise β€œyaaddoo guddaa keessa jirra nu qaqqabaa β€œ jedhaniiru.

SABA GUDDAA WAAN TAANEEF MIIDIYAA GUDDAATU NUUF MALA!

πŸ“‘ MIIDIYAA @ABDII_SABAA πŸ“‘

πŸ“šODEEFFANNOO BARNOOTAAF πŸ“š
@ABDIISABAA πŸ“š

🌐 abdiisabaa.com
🌐 abdiisabaa.org

Karaa Fuula Feesbuukiin Nu Hordofuuf!
πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡
https://www.facebook.com/AbdiiSabaaFb
Nyaata Yuunivarsitii Haramaayaa!

Yaadaa, Qeeqaa fi Eeru qabdan karaa https://hottg.com/AbdiiSabaaDM nu qaqqabsiisaa, sagalee keessan dhageessisaa.

πŸ“‘ MIIDIYAA @ABDII_SABAA πŸ“‘

SABA GUDDAA WAAN TAANEEF MIIDIYAA GUDDAATU NUUF MALA!
Itoophiyaan mootummaa Falasxiin deeggarte.

Kaleessa galgala Yaa'ii Waliigalaa Dhaabbata Mootummoota Gamtoomanii Ameerikaa magaalaa Niwyoork keessatti geggeeffame irratti sirni sagalee walitti qabuu Falasxiin biyya haa taatu moo hin ta’inii geggeffamaa ture.

Kana waliinis Itiyoophiyaan biyya nagaa ta'uun akka isheef malu sagalee akka kennite marsariitii dhaabbatichaa irraa argameera.

Murtoon Itoophiyaa kunis Israa'el dallansiiseera jedhama.

Falasxiin gama isheetiin deebii kenniteetti, "Namoota bilisummaa Falasxiiniif sagalee kennan hundaan galatoomaa" jetteetti.

Itiyoophiyaa dabalatee biyyoonni 143 Falasxiin biyya ta’uun isheef mala jechuun sagalee kennaniiru.

Biyyoonni sagal Falasxiin biyya ta’uu hin qabdu jechuun kan sagalee kennan yommuu ta’u , biyyoonni 25 Ameerikaa dabalatee callisuu filataniiru.

Yaadaa, Qeeqaa fi Eeru qabdan karaa https://hottg.com/AbdiiSabaaDM nu qaqqabsiisaa, sagalee keessan dhageessisaa.

πŸ“‘ MIIDIYAA @ABDII_SABAA πŸ“‘

SABA GUDDAA WAAN TAANEEF MIIDIYAA GUDDAATU NUUF MALA!
#ADS

Oduu gamachisa jaalattoota ispoortii maraaf
πŸ‘‰Odefannoo Ispoortii
πŸ‘‰Tamsaasa taphoota
πŸ‘‰Odeeffannoo jijjirraa Ispoortii saffisaan chaanaliin iratti argatan isiniif banameera.

https://hottg.com/BurqaaIspoortii
https://hottg.com/BurqaaIspoortii
#KUTAA_12FFAA

Sagantaa guyyaa qormaata kutaa 12ffaa Kan bara 2016 ifoomee jira.

Haaluma kanaan

Qoramtoonni saayinsii hawaasaa

Roobii (03/11/2016)
      Ganama :- Afaan Ingiliffaa
      Guyyaa  :- Herregaa

Kamisa:- (04/11/2016)
      Ganama :- Aptituudii
      Guyyaa  :- Ji'oograafii

Jimaata:- (05/11/2016)
      Ganama :- History
      Guyyaa  :- Economics 

Qoramtoonni saayinsii uumamaa Adoolessa 9-11/2016 fudhatu.

Kibxata:- (09/11/2016)
      Ganama :- Afaan Ingiliffaa
      Guyyaa  :- Maths

Roobii (10/11/2016)
      Ganama :- Aptituudii
      Guyyaa  :- Physics

Kamisa:- (11/11/2016)
      Ganama :- Chemistry
      Guyyaa  :- Biology

Qoramaanni Bara 2016 magaalota filatamoo ta'an keessatti barattoonni filataman toora interneetii kan fudhatan yoo ta'u, barattoonni kan hafan Yuunivarsitiiwwan keessatti waraqaan ni fudhatu jedhameera.

πŸ“‘ MIIDIYAA @ABDII_SABAA πŸ“‘

SABA GUDDAA WAAN TAANEEF MIIDIYAA GUDDAATU NUUF MALA!
HTML Embed Code:
2024/05/11 21:56:12
Back to Top