TG Telegram Group Link
Channel: 👫ABBAA BIYYAA ❤❤
Back to Bottom
"An yoomiif akkamitti akkan gara faarfannaatti dhufe hinbeeku utuman faarfadhuun of arge, Anaaf Jalqabni faarfannaa koo fi xummurri faarfannaa koo Yesuus kiristoosiidha"
Konfiraansii tokkorraatti mucaa ta'ee utuun jiruu tajaajilaan tokko waltajjirraatti Afaan keessan banaa bokkaan hafuura waaqayyoo isinirraatti rooba laphee keessan banaa jechuudhaanis dubbate anis Afaanuma koo baneen utuun kadhadhuun kufe maal akkan ta'es hin barre yommusuman hafuura qulqulluutiin guutame Baayee ijoollee ta'een jechuudha.
Seenaa Gabaabaa Faar Daawwit Girmaa...itti fufaa dubbisaa👇👇👇
https://www.christiannewsethiopia.com/?p=652
https://www.christiannewsethiopia.com/?p=652
Gaa'elli kiristiyaanotaa maali..?
•Garaagarummaaan Gaa'ela kiristaanaa fi ga'eela biyya lafaa maali...?

Akkuma ifaan taa'etti gaa'elli kiristaanotaa gaa'ela qulqullaa'aa fi kabajamaa Ulfinaa qabu,kan tokkicha hidhamnaqnis yoomuu haala salphaan gargar hinbahamne,hamma tokkota'anittiis akka maacafni qulqulluun isaan geggeesseetti Qulqulluummaan kan ittiin jiraatan(wal eegan) Sodaan waaqayyoo keessa kan jirudha.

Gaa'elli warra biyya lafaa ammoo akka garaa isaaniitti yeroo fedhanitti kan walfuudhan,kan ulfinni keessatti hin argamne,kan waanmarayyuu akka fedhaaniifi barbaadanitti rawwatan,jiraatan yeroo barbaadanittis walhiikuu danda'an kana jechuudha.
...itti fufaa dubbisaa 👇👇👇
https://www.christiannewsethiopia.com/?p=301
https://www.christiannewsethiopia.com/?p=301
Dubartittiin Icciitii Dabalataa Gadi guurte
Dubartiin Guyyaa muraasa dura Daa'imman lama qal*tee Abiddaan gub*dee Ajjeefte Daqiiqaa muraasaan dura Burayyuu Naannoo Saansusii jedhamutti too'atamuun ishee dhaga'ameera.
Icciitii Ajjee*chaa Daa'imman lamaanii Waan Poolisiitti himte...itti fufaa dubbisaa👇👇👇
https://www.christiannewsethiopia.com/?p=821
https://www.christiannewsethiopia.com/?p=821
Amma yeroo ilaaltan dhuguma Rakkina armaan gadii kana dabarseera jettanii hin Amantan.."Faarsaa Lafan dhufeen beeka" jedhuun kan beektan Faar Dirribaa Dinquu.

Farfataa Dirriibaa Dinquun kan dhalatee godina shawwaa lixaa Aanaa Daannoo ganda bakkee sirbaa keessattii yoo tahu Kan guddate ammoo godinuma shawwaa lixaa Aanaa Adaa bargaa magaalaa Incinnii keessaattiidha. Faarfataa Dirribaa Dinquun ijoolluumaa isaattii nama jireenyaa mijaata dabarsee ykn jaalala haadhaaf Abbaa argatee osoo hin taanee hamma muraasas tahu farfataa rakkina hedduu keessummeessedha....
...itti fufaa dubbisaa👇👇👇👇
https://www.christiannewsethiopia.com/?p=864
https://www.christiannewsethiopia.com/?p=864
.

DHIIRA DHUGAAN SI JAALATE
☆☆☆☆☆☆☆☆☆☆☆☆☆☆☆ 

Hundumatti si beeksifata !

Sirritti si kunuunsa, gammachuu keetif dhiphata !

Ati akka kan isaa qofa taatetti si lakkaa'a
Ija ija keessa si ilaala !

Waa kee sirritti baruu barbada

Si argachuu isaatti nama carraa qabeessa of godhee hundatti odeessa !

Namaan yeroo wal si barsiisu miira gammachuutini

Isatu yeroo hunda dursee siif bilbila !

Yeroo hunda si faana dabarsuu jaalata !

Waanuma fedhetti sitti hin hinaafu !

Waan ati gaafatte kamiyyuu siif guutuf duubatti hin jedhu !

Waan qabu hundayyuu sitti hin hambifatu !
Waan fedhe balleessitu muufii malee dhiifaman bira darba !

Ilaalchi kee isa biratti iddoo guddaa qaba !

Oduu kee hunda seeqee taphata !

Waanuma si biratti argame qofaaf gammachuun itti dhaga'ama
Kabjaan ofitti si qabata !

Anarra jechuu dhiisee anaa fi si'i jedha !

Dhumarra yeroo inni  jaalala keen waxalamee harka sitti kennatu akka si jaalate adda baafatta !! 

   ┄┄┉┉✽✦🌹🌹✦✽‌┉┉┄┄
HTML Embed Code:
2024/05/02 10:00:55
Back to Top